
03/01/2025
๐
'ee_Infinity-power_fi_DROUT_Hotelii_beeytanii_Laata?
Lakkuma Guddinni Teeknolojii Baballataa Deemuun Wal Hatuun, wal-shawwaduun bifa jijjirrachuun Ammayyaawee Karaa Digitaala taheen Hanniti Eegalmtee jirti.
Guddina Teeknolojii Bu'ura godhachuun Biyya keenya Itiyoopiyaa Naannoolee fi godinaalee garagaraa keessaatti Appiin jedhamu fi Appiin Infintii power jedhamu kan suurri isaanii gaditti Mullatu kanaan Namootni Hedduun dogoggoruun Maallaqa isaanii harkuma ofiin Namaaf kennanii ofii harka duwwaa hafanii jiru.
Sababa kanaan Namionni baayyeen Maallaqa guddaa dhabanii Abbaa Manaa fi Haadha Manaa jiddutti Waldiddaan dhuftee Maatiin bittinaa'uu irratti Argamu Waan taheef.
Ummanni keenya Dogoggora Gowwoomsaan Beekkamtii Mootummaa Hinqabne kamiinuu akka Hin gowwomfamne fi Appin akkanaa boruus bifa jijjiratee karaa biraatiin dhufuu waan maluuf Of Eeggannaa Akka cimsitan Isiniif dhaamna.