Abdi Mohammednur

Abdi Mohammednur Knowledge based

ጠንክረን እንስራ፣ ደህነትን እናሸንፍ፣ ብልፅግናን እናረጋግጥ።!!!
16/11/2023

ጠንክረን እንስራ፣ ደህነትን እናሸንፍ፣ ብልፅግናን እናረጋግጥ።!!!

05/11/2023
የዜጎች ክብር ለሁለንተናዊ ብልጽግና!የዜጎች ክብር ስንል ኢትዮጵያውያን ሀገራቸው ልታስጠብቅላቸው የሚገቡ በዜግነታቸው ሊያገኙ የሚገባቸውን ክብር እና በሀገራቸው ለመመካት የሚያስችላቸውን ሁኔታ...
17/09/2023

የዜጎች ክብር ለሁለንተናዊ ብልጽግና!

የዜጎች ክብር ስንል ኢትዮጵያውያን ሀገራቸው ልታስጠብቅላቸው የሚገቡ በዜግነታቸው ሊያገኙ የሚገባቸውን ክብር እና በሀገራቸው ለመመካት የሚያስችላቸውን ሁኔታ ማለታችን ነው።

የብልጽግና ፓርቲ ሰው ሰው በመሆኑ ብቻ ሊከበር ይገባል ብሎ ያምናል። ዜጋ ኃይማኖቱ፣ ብሔሩ ወይም ጾታው ብሎም ሀብቱና ድህነቱ ከግምት ሳይገባ መሰረታዊ ፍላጎቱ ሊከበርለት፣ በእኩል ዓይን ሊታይ እና ፍትህን ሊያገኝ ይገባል ብለን እናምናለን።

በመሆኑም የዜጎች ክብር ስንል በሀገራችን ማንኛውም ቡድን ወይም ግለሰብ ከሌሎች የተለየ ተጠቃሚ አሊያም ተጎጂ እንዳይሆን መስራት ማለታችን ነው።

የዜጎች ክብር ስንል ኢትዮጵያውያንን በእኩል ዓይን የሚያይና የሚዳኝ፣ ሁሉም ኢትዮጵያዊ በህግ ፊትና በሀገራችን በእኩል የሚታዩበትና በፍትሃዊ መልኩ ተጠቃሚ የሚሆኑበት፣ የብዙሃንም ሆነ አነስተኛ ቁጥር ያላቸው ብሔሮች መብትና ነፃነት የሚከበርበት፣ ሰው በሰውነቱ በእኩል የሚታይበት፣ ከበደልና ጭቆና ነፃ የሚሆንበት፣ በዋና ዋና የሀገሪቱ ጉዳዮች ላይ ሁሉም ዜጋ በውሳኔ ላይ ተሳታፊ የሚሆንበት እንዲሁም የሀብት፣ የስልጣንና የመብት ክፍፍሉ ርዕታዊና አግባብ፣ ለህሊና የማይቆረቁር የሆነበት የፖለቲካዊ ኢኮኖሚ ስርዓት መፍጠር ማለታችን ነው።

የብልጽግና ፓርቲ ፕሮግራም (2014) ገፅ 11-12

የመከላከያን ሰራዊትን  ኦፕሬሽን መቋቋም ያቃትው የጃውሳው ቡድን የሰባዊ መብት ጥሰት እየተደረገብኝ ነው በሚል   የውሸት ዘመቻ ጀምሯል ህዝቡም የጨከነበት ይህ ስብስብ የመከላከያ ሰራዊትን እ...
13/09/2023

የመከላከያን ሰራዊትን ኦፕሬሽን መቋቋም ያቃትው
የጃውሳው ቡድን የሰባዊ መብት
ጥሰት እየተደረገብኝ ነው በሚል የውሸት ዘመቻ ጀምሯል ህዝቡም የጨከነበት ይህ ስብስብ የመከላከያ ሰራዊትን እርምጃ መቋቋም አቅቶት አሁን ሽለላ እና ቀረርቶው ቀርቶ ለቅሶ እና ጩኸት ስራው ሆኖዋል።
#ጃውሳ


 ሀገራችን ኢትዮጵያ እንዲትለመልም፣ ደህነት እንዲቀንስ ጠንክረን መስራት፣ ፍቅር እንዲበዛ ጥላቻ እንዲቀንስ፣ አንድነት እንዲጎለብት ልዩነት እንዳይሰፋ፣ መተሳሰብ እና መደጋገፍ ባህላችን ሁኖ ...
15/07/2023


ሀገራችን ኢትዮጵያ እንዲትለመልም፣ ደህነት እንዲቀንስ ጠንክረን መስራት፣ ፍቅር እንዲበዛ ጥላቻ እንዲቀንስ፣ አንድነት እንዲጎለብት ልዩነት እንዳይሰፋ፣ መተሳሰብ እና መደጋገፍ ባህላችን ሁኖ እንዲቀጥል አረንጓዴ አስተሳሰብ ወሳኝ ነው ። መልካም አስተሳሰብ ፣ ጥሩ አመለካከት ፣ ሚዛናዊነት እና የወል እይታ መኖር ለሁሉም የሚጠቅም ማንንም የማይጎዳ ተግባር ነው ።

አረንጓዴ አሻራችንን ሲናስቀምጥ፣ አረንጓዴ አስተሳሰባችንም እየተከልን፣ ሀገራችን አረንጓዴ የለበሰች ስትሆን ፣ ልባችንን በአረንጓዴ አስተሳሰብ እየሞላን መሆኑን እናስባለን። አረንጓዴ የውበት መገለጫ ፣ የልማት ማሳያ፣ የተስፋ መለኪያም እንደመሆኑ ሁሉ ፣ አረንጓዴ አስተሳሰብ የልባችን መልካሚነት ማረጋገጫ እንደሆነ እናስባለን። አረንጓዴ አሻራን ሲናሳካ፣ አረንጓዴ አስተሳሰባችንም አንዲሳካልን ጠንክረን እንሰራለን።

Eebbi Pirojeektii Mana Barumsa Bultii Addaa fi Kellaa Fayyaa Dhaloota Lammaffaa bakka Keessummoonni gurguddoon argamanit...
12/07/2023

Eebbi Pirojeektii Mana Barumsa Bultii Addaa fi Kellaa Fayyaa Dhaloota Lammaffaa bakka Keessummoonni gurguddoon argamanitti haala ho'aa ta'een gaggeeffameera.

Hawaasni keenya gammachuu guddaan Pirojeektii qarshii isaa buufatee hirmaannaa ho'aa taasisuun ijaarrate yeroo eebbisiifatu qooddachuun guddaa nama gammachiisa.

Guyyaa har'aa Ijaarsi Pirojeektii Kellaa Fayyaa Dhaloota Lammaffaa fi Mana Barumsa Bultii Addaa xumuramuun bakka keessummootni gurguddoon argamanitti eebbifameera. Hawaasni keenya hirmaannaa ho'aa taasisuun ijaarratee, guyyaa har'aa eebbisiifachuuf gammachuu isaa agarsiifataa oole.

Humna keenya qindeessinee cimnee yoo hojjenne waa baay'ee milkeessuu dandeenya. Ijoolleen keenya barnootaan akka dorgoman akkasumas hayyoota baay'ee burqisiisuuf manni barumsa Bultii Addaa shoora guddaa qaba.

Haadholii fi daa'imman keenya tajaajila fayyaa dhihootti akka argatan akkasumas dhaabbilee tajaajila fayyaa fooyyessuu fayyadamummaa isaanii guddisuuf kellaan fayyaa dhaloota lammaffaa shoora guddaa qaba.

