Jeldu AGAPE perspects

Jeldu AGAPE perspects Jaalalli Inni Kan KIRISTOS ittiin nu Jaallate AGAAPPEDHA.

28/03/2024

QANNOO SAMII
Jabesa Ejeta
Baga nagaan Dhufte

Singer Jabesa EjetaQANNOO SAMIIMucaa Qaalii fi Kabajaan..Eebbifamaan kun Sagaalee Missiraachoo Dhageettii namaatti Mi’aa...
25/03/2024

Singer Jabesa Ejeta

QANNOO SAMII

Mucaa Qaalii fi Kabajaan..Eebbifamaan kun Sagaalee Missiraachoo Dhageettii namaatti Mi’aawaa Uumu Hafuura Namaa Jabeessu,Qabaneessu nuuf qabatee Dhufeera!

YOOYYAA jennaan Baga Nagaan Dhufte.

15/04/2022
13/03/2022

“Sodaachuun kan isiniif ta'u isinittan mul'isa; erga ajjeese booddee adaba bara baraatiif qililleetti darbachuudhaaf aboo isa qabu sodaadhaa; eyyee, isinittan hima isa sodaadhaa!”
— Luq. 12:5

🙏🙏🙏Baga Geenyekaaገና በኣል 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Christmas
30/12/2020

🙏🙏🙏Baga Geenyekaa
ገና በኣል 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🙏🙏🙏🙏🙏Christmas

💎💎የነገ ህይወት የሚቀየረው 💎የዛሬ አስተሳሰብ ሲቀየር ነው
27/12/2020

💎💎የነገ ህይወት የሚቀየረው
💎የዛሬ አስተሳሰብ ሲቀየር ነው

Dhufuuf jira Guyyichi!!!! Missiraachi!!
08/12/2020

Dhufuuf jira Guyyichi!!!! Missiraachi!!

Dubbicha" Ilmi Waaqayyoo dhufee isa dhugaa sana baruudhaaf, hubannaa akka nuuf kenne nuyi in beekna. Nuyi isa dhugaa san...
04/12/2020

Dubbicha

" Ilmi Waaqayyoo dhufee isa dhugaa sana baruudhaaf, hubannaa akka nuuf kenne nuyi in beekna. Nuyi isa dhugaa sana keessa, ilma isaa Yesus Kristos keessas in jiraanna; Waaqayyo inni dhugaan, jireenyi bara baraas isa kana. "
(1 Yohannis 5: 20)
Jedhee waaqayyo nuuf Dubbateera.
Ameen!!

Jiirraam
04/12/2020

Jiirraam

20/10/2020

📖📖📖" Hafuurri Waaqayyoo hafuura keenyaa wajjin walii galee, ijoollee Waaqayyoo ta'uu keenya dhugaa in ba'a. " 📖📖📖📖
📖📖(Roomaa 8: 16)📖📖
🎤Hafuurri Waaqayyo Ragaa Jalqabaa Akka Nuti Ijoollee Waaqayyoo Taane Nuuf Himuu dha.
🎤Hafuura Waaqayyoon Walii galuun Waaqayyo Wajjin Walii galuudha.
🎤Hafuura Waaqayyo Keessa jiraachun Nagaa keessa jiraachudha,Nagaan Kiristoos waan ta'eef Kiristoos keessa jiraachuu jechuudha.
🎤Hafuurri Waaqayyoon Agarsiisaa ykn kompaasii kallattii jiraanyaa Kiristaanati.
🎤Hafuura Waaqayyoon kan Walii Gale Abdii Qabu bira Ga'uuf Ija jabina Qaba.
🕯🕯🕯Obboloota koo Hafuura Waaqayyoon Walii Gallee jiraachuu Akka dandeenya Ayyaanni isaa nu haa gargaaru🕯🕯🕯

Baga Guyyaa Hundeeffama Keessan Waggaa 1ffaan sin Ga'e.Kunoo Waggaa 1ffaa Isaanii Haala kanaan kabajatanii oolaniiru.
18/10/2020

Baga Guyyaa Hundeeffama Keessan Waggaa 1ffaan sin Ga'e.
Kunoo Waggaa 1ffaa Isaanii Haala kanaan kabajatanii oolaniiru.

18/10/2020

NAGAAN Gooftaa Keenyaa Isin Hundaaf Haa ta'u.Guyyaan kun Guyyaa Nagaa,Gammachuu,Cubbuu itti moo may ta nii qulqullummaan Galtan siniif haa ta'u.

Nagaan Gooftaa keenyaa Haala amma keessa jirtu kana keessatti siir haa dabalu.Ijoolle Har'a Waa'ee Garee AGAAPPEE fi hii...
15/04/2020

Nagaan Gooftaa keenyaa Haala amma keessa jirtu kana keessatti siir haa dabalu.
Ijoolle Har'a Waa'ee Garee AGAAPPEE fi hiikaaa AGAAPPEE Waa Muraasa sin Barsiisun Barbaada.
# Beektonni macaafq Qulqulluu Girikii durii tokko Akkas jechuun Jaalala Bakka 4'tti Qoodu.

1, Jaalala heros=fedhii foonif kan wal jaalatan
2, Agaappee=jaalala isa dhugaa
3, Istorigi=Jaalala firummaa
4, fiiloo=Jaalala hiriyaa
Kan keessaa Jaalalli inni AGAAPPEE kun Jaalala dhugaadha jechuun Kan kiristoos ittiin nuu Jaallateedha.Kanaafuu JAALALA AKKASUMAANII jechuudha.
AGAAPPEN.Hagaya.17/12/2011.e.c W.B.K.Gojo.lakk.1 keessatti kan hundaa'edha.Hojiin Garee kanaa inni Guddaan Jaalalaa fi Tokkummaa Bade Haaromsuu yoo ta'e,Guyyoota Ayyaana waggaa wantoota nama Barsiisan,Bashansiisaniin qophii guute kan qabuudha.
Kanaan Booda,Suura,video fi Barreeffamoota Adda Addaa Siniif kennee simirraa Barachuuf jira
Yeroo hundumaammoo Gareen kun Deeggarsa Addaa tokko sinirraa Barbaada.
Innis. , ,yoo yaadani jiraatemmoo Gochuu Don't forget.
BAAY'EE SIN JAALANNA NUUN OLITTIMMOO KIRISTOOSTU SIN JAALATA//////

Address

Ginci-Jeldu
Jeldu Gojo

Telephone

+251930476783

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jeldu AGAPE perspects posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category


Other TV Channels in Jeldu Gojo

Show All