Abbaa Caaltuu

Abbaa Caaltuu Keenyaa

21/12/2020

WBO jabeessuun

Ofbilisoomsuudha.

1.GabrummaaNafxanyaa jalaa.

Hortee Kotteduudaa
19/12/2020

Hortee Kotteduudaa

13/12/2020

Keenyaa WBOn furtuu bilisummaa

Dhaaba 👉Qabsoo Hidhannoo Uummanni oromoo WBO waliin finiinsaajiru 👉sirnaGabroonfataPp diiguuf jecha Aarsaa lubbuu itti k...
06/12/2020

Dhaaba 👉Qabsoo Hidhannoo Uummanni oromoo WBO waliin finiinsaa
jiru 👉sirnaGabroonfata

Pp diiguuf jecha Aarsaa lubbuu itti kaffalaa jiru

Harkatti busheessitee marsaa lammaffaaf qabsoo

Oromoo diigdee Aangoo irra
Bubbuuuf.👉DHAABA SOBDUU fi OPDO dullattiin
tooftaa jijjirrattee asbahaa
jirtu..DIINA OROMOOTI.

DHAABNI maqaa Koree
Ce'umsaa mootummaa oromiyaa jettee faarsitu kun.

Gonkumaa Lammata Oromoo hingowomsitu OPDOn.

Duutii 👉GubooHabashaa
LammaaMagarsaaf

02/12/2020

Keenya a

02/12/2020

Keenyaa

06/11/2020

AbiAhimed
Xoophiyaa Dullattii gadhiisee
badeera.

Yeroo kanattiUmmata Oromoofis tahee Uummata TigraayifDiqaalticha ilma Shaarmuxaan Udaan isii waliin hagde Haqaa MinilkAb...
06/11/2020

Yeroo kanatti

Ummata Oromoofis tahee
Uummata Tigraayif

Diqaalticha ilma Shaarmuxaan Udaan isii waliin hagde Haqaa Minilk

AbiyootAhimedidha.

01/11/2020

Uummanni Oromoo Carraa tokko qofaa qaba.Innis Afaan Qawwee ti.Wanti.Ceesisuu jedhamuu kunii TooftaaGoobanootaati.Tooftaa ittin qabsoo hidhanoo naaffisuuf jecha fiigaa jirani dha.

01/11/2020
Eenyuu isheen
31/10/2020

Eenyuu isheen

AbbaaCaaltuu galatoomaa
31/10/2020

AbbaaCaaltuu galatoomaa

Publisher

GubooHabashaa
23/10/2020

GubooHabashaa

Uummanni Oromoo Finfinnee keessatti Fannifamuu malee mirga keessatti Owwaalamuu fi Keessatti jiruuf ijireenya isaa gegge...
23/10/2020

Uummanni Oromoo Finfinnee keessatti Fannifamuu malee mirga keessatti Owwaalamuu fi Keessatti jiruuf ijireenya isaa geggeffachuu akka hindandeenye..

Nafxanyaan bara 1880 kaasee hanga Diqaalticha Shaarmuxaan Hotela keessatti 👉UDAAn ishee waliin Uummata Oromoo irratti hagdee lafa Ciniinte

Abiyoota kaasaheetti raawwatamaa jira.

Yaa Oromoo kankee Qawwee malee furmaata hinqabu

Kanaaf Bilisummaan AFAAN QAWWEE malee.

Oromoos ta'ii Oromoos tahuu yoobaatte 👉Dhaabni

Maqaa Oromoo of moggaafatee astirachaa jirtuu Hunddi keessan Diina oromooti.

Uummata Oromoo irratti 👉Filannoodhaan Gaaffii fi Kaayyoo Oromoon Deebisa

ykn galmaan gaha kan jedhu yoo jiraate Garee dhaanis ijaaramtee Dhuunfaadhaan 👉Hundikeessan

Goobanootaa fi.Habashoota Kotteduudaa.Keenya AFAAN OROMOO fi Aadaa Oromoo
Barte maqaaOromoo Haguuggattee Oromoo gowomsitee 👉SirnaNafxanyaatti Gurgurate

kan.akka GubooHabashaa

Lammaa Suusee/Magarsaa/
fi TeamLammaaSuusee fa'ii

Oromoolee kiyya Furtuun
Bilisummaa Oromoo

💪💪💪🍎🍏🍎🍅🍏🍅🍅🍎🍏🍏🍏🍅🍅🍅🍏🍏🍏🍅🍅🍅🍏🍏🍏WBO🍎🍎🍎🍏🍏
Kee.jabeeffadhuu

FilannoonTooftaa ittiin Oromoo Sirna.Gabroonfataa jalatti
Tiksan meeshaa Jaarraa
👉lamaa
Oliif itti milkaawaa jiran kan Oromoon Dhaqnagodatee hanga
ammaatti itti.hindamqne

Bofa OROMOO Waggaa dhibba lama Summii.Hadhaawaadhaan
hiddaa jirudha.

👉DhaamsaAbbaa Caaltuuti.

23/10/2020

Address

Jeldu Gojo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Caaltuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category


Other Jeldu Gojo media companies

Show All

You may also like