Ahmed Yusuf

Ahmed Yusuf Oddeffannowwaan adda addaa Fi waan haarawa fuula page keennaa irratti ni argattu
Ammaas comedy ni jir

02/09/2022

Yeroo hundumaa wanti gaariin tokko taʼuuf akka jiru amani yaa rabbi nama gaarii san argatu nu taasis.

23/08/2022

Children cross the river using pulleys on their way to school in the outskirts of Modena, Italy, 1959.

Seenaa Bareeda akkaan nama hawwatuSuleemaan (Aleksaandar) . Dilbata ;- Karaa koo "Hiriyyoota muslimaa qaba, waa'ee amant...
23/08/2022

Seenaa Bareeda akkaan nama hawwatu
Suleemaan (Aleksaandar) .
Dilbata ;- Karaa koo
"Hiriyyoota muslimaa qaba, waa'ee amantii falmiis ta'ee mari'annee hin beeknu."
Ani amantaa isaanii kabajaan isaanis kan koo kabaju turan
Yeroo tokko hiriyoota koo waliin bakka tokkotti wal arge. Deemuuf konkolaataa hiriyyaa tokkoo keessa seennee
Wal bira qabuu Dr. Zaakir dhaggeeffachaa turan
Osoon dhaggeeffachaa jiruu raadiyoo dhaamsanii taphachuu eegalan
Ani hin mufanne, gara raadiyootti jijjiiran
Nonononono ofii isaatii banaa, anis mijataa dha jedheen
Zaakir bane
Haasaan sun ajaa'iba ture
Gaaffiiwwan amantii mataa kootiin jaarraa hedduuf na dhiphisaa turaniif deebii kenneera
Deebii qofa osoo hin taane ibsa haala baayyee nama hawwatuun naaf kenne
Hawaasaafi amantii ani keessa jiraadhu keessatti, Islaamummaan "madda shororkeessummaa, kan dubartoota miidhu" akka ta'e dhaga'eera, kanaaf sekondii tokkoof illee Islaamummaa nan fudhadha jedhee yaadee hin beeku.
Qur'aana dabalatee hadiisa qorachuu eegale
Kaayyoon ani itti uumameef Islaamummaadha, karaan tokkichaa fi sirrii ta’e Islaamummaadha jedheen ga’e.
Jechuun itti fufa
Seenaa baayyee nama hawwatuu fi nama barsiisu

23/08/2022

THREE GOALS. THREE POINTS. 🤩

Perfect start continues 💪

Gaaf tokko dhugaan ni muldhatti
20/08/2022

Gaaf tokko dhugaan ni muldhatti

16/08/2022
Invastaroota damee boba’aa fi albuudaa irratti bobba’aniif hayyamni invastimantii birrii biiliyoona 28.77 kennameera. In...
16/08/2022

Invastaroota damee boba’aa fi albuudaa irratti bobba’aniif hayyamni invastimantii birrii biiliyoona 28.77 kennameera.

Invastaroota biyya keessaa fi alaa damee boba’aa fi albuudaa irratti hojjechuuf fedhii qabaniifi qorannoofi misooma albuudaarratti bobba’aniif hayyamni invastimantii birrii biiliyoona 28.77 akka kenname Ministeerri Albuudaa beeksise.

Kanneen keessaa 46 qorannoo albuudaarratti kan hojjetan yoo ta’u, 19 ammoo damee misooma albuudaarratti hojjechaa kan jiran ta’uu ibsameera. Warqee kiiloo kuma 8 fi 73.05 bara kana gara alaatti ergame irraas doolaarri miiliyoona 513 akka argames ibsameera. (OBN)

Gondaritti ijaarsi mana qalmaa ammayyaa gaggeeffamaa jira. Ijaarsi mana qalmaa ammayyaa Birrii miiliyoona 519.7n magaala...
16/08/2022

Gondaritti ijaarsi mana qalmaa ammayyaa gaggeeffamaa jira.

Ijaarsi mana qalmaa ammayyaa Birrii miiliyoona 519.7n magaalaa Goondaritti erga ji’a July 2014 irraa eegalee hojjetamaa jira. Pirojektichi hanga dhuma bara 2015tti kan xumuramu ta’uu hogganaan injinarii garee bu’uuraalee misoomaa magaalaa bulchiinsa magaalaa Goondar fi kutaa bu’uuraalee misoomaa himaniiru.

19/10/2021

Akkam jirtan warri Love Page kana

16/09/2021

Ethiopian

27/06/2021

Maal mallisaa

Address

Robe
ROBE

Telephone

+251964316727

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmed Yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ahmed Yusuf:

Share