Tv soora lubbuu

Tv soora lubbuu Gospel of salvation

24/12/2022

Gara garummaan barsiisaa fi lallabaa maali? Please comment ✍️✍️✍️

Mata duree: Nuti pheenxeedhaa?Akkuma beekamu namootni hedduun amantoota wangeelaatiin ''pheenxee'' yommuu jedhanii waama...
22/12/2022

Mata duree: Nuti pheenxeedhaa?
Akkuma beekamu namootni hedduun amantoota wangeelaatiin ''pheenxee'' yommuu jedhanii waaman dhageenya.
Amantoonni wangelaas hedduun akkasumatti akka isaan of waaman beekamaadha. Haa ta'u malee
1.
yesuus kan nu waame pheenxee nu gochuuf,osoo hin taane ijoollee Waaqayyoo nugodhuuf
2.
Kan dhiigasaa nuuf lolaase qulqulloota nu gochuufi malee akka pheenxee taanuuf miti
3.
yesuus kan du'ee du'aa ka'e isatti amannee akka qajeelota taanuuf malee akka Pheenxee taanuuf miti.
4. Amantoonni Wangeelaa macaafa qulqullurraa bakka tokkotti illee pheenxee jedhamanii hin waamamne.nuti amantoonni ijoollee waaqayyoo yoo waliin jenne hin wayyuuree?
I love Jesus Christ I love my king!❤❤❤

21/12/2022

Dhugaan beekumsa
Dhugaan sammuu namaa ibsa
Dhugichi Kristoosidha,birmaduu nama baasa.

19/12/2022

Akka macaafaatti barri kun bara araaraa malee bara abaarsaa miti.namatu wal dadhabe malee waaqayyo nutti araarameera

19/12/2022

"Fayyiyeettaa?"jedhanii yoo si gaafatan jala muriitii ''Ani fayyeera" jedhin!
Rom.10:9 dubbisiif

11/12/2022
God is good!
11/12/2022

God is good!

21/09/2022

Mata Duree:Of ilaallee Kakuu haaraa fi kakuu Moofaa
of ilaalleen Macaafa kakuu haaraa keessatti gaafan of ilaalu
waaqayyoo
qulqulluu
qajeelaa
fo'amaa
mootummaa isaa
mirga abbaa taa'e
mudaa hin qabne
cubbuu jalaa du'e,
seera jalaa du'e
afuura qulqulluun keessa jiru
ta'uukoo natti argisiise.

of ilaalleen macaafa kakuu moofaa garuu akkas miti
waaqayyoo
cubbamaa
gatiin irra jiru
daddarbituu

waaqayyoo

abaaramaa
si'ool dhaqu
lubbuu qabu kan afuurri qulqulluun keessa hin jirre tahuu sitti hima.

/raaree/ keessatti yoo of ilaalte raaree fakkaatta.Barri bara kakuu haaraati.isa si ilaallatu keessatti of ilaali.

Waraqaa eenyummaakoo/My I.D card1.Mooraan mana barumsaakoo waraqaa kanaan na beeka.kana qabaadhu malee ol galuun hin dan...
24/08/2022

Waraqaa eenyummaakoo/My I.D card
1.Mooraan mana barumsaakoo waraqaa kanaan na beeka.kana qabaadhu malee ol galuun hin danda'amu
2.Mana barumsichaa galuuf dorgommee barbaachisa.
3. Nama beekamtummaa mana barumsaa kanaa qabuuf nyaataa fi bakka bultiif akkasumas barumsa barsiifamu hundaaf mana barumsichaatu kafala.
4.faayidaan mana barumsicharraa argamu hundi warra kaardii kana qaban qofa ilaallata.
Waa_malee kana isiniif hin kaafne.
WARAQAAN_EENYUMMAAKOO INNI WAAQARRATTI ITTIIN BEEKAMU YESUUS KRISTOOS JEDHAMA.
1.Waaqayyo biratti maqaa isaatiinan beekamtii argadhe.
2.Beekamtii waaqarraa kana argachuf ilma waaqayyoo yesuus kristoositti amanuu qofatu barbaachisa.
3.eebbi Waaqarraa fi lafarraa hundumtuu warra beekamtummaa karaa ilmasaa argateef kennameera.
4.warra amaneef jireenyi barabaraa tola kennameera.
I LOVE JESUS CHRIST I love my King!🙏🙏🙏

29/07/2022

Gurbaa innii ''Dachaa misirs keessaa nabaaste waaqakoo'' jettee faarfatte atis museefaa wajjin Gibxii turtemoo?😂

seenaa bara durii kaafnee ittiin saba bulluqsuu dhiisnee Masihicha jiraataa lallabna
19/07/2022

seenaa bara durii kaafnee ittiin saba bulluqsuu dhiisnee Masihicha jiraataa lallabna

Dhugumaam qalbii garamitti geeddaratuu?
14/07/2022

Dhugumaam qalbii garamitti geeddaratuu?

" Jireenya amma biyya lafaa kana irra jiraannu duwwaadhaaf Kristosin abdanna erga ta'ee, namoota hundumaa caalaatti nuuf...
10/07/2022

" Jireenya amma biyya lafaa kana irra jiraannu duwwaadhaaf Kristosin abdanna erga ta'ee, namoota hundumaa caalaatti nuuf boo'uutu ta'a. "
(1 Qorontos 15: 19)

Karaa gara abbaatti geessu Yesuus Kristoos qofa
21/06/2022

Karaa gara abbaatti geessu Yesuus Kristoos qofa

𝐓𝐕 𝐬𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐥𝐢𝐤𝐞 𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚.𝐛𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐰𝐚𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚𝐚 isin biraan gahuuf qophii xumuraa jirra
24/05/2022

𝐓𝐕 𝐬𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐥𝐢𝐤𝐞 𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚.𝐛𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐰𝐚𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚𝐚 isin biraan gahuuf qophii xumuraa jirra

24/05/2022

𝐁𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐰𝐚𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐟𝐚 𝐡𝐚𝐰𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐞𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐚.𝐩𝐞𝐞𝐣𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐥𝐢𝐤𝐞 𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐧𝐮 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐚

Address

Jimma
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tv soora lubbuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tv soora lubbuu:

Share

Category