Miidiyaa Kiristaanaa

Miidiyaa Kiristaanaa Yesuus Gooftaadha!
(1)

12/10/2024

🥰Uuffeekaa Baabaakoo Eebbifamaa Baayee namatti toltu🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/10/2024

🥰Akkam namatti toluu Gooftaakoo🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/10/2024

🥰Ilaalaa Konkolaataa kana keessatti waan Dargaggeessa kana mudate...😳
Miidiyaa Kiristaanaa

12/10/2024

😥Kalee isaa kenneefii Faayisee Gaa'ela Wajjin dhaabbate Gante😥

Habtaamuu jedhama. Isheen immoo Rohaamaa jedhamti. Dhukkuba kalee dhukkubsattee ture. Habtaamuun waggaa 4'f Ride tiin deddeebisee ishee yaalchisaa ture. Boodarra kaleen ishee akka isheef jijjiiramuu qabu itti himama.

Boolla du'aarra geesse qarshii ittiin yaalamtu, ijoollee TikTok irra jiraniin "Live" tiin akka qarshii isheef walitti qabamu 30% immoo akka fudhatan itti himani. Isheen kanatti walii hin galle. Boodarra Habtamuun kalee isaa isheef kennee fayyitee gaa'ila hundeeffatani. Haata'u malee amma sababa hin beekamneen akka isa gante dubbata.

Safuudha namaaf! "Namni hin amanamuu ijaareetu diiga..." Jedhe Addisuun!
Miidiyaa Kiristaanaa

12/10/2024

🥰Ergamaa Taammee fi Maatiisaa😍
Miidiyaa Kiristaanaa

12/10/2024

🥰Lubbuuwwan haaraa hedduun gara Mootummaa Waaqayyootti Dabalamaa jiru🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Dubartiin Eebbifamtuun kun si'a Baayee Kiristoosiin dhugaa baati mee eebbisaanii🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Baayee naman jaalladhu tokkotu jira Ergamaa Geetahun Immiruutu jedhaa jiru..🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰🤣Pheenxeen bara kanaa Hafuura Qulqulluun Cuuphamtee Yeroo jettuun...❝Laassaralabas❞ jedha🤣
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Dirree Dhaqxutti Yeroo Hundumaa Mo'ii argami🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰😭 Dargaggeessi kun Haati isaa Boqotteetu Gadda Haadhasaarratti Faarfataa jira Meeqan keessantu hamma kana Hafuurri Qulqulluun isin jabeessaa laata🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Koottaa Hamme**enya Oromoo ilaalaa🤣
Akkam bulte siin jedheetu Bullaa Aannaniin siif kenna🤣
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Gammoojjii Affaaritti Barattoota Yuniversitii Samaraa🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Mucayyoo kana Mee dhaggeeffadhaa maal jedhaa jirtii..?
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🤣Wayyookaa Seexanaan koottuu natti seeni jedhanii ofitti waamuun maalidhaa? Sanuu Qeesiitu kana godha😥
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Artist Shawaafarraaw Dassaaleny fi Barsiisaa Dargaggoo Gaarii Yonaataan Akliiluu yeroo Waaqeffatan🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Akkam namatti toluu🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

12/09/2024

🥰Uuuffeekaa Maall Abbaan kun eessa jiruu maal hojjetuu adaraa Support godhaa🥰
Miidiyaa Kiristaanaa

Address

Minneapolis, MN

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiyaa Kiristaanaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share


Other Media/News Companies in Minneapolis

Show All