መንግሥት ስልጣን ይልቀቅልን የሚል ነጠላ  ዜማ፣ እኝህ ዘፋኞች በአዳድስ መልክ መዝፈን ቀጥለዋል። ስልጣን ምን እንደሆነ፣ ከየት እንደምመጣ፣ እንዴት እንደ ተገኘ፣ ለማን እንደምገባ፣ ምን እን...
06/07/2023

መንግሥት ስልጣን ይልቀቅልን የሚል ነጠላ ዜማ፣ እኝህ ዘፋኞች በአዳድስ መልክ መዝፈን ቀጥለዋል። ስልጣን ምን እንደሆነ፣ ከየት እንደምመጣ፣ እንዴት እንደ ተገኘ፣ ለማን እንደምገባ፣ ምን እንደምሰራበት እንኳ ለይተው የማያውቁት ዘው ብለው ሥልጣን ሥልጣን የምል ነጠላ ዜማ እየዘፈኑ ነው፣ ይዝፈኑም ።

ሥልጣን ያገኘነው በህዝብ ድምፅ ነው ፣ የህዝብን ድምፅ መናቅ ህዝብን መናቅ ነው ። ህዝብ ይከበራል ፣ ህዝብ ይወደሳል፣ ህዝብን ማገልገል እንጂ ህዝብን መናቅ አይቻልም ። መላው የኢትዮጵያ ህዝብ የተከበረ የተወደደ ህዝብ ነው ፣ በምርጫ የሰጠው ድምፅም እንድው ይከበራል ። አንድ ሰው ህዝብን ስለናቄ፣ የህዝብ ተወካዮችን ስለናቄ፣ መንግሥት ይፍረስ ፓርላማ ይፍረስ ስላሌ የምመጣ ነገር ባይኖር እንኳ፣ እንድህ አይነት ድርግት፣ እንድህ አይነት ድፍረት አይፈቀድም መቆም አለበት ።

Aangoon Lafaa argame seetemoo? Aarsaa meeqa, Lubbuu meeqa, dhiiga meeqa, lafee meeqa jireenya meeqatu itti kaffalame. Sagalee Ummata biyyattii guutuudhaan dhufe taphaan miti Aangoo kan goonfanne.!!!

    Barattootni keenya Qormaata kutaa 8ffaa Qoramaa turtan qormaata keessan milkiin xumuruutti baga gammaddan. Firii qor...
04/07/2023


Barattootni keenya Qormaata kutaa 8ffaa Qoramaa turtan qormaata keessan milkiin xumuruutti baga gammaddan. Firii qormaataa gaariin akka wal geessan akkasumas gra kutaa itti aanutti akka dabartan abdiin qabu isiniif ibsaa carraa gaarii isiniif ha ta'un jedha. Barattoonni egeree biyya kanaa keessatti qooda ol'aanaa kan qabdanii fi amaanaa guddaa warra baattanu waan taataniif barnoota keesaanitti cimtanii itti fufuu qabaachuu qofa otuu hin taane beekumsaaf dandeettii kuufachuudhaan biyya keessaniif hojjechuuf gahee guddaatu isin irraa eegama. Dhaloota boruuf yaaduun, qilleensa mijaawaa fi qabbanni gaariin akka jiraatuuf xumura sagantaa Qormaataa keessaniitti Ashaaraa Magariisaa dhaabuun keessan hojii boonsaa dha. Anis isin gidduutti argamee biqiltuu isin waliin dhaabuutti nan gammada. Bu'aa firii qormaataa gaariidhaan wal argaa.!!!

Waadaa Seenne Dhugoomsuun Fayyadamummaa Ummataa Keenyaa Ni Mirkaneessina!!Ummanni Oromoo saba guddaa sirna Gadaa ijaarra...
30/06/2023

Waadaa Seenne Dhugoomsuun Fayyadamummaa Ummataa Keenyaa Ni Mirkaneessina!!
Ummanni Oromoo saba guddaa sirna Gadaa ijaarrachuun kabajaafi ulfina isaa tikfatee gaanfa Afriikaa irraa bal'inaan jiraachaa kan tureefi jiruudha. Haa ta'u malee, diinonni isaa sirna jabaa, ulfoofi ulfina isaa humnaan cabsanii waggoota 150 oliif qoqqoodanii gidirsuun eenyummaan isaa cabee, dhugaan isaa saamamee qabsoo wal harkaa fuudhinsa dhalootaatiin wareegama qaqqaalii kaffalee injifannoof milkaa'ee obbolummaa sabdaneessaan Itoophiyaa deebisee ijaaraa jira.

Waggoota Arfan darbee injifannoo wareegama qaaliifi wal harkaa fuudhinsa qabsoo dhalootan argame tiksuufi dafqa isaatiinis utubuun Oromoon seenaawwan ajaa'ibsiisoo hojjetee Oromiyaa ijaaraa Itoophiyaa utubuufi Afrikaa tasgabbeessuuf imala jalqabe duraa duubaan milkeessaa jira.

Mootummaan naannoo Oromiyàas saba guddaa Aarsaa qaalii kaffalee injifannoo galmeessee dafqa isaatiinis Ashaaraa dhalootaaf kaa'aa jiru kana gaaffiifi rakkoolee bulchiinsa gaarii jiru irraa jalaan furuun Aantummaa ummata isaaf qabu mirkaneessaa jira.
Hojii milki qabeessi gaaffiifi rakkoo ummata naannichaa furuuf hojjetame keessaa tokko tarkaanfii mootummaan ijaarsa bu'uuralee misoomaa garaa garaa baay'ina, qulqullinaafi si'aayinaan xumuruuf fudhateedha. Tarkaanfii haaraa fudhatame kanaan pirojektoonni waggoota hedduuf harkifachuufi baajata mootummaa baasii hin malleef saaxilaa ummata dallansiisaa turan kumaatamaan furamuun eebbifamaniiru.

Bara 2012 hanga bara 2014tti pirojektoonni buleeyyiifi haaraan 35,655 xumuramuun tajaajilaaf oolaniiru.

Bara 2015 kanas mootummaan naannoo Oromiyaa waadaa ummataaf gocha qabatamaan dhugoomsuun pirojektoota gosa garaa garaa 19,912 baajata mootummaa, miti-mootummaafi tajaajila lammummaa waliigala qarshii 54,280,538,634 ijaaramaa turan xumuruun sadarkaa adda addaatti eebbaaf akka ga'u taasiseera. Pirojektoonni marsaa adda addaan jia kana eebbifamuuf qopheeffaman kunneen namoota miliyoona soddomaa ol fayyadamoo taasisa.

Godina Jimmaattis bara baajataa 2015tti piroojektootni gurguddoon 134 fi piroojrktootni iskiimota bishaanii 800 olii fi suphaa daandii cimaa fi salphaan km 1600 ol riqaaleen gurguddaan, gamoowwan tajaajila garaa garaatiif oolan, sheediiwwan IMX, kellaa fayyaa dhaloota lammaffaa, mana baruumsa bultii Addaa, paarkii magariisuu, bishaan dhugaatii gurguddaa, kilaastara lukkuu, giddu galii verm kompoostii fi jallisiiwwan dabalatee qarshii hirmaannaa ummataa fi baajata mootummaa tilmaamaan bill.2.5(billiyoona lamaa fi mill.dhibba shanii oliin) hojjetamaa turan yeroo ammaa xumuramuun ebbifamuu jalqabaniruu.

Mootummaan naannoo Oromiyaa Bu'uuraalee misoomaa naannichatti qulqullina, si'aayinaa fi baayinaan ijaaruun fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa imala badhaadhinaa galmaan ga'uuf Waadaa seenne dhugoomsuun fayyadamummaa ummata keenyaa mirkaneessina dhadannoo Jedhuun xiyyeeffannoon hojjetaa jira.

Bakka jiranitti iddoo deemanitti Ashaaraa kaa'uun, biqiltuu dhaabuun qabbana buusuun innisheetiivii Muummicha Ministiraa...
16/06/2023

Bakka jiranitti iddoo deemanitti Ashaaraa kaa'uun, biqiltuu dhaabuun qabbana buusuun innisheetiivii Muummicha Ministiraa Dr Abiy Ahmed Ali ti. Magariisummaan qilleensa garii argachuu bira darbee Miidhagina Uumamaa isa addaati. Qilleensa garii, qabbana bareedaa Miidhagina Naannoof biqiltuu dhaabuun ni barbaachisa. Ashaaraan Magariisaa Ashaaraa dhalootaati.

Aadaan qabnu duudhaan qabnu baay'ee miidhagaa fi qabeenya guddaadha. Har'a  Yaa'ii   sadarkaa Godinaa irra turre. Humna ...
31/05/2023

Aadaan qabnu duudhaan qabnu baay'ee miidhagaa fi qabeenya guddaadha. Har'a Yaa'ii sadarkaa Godinaa irra turre. Humna keenya qindeessinee, kan rakkoon mudate gargaaruuf, wal bira dhaabbachuuf sirna Gadaa keessatti iddoo guddaa kan qabu duudhaa keenya ganamaa keessaa tokko Buusaan Gonofaati. Sirna gurguddaa qabna, akka nuti wal ijaarree humna keenya guddifannee waliin dhaabbachuu hin dandeenyeef kana dura waan baay'een shirri danuun godhamaa ture. Akka Sabaatti gurmoofnee tokkummaa keenya jabeessinee sirna cimaa ijaarrannee sirna ture cimsannee yoo jenne biyya kana ceesisuu Afriikaa ceesisuu akka dandeenyu shakkii hin qabnu. Duudhaan keenya ganamaa hunduu ijaarsa biyyaatiif qoricha gudaadha, sirriitti itti fayyadamuu fi hojiirra oolchuu barbaachisa.!

Godina Jimmaa  Waajjira Barnootaa Aanaa Gommaa sektaraalee baay'ee of keessatti qabate ijaaramee xumuramee bara kana hoj...
29/05/2023

Godina Jimmaa
Waajjira Barnootaa Aanaa Gommaa sektaraalee baay'ee of keessatti qabate ijaaramee xumuramee bara kana hojii kan eegale. Bakka hojii hawwataa fi miidhagaan milkaa'ina hojiif ni barbaachisa.!

 Hiriira Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa
28/05/2023


Hiriira Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa

  Hiriraa Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa
28/05/2023


Hiriraa Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa

Qamadii Al-Ergii  Godina Jimmaatti Qamadiin qotamee gabaa al-ergiif qophaa'uun hojii ajaa'iba ta'e hojjetamee milkaa'e. ...
27/05/2023

Qamadii Al-Ergii
Godina Jimmaatti Qamadiin qotamee gabaa al-ergiif qophaa'uun hojii ajaa'iba ta'e hojjetamee milkaa'e. Biyyi keenya Qamadii gabaa alaatti gurguratee doolaara argachuu jechuun tarkaanfii guddaadha. Biyya dacheen magariisaa, bishaan gahaan akkasumas humana namaa hedduu otuu qabnuu qamadii kadhaafi deeggarsaan alaa fiduun hin barbaachisu ture. Kana irra dabarree amma alatti erguu eegaluun injifannoo guddaadha.

ሞቴን ሙተው ላኖሩኝ ክብ እሰጣለው ========በመከላከያ ሰራዊታችን የመጣ በአይናችን እንደመጣ ነው ምክኒያቱን መከላከያችን እኛን ምንም ጠላት እንዳይነካን የሀገራችንን ዳር ድንበር የሚጠብቅ...
25/05/2023

ሞቴን ሙተው ላኖሩኝ ክብ እሰጣለው
========
በመከላከያ ሰራዊታችን የመጣ በአይናችን እንደመጣ ነው ምክኒያቱን መከላከያችን እኛን ምንም ጠላት እንዳይነካን የሀገራችንን ዳር ድንበር የሚጠብቅ ሀገራችን ስትጠቃ እነሱ ነብሳቸውን ሰውተው ነው ዛሬ እናት ሀገራችን አንገቷን ቀና አድርጋ እንድትሄድ ከዛም አልፎ ዳግም ማንም እንዳይደፍራት ያደረጉትን እኚን ጀግኖች ማክበር የሚገባቸዉን ቦታ መስጠት የሁሉም ኢትዮጵያዊ ግዴታ ነው።

Bakka hojii Miidhagaa fi hawwataa ta'e uumuun miira gaariin tajaajila kennuun fedhiif kaka'umsa gaariin bu'a-qabeessumma...
23/05/2023

Bakka hojii Miidhagaa fi hawwataa ta'e uumuun miira gaariin tajaajila kennuun fedhiif kaka'umsa gaariin bu'a-qabeessummaf hojjechuun ni barbaachisa. Mooraan Bulchiinsaa fi Waajjira Paartii Badhaadhinaa caalaatti bakka hojii mijataa, hawwataa fi miidhagaa akka ta'uuf hojjetamaa jiru jajjabeessaa dha.

Masaraa Ummata Bal'aa Madaalu. Masaraa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
17/05/2023

Masaraa Ummata Bal'aa Madaalu. Masaraa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

"I believe that peace is an affair of the heart. Peace is a labor of love. Sustaining peace is hard work. Yet, we must c...
15/05/2023

"I believe that peace is an affair of the heart. Peace is a labor of love. Sustaining peace is hard work. Yet, we must cherish and nurture it. It takes a few to make war, but it takes a village and a nation to build peace".

Abiy Ahmed Ali (PhD)

Qonnaan bultoonni keenya omisha omishuuf humna, yeroo fi beekumsa qaban karaa guutuu ta'een fayyadamanii jiruu isaanii j...
13/05/2023

Qonnaan bultoonni keenya omisha omishuuf humna, yeroo fi beekumsa qaban karaa guutuu ta'een fayyadamanii jiruu isaanii jijjiirrachuuf jajjabaachuu qabu. Gaafa omisha isaanii dhiyeessan bakka gabaa mijataa ta'e uumuufiin gabaa gaariitti akka gurguratan deeggarsa taasisuun nurraa eegama, akkasumas kan omishan gabaaf dhiyeessuun galii isaanii guddifachuu fi aadaa qusannaa gabbisuun ni barbaachisa. Hawwiin keenya tattaaffiin keenya jiruun hawaasa keenyaa fooyya'ee arguu akkasumas hawaasa diinagdee keessatti dorgomaa ta'e uumuu dha.
********
Bulchaan Bulchiinsa Godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir

Aspaaltiin Magaalaa Aggaaroo hojiin isaa ariitiin akka xumuramuuf xiyyeeffannoo guddaan kennamee hojjetamaa jiraachuun i...
11/05/2023

Aspaaltiin Magaalaa Aggaaroo hojiin isaa ariitiin akka xumuramuuf xiyyeeffannoo guddaan kennamee hojjetamaa jiraachuun ibsamuun waan gaariidha. Guddinaa fi Miidhagina Magaalaa keenyaaf daandiin ishee madaalu murteessaa dha. Sababa gara garaan harkifataa kan ture amma xiyyeeffannoo guddaan kennamuun yeroo gabaabaatti akka xumuramuuf abdii fi hawwii guddaa qabna jabaadhaa.!! Guyyaa har'aas Bulchaan Godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir Kantibaan Magaalaa Aggaaroo obbo Naziif Maammadamiin fi Bulchaan Aanaa Gommaa obbo Abdoo A/Maccaa haala hojichi irra jiru daawwataniiru.

Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti gamaaggamni raawwii hojii Nageenyaa fi Misoomaa Kilaastara Gommaatti bakka Bulchaan Bulchi...
11/05/2023

Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti gamaaggamni raawwii hojii Nageenyaa fi Misoomaa Kilaastara Gommaatti bakka Bulchaan Bulchiinsa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasir argamanitti gaggeeffamaa jira.

Bulchaan Bulchiinsa Godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir hojii Nageenyaa fi Misoomaa milkeessuuf qindoominni cimaan caasaa Nageenyaa fi Siyaasaa murteessaa ta'uu ibsuun, jiruuf jireenya Ummata keenyaa jijjiiruu fi fooyessuuf kutannoo cimaa dhaan hojjechuun barbaachisaadha jedhaniiru. Caasaaleen Siyaasaa fi Nageenyaa kan yeroo kamiyyuu caalaatti kutannoo fi ejjennoo cimaa dhaan hojii Misoomaakan Nageenyaas xiyyeeffannoo addaatiin milkeessuu akka qabanis dhaamaniiru.

Waltajjicha irratti hoggansi Godinaa fi Hoggantoonni Aanolee (Gommaa, Geeraa, Guumay, Saxxammaa fi Sigimoo) qooda fudhataniiru.

Fedhiin finxaaleyyootaa sirna qeenxee uummata Itoophiyaa irratti fe'uu ta'us akka boquu ol hin qabannetti burkutaa'eera!...
10/05/2023

Fedhiin finxaaleyyootaa sirna qeenxee uummata Itoophiyaa irratti fe'uu ta'us akka boquu ol hin qabannetti burkutaa'eera!
= = =
Fedhiifi dheebuun finxaaleessitootaa uummattoota Itoophiyaa irratti sirna qeenxee fe’uu ta’uus, deebi’ee ol jechuu akka hin dandeenyetti burkutaa’eera. Biyyi keenya Itoophiyaan seenaa waggoottan dheeraa qabaattus sirni isheen gameggeessaa turte sirna qeenxee, afaan tokko aadaa tokko, amantaa tokkoof qofa beekkamtii kennuun sabaafi sablammoonni biroo akka lammii lammaffaatti keessatti ilaalamaa tureera.

Sirnoonni kunneen afaan, aadaafi duudhaan sabaafi sablammootaa akka liqimfamuufi gara afaanifi aadaa tokkootti akka dhufan taasisuu qofa osoo hin taanee dirqamaan akka fudhatan taasifamaa tureera. Sirnaoota mirga uumamaa dhala namaa ifaan hacuucaa turan kana uummanni Itoophiyaa baroota dheeraaf irratti qabsaa’aa tureen sirnichi lamuu deebi'ee boquu isaa akka ol hin qabannetti awwaalamuu danda'eera.

Qabsoo Sabaafi sablammootaan taasifameen sirni Federaalizimii hojiirra akka oolu taasifamuun sabaafi sablammoonni obbulummaafi walqixxummaan akka jiraatan taasifamaa jira. Kun ammoo sabaafi sablammoonni hundinuu afaan, amantaafi duudhaa qaban heeyyama qaama kamuu osoo hin gaafatiin ifatti akka dubbataniifi gaggeessan taasiseera.

Bu’uurri qabsoo sabaafi sablammoonni wareegama qaalii itti kanfalanis walqixxummaan akka mirkanaa’u waan ta’eef sabaafi sablammoonni hundinuu waardiyaa sirnichaa ta’anii jiru.

Itoophiyaa keessatti sirni dulloomaan kun qabsoo uummataatiin deebi’ee ol jechuu akka hin dandeenyetti burkutaa’uus finxaaleessitoonni sirna afaanifi eenyummaa tokko leellisu deebisuuf dhagaan isaan hin fonqolchine hin jiru. Finxaalessitoonni bakka qalbiin cabanitti miillaan okkolaa jiru kun sabaafi sablammootaa irratti sirna sab-tokkee Afaan tokko, Amantaa tokkoofi Alaabaa tokkoo irratti fe’uuf abjootaa jiru.

Qaamoonni hawwii hin malle milkeessuuf dhama’aa jiran kun imala ijaarsa Itoophiyaa haaraan Falaasama Ida’amuun eegalame sirna federaalizimii sabdaneessa obbolumma irratti ijaarameen tumsamee dimokiraasii dhugaa lafa qabachiisuuf hojjetamaa jiru gufachiisuuf halkanii guyyaa hojjechaa jiranis eegdoonni sirnichaa sabaafi sablammoota Itoophiyaa waan ta’aniif milkaa’uu hin dandeenye.

Murnoonni kunneen hamma fedhe sirna dulloomaa kana deebisuuf yaalanis tasumaa milkaa'uu hin danda'an. Sababiin isaa surnichi akka hin deebineetti qabsoo tokkummaa sabaafi sablammootaan akka deebi'uu hin dandeenyetti awwaalamee jira.

Waajjirri Qonna Godina Jimmaa sanyiiRuuzii Aanoolee godinichaaf karaa qinda'aa ta'een Aanaa Shabee Somboo irratti misoom...
09/05/2023

Waajjirri Qonna Godina Jimmaa sanyii
Ruuzii Aanoolee godinichaaf karaa qinda'aa ta'een Aanaa Shabee Somboo irratti misoomaa ture Raabsuuf Hal dureewwaan barbaachisan xumuramuu beeksiseera.

Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Inisheetivii misooma Ruuzii Abbootii Qabeenyaa fi Qonnaan bultootaan Omishamaa ture karaa Qinda'aa ta'een Aanoolee godinichaa fi Naannoolee gara garaaf Omisha facaasa gannaa bara kanaa Uuwwisuusaa Inisheetivii kanaa Dachaan dabaluuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jiraachuu itti gaafatamaan waajjira Qonna Godina Jimmaa Obbo Mahammad Xaahaa Abbaa Fiixaa himaniiru.

Bara kana guyyaa muraasa keessa Raabsaa sanyii Ruuzii foyya'aa Aanaa Shabee Somboo keessatti Qonnaan bultootaa fi Abbootii Qabeenyaan Omishamaa turan Bittaaf Gurguurtaa taasifame fayyadamummaa dinagdee Qonnaan bultoota keenyaa Dachaan dabalaab inisheetivii misooma Ruuzii kana itti fufsisuu qabna jechuun dhaamsa isaanii dabarsaniiru.

Gootota Misoomaa
08/05/2023

Gootota Misoomaa

Godina Jimmaatti  giddu galli Galma Aadaa shanan Dawwannan keessumoota garaagaraan taasifame.*****************////////**...
08/05/2023

Godina Jimmaatti giddu galli Galma Aadaa shanan Dawwannan keessumoota garaagaraan taasifame.

*****************////////**********************
Godina Jimmaatti Giddu galli galma Aadaa shanan gibee Bakka keessummoonni Naannoo dhufan argamanitti dawwatame.
Daawwannaa kana irrattis Bulchaan Godina Jimmaa obbo Tijjaanii naasir,Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhina godina Jimmaa obbo Masarat Hayiluu akkasumas Koreen Qindeessituu Godinaa argamaniiru.
Keessumonni Naannoo irraa dhufan obbo Ibiraahim Hajii komishinii komishineera manneen amala sirreessa oromiyaa fi obbo Baay'isaa kumaa Itti Aanaa dhimma Hojjetaa fi Hawasummaa oromiyaa irratti argamuun Hojicha itti gammaduun jajjabeessaniiru.
Galmi amma ijaaramaa jiru Hawaasa godina Jimmaatiif seenaa addaa ta'uu Bulchaan godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir Dubbataniiru.

 Hogganaa yeroo murteessaa keessatti murtii sirrii biyyaaf Ummataaf ta'u dabarsu dirree lollaatti injifannoon kan goolab...
07/05/2023


Hogganaa yeroo murteessaa keessatti murtii sirrii biyyaaf Ummataaf ta'u dabarsu dirree lollaatti injifannoon kan goolabu biyya ijaaruu keessatti bu'uura cimaa kaa'uun ejjennoo hin raafamneen fuul-duratti qajeelu ati Hogganaa addaa badhaasa keenya. Biyya keenya yeroo rakkoos yeroo bal'oos kallattii itti deemuu qabdu daandii irra fiiguuf mijatuuf saaquun diina biyyaa alaaf keessaa qaanessaa michuu fi lammii biyyaatti abdii horaa furmaataaf bu'aa irra caalaaf dursa kennaa kan deemu Abbaa Biyyaa Goota Biyyaa Ilma Abbaa Gadaa Badhaasa Itoophiyaa nuf jiraadhu nuuf jabaadhu. Yeroo gaggeessummaa keetti seenaan hiyyummaa, seenaan gabrummaa seenaan gadadummaa akka goolabamuuf hunduu cimee si faana hojjennaan yeroon Guddinaa fi Badhaadhinaa fagoo miti.

Biyyi keenya kun biyya addaatiim.!!
05/05/2023

Biyyi keenya kun biyya addaatiim.!!

Address

Agaro
Jimma
CAMPUS

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi Mohammednur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdi Mohammednur:

Videos

Share