Marro TV'S

Marro TV'S Wabii Ummataa

  on
16/04/2024

on

  baga jalabultii ayyaana iidalfixrii kanguyyaa arbaatin isingahe
08/04/2024

baga jalabultii ayyaana iidalfixrii kanguyyaa arbaatin isingahe

08/02/2024


Ramadan is coming soon
08/02/2024

Ramadan is coming soon

03/02/2024

Good night

Qormaanni jaraa baayyeeNutiis harka laannu Diinaafi gadhìn jannuJechufiis hin jiraannu
03/02/2024

Qormaanni jaraa baayyee
Nutiis harka laannu
Diinaafi gadhìn jannu
Jechufiis hin jiraannu

03/02/2024

A B jannee kaanaa

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 40 QOFAATU HAFE !!!••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••By: Dr. Ibsaa ...
30/01/2024

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 40 QOFAATU HAFE !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Dr. Ibsaa Dhugaa

Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.

Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture, akkas jechuun

1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan

2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.

Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.

Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu arkatu nu haa taasisuu.

Galatoomaa

22/11/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

14/11/2023

Share

07/11/2023

Share

20/05/2023
Osoo gootummaafi hayyummaan du’arraa nama oolchitee situ guyyaa har’aa oola😭😭😭😭😭Rabbiin nama jannataa sihaa godhu gootaa...
20/05/2023

Osoo gootummaafi hayyummaan du’arraa nama oolchitee situ guyyaa har’aa oola😭😭😭😭😭
Rabbiin nama jannataa sihaa godhu gootaafi hayyuu madaallii isaa jechaan hin safaramne😭

19/05/2023
Hin usinii falmadhuDhimma dhimma lubbuutiHarargeen jimaa dhiifnaanJinniin biyyaa nuyaaftiiJimaan jiruuf jireenyaUmmata H...
19/05/2023

Hin usinii falmadhu
Dhimma dhimma lubbuuti
Harargeen jimaa dhiifnaan
Jinniin biyyaa nuyaaftii
Jimaan jiruuf jireenya
Ummata Harargeeti
Roorroo jimaan nudhufteen
Qoosuun akkami taatii?

BOODDEEN ISA   DIIGAA TUREE DHUMARRATTI DIIGAMEE BARBADAAUUN ISAA HAFA HINQABU
19/05/2023

BOODDEEN ISA DIIGAA TUREE DHUMARRATTI DIIGAMEE BARBADAAUUN ISAA HAFA HINQABU

Rakkoo ummata Harargeetiif Sagalee tahuun sadarkaa jalqabaa irrati sheekkoota keenyatu argama galatoomaa jennaan # Hayyo...
19/05/2023

Rakkoo ummata Harargeetiif Sagalee tahuun sadarkaa jalqabaa irrati sheekkoota keenyatu argama galatoomaa jennaan
# Hayyoonni Oromoo maaliif calliftan
oromoo maalif callise
Oromoo maalifcallise
Mootummaa Kanneen dhalattoonni Harargee maalif callisan?

  dhaaba Oromooti malee Dhaaba olaantummaa Murna WallaggaatimitiGabrimmaafi waldhaba saba   durii hanga arraa kan bobeey...
06/03/2023

dhaaba Oromooti malee
Dhaaba olaantummaa Murna Wallaggaatimiti

Gabrimmaafi waldhaba saba durii hanga arraa kan bobeeysaa jiru ummata numalee namni hinjiru jedhu waantahanif

Sababni Badhoon Baaroo tumsaa ajjeese ofiis wareegeef shira lataa jaarraa abbaa gadaa ajjeesisuf xaxetu Gootota walgalaafachise

Sababni Ustaaz Kamal Heebotifi jaal galaafatefis olaantummaa barbaada warra wallaagati
Niin sobee oromoo ?
Jaarraan Duraan dubbatee dhalootaaf seenaa kaaee deeme

06/03/2023

dhaaba abbaa qabuudha Abboottiin dhaaba kana ilmaan
Aarsaa jaarraa abbaa gadaatifi Aarsaa elamoo qilxutin asgahee malee Dhaaba wallaggaan Meeshaagodhattee oromoo addaan itti cabsitu miti
Oromoon dubbiitana calliftani ilaaluu hinqabdan

19/02/2023

As wr wb arra Aanaa Dirree xