Alamudiin. Tamaam

Alamudiin. Tamaam Alamudiin. Tamaam

As wr wb juma,a Mubarak Salluu Alla naabii  S. A. W
02/06/2023

As wr wb juma,a Mubarak Salluu Alla naabii S. A. W

20/04/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

20/04/2023
01/03/2022

As wr wb

23/02/2022

As wr wb jirra jirtuu lamiwaan

02/01/2022
04/12/2021

Ergaa Hatattamaa Hayyuu Islaamaa Sh. Amiin Ibroo irraa !!!

1. Hawaasni oromoo kan Amantaa islaama hin hordofne waan Argame kana gad bahanii mormuu qaban.
2. Namtichi Nabii keenya Arrabse dhiifama gaafachuu qaba.
3. Miidiyaan isa afeere sunis dhiifama gaafachu qaba.

Yoo kun ammatti godhamuu baate yeroo san nutis waan jennu qabna!

Share Waliif Godhaa ...

07/09/2021

Send a message to learn more.

21/08/2021

Lovely fruits 😊

20/08/2021

__________________________________________
BEE FARMING TRAINING PROGRAM - 21st September - 15th October 2021
________________________
TRAINING TOPICS
MANAGEMENT OF THE HONEYBEE
Beekeeping Systems
Module 1: Beekeeping Equipment
Module 2: Making Beekeeping Equipment
Module 3: Apiary Management
Module 4: The Floral Calendar and Beekeeping
Module 5: Bee Stings and Management
Module 6: Hive Inspection
Module 7: Populating the Hive
Module 8: Catching a Swarm
Module 9: Transferring Bees
Module 10: Dividing and Uniting Colonies
Module 11: Feeding of Bees
Module 12: Bee Pests, Predators and Diseases
Module 13: Making Bio-Pesticides

HIVE PRODUCTS AND PROCESSING
Module 14: Hive Products
Module 15: Quality Honey Harvesting
Module 16: Processing Honey
Module 17: Beeswax
__________________________________
Join the online bee Farm training program, that starts on 21/9/2021. This program will be run through whatsapp tutorials

_______________________________
Total cost for the whole program is kshs 1200. or USD 12
You can pay via mpesa till 664444
_____________________________
To register, call stephen Muthiani, Programs Officer, AFRC- NBI
Tel: +254 724512194
Whatsapp: +254 768303451

20/08/2021

Onion fertiliser application

In onion production, you have to know the market requirements and manipulate the production practice to produce the desired quality of product. Planting density and fertilisation are critical in determining the size, weight and general quality of onion bulbs produced.

Onions have a relatively low nutrient uptake efficiency due to their shallow root system, characterised by thick roots with very few and short hairs.

Therefore, it is critical to implement a fertiliser programme adapted to those conditions to help to achieve optimum yields.

It is essential to time the applications of nutrients as close as possible to the rooting zone in frequently and readily available forms.

Major nutrient removal

Application of fertilisers that supply a balanced nutrient for onion, giving both primary, secondary and micro-nutrients is critical for high yields and quality produce.

Nutrient removal figures show that nitrogen and potassium are the minerals needed in greatest quantities in onion crops.

They are fundamental for achieving high marketable yields. However, it is important not to over-apply nitrogen, particularly in bulb onions, as this can delay maturity, soften bulbs and lead to storage rots.

In similar fashion to nitrogen, most phosphorus is required early on in the plant’s development to ensure good root growth and to boost establishment.

Potassium is particularly important where high N rates have been applied, to help maintain yield by increasing dry matter and sugar accumulation in the bulb (better bulb size and weight).

Fertilisation regime

Fertiliser application for onion should, therefore, start by first week after transplanting, with an NPK regime for establishment of the crop. 40 per cent of the N and K as well as calcium requirements should then be applied by the third to fourth week during the first top-dress.

The second top-dressing should then be done at the bulbing stage, supplying the rest of the nutrient needs. Calcium and boron are critical in ensuring a longer shelf life and preventing rots in the bulbs.

Onions prefer a nitrate form of nitrogen as opposed to ammonium forms, and therefore more of nitrate source fertilisers such as in YaraMila Winner and Nitrabor will give better results – better bulb size and weight.

20/08/2021

Ecological Requirements for Growing Mangoes

Mangoes in Kenya grow well at an altitude below 1000 mm. However, other cultivars are reported to yield well at an altitude of up to 1800 mm.

Grow your crop on well-drained and fertile soil. A soil pH of 5.5-7.5 is ideal for your trees.

Temperatures of between 24 – 28 degrees Celsius is desirable. Mango is known to yield well in a warm tropical monsoon climate. It needs a prolonged dry period of about three months, followed by rain.

In regions that do not vary in rainfall or temperature, your trees will not produce any fruits

As wr wb jiraa jirtuu oro koo noo post jirraa jechaamaffi malee 👍kana hin dagatinaa
20/08/2021

As wr wb jiraa jirtuu oro koo noo post jirraa jechaamaffi malee 👍kana hin dagatinaa

16/08/2021

ODUU AMMEE

Hidhattoonni Taaliban Kaabuul seenan

Loltoonni Taalibaan magaalaa guddittii Afgaanistaan Kaabuul gama maraan seenaa akka jiran BBC'n odeeffateera.

Kaabul magaalota ijoo Afgaanistaan 24 keessaa kan harka mootummaa Afgaanitti hafte yoo taatu loltoonni Taalibaan gama maraan itti marsanii seenaa jiru.

Mootummaan Afgaanistaan wanti hundi to'annoo isaa jala akka jiru ibsuun jiraattota tasgabbeessaa jira.

Hogganooti Taalibaan ammoo loltoonni isaanii Kaabul keessatti hokkora akka hin kaafne, nama baqachuu fedhuuf karaa akka banan ajajaniiru.

https://bbc.in/2VOmF9H

14/08/2021
08/08/2021
08/08/2021

Simbirri halkanii km2000 ol imaluun rikardii qabdu adurreen ajjeefamte
***********
Simbirri halkanii Landanii ka'uun hanga Raashiyaa km 2000 ol imaluun rekardii cabsite adurreen ajjeefamte.

Simbirri halkanii dhaltuu Nathusius' pipistrelle jedhamtu hamma abgudduu geessu Raashiyaa naannoo Pskov jedhamutti argamte.

Kochoo simbira halkanii kanarra mallattoo ‘’Landan Zoo’’ ykn ‘’kunuunsa bineeldotaa Landan jedhu irratti maxxanfamee ture yeroo argamtu.

Warra lubbuu baraaraniin gara iddoo wal’aansaa geeffamtus lubbuun hafuu hin dandeenye.

Simbirri halkanii tokko Biriiteen irraa imala dheeraa akkasii yoo taasiftu kuni isa dheeraa dha.

Simbirrii halkanii kuni giraama saddeet kan ulfaattu yoo tahu ganda xiqqoo Raashiyaa keessatti argamteeti Dhaabbata Eegumsa Simbira halkanii UK’f kennamte.
Kana dura sanyii simbira halkanii akkasii tokko qofatu Laativiyaa irraa gara Ispeen km 2224 imaluun ishee amma kana kan caaltu.
Suuraan:Getty images

05/08/2021
05/08/2021
04/08/2021
04/08/2021

Dungeon Master Throne carved by Matthew Crabb

03/08/2021

"Yoo dandeessee barrisi,yoo barrisuu dadhabde fiigi,yoo fiigiu dadhabdee daddafii deemi,yoo daddaftee deemuu dadhabde tiradhu,yoo tirachuu dadhabde daa'imi,yoo daa'imu dadhabdee foqoqi.waan fedheyyuu haa ta'uu akkamittuu socho'i garuu sochii kee addaan hin kutiin"
Maartii luutar kiingin.

30/07/2021
As wr wb jiraa jirtu obolewaan kiyyaa qaqaliin mee AL tokko nabiyyi kenyaa haa yaadanuu salalhuu waa Aliihii wasaallam
24/07/2021

As wr wb jiraa jirtu obolewaan kiyyaa qaqaliin mee AL tokko nabiyyi kenyaa haa yaadanuu salalhuu waa Aliihii wasaallam

04/07/2021
30/06/2021
26/06/2021

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alamudiin. Tamaam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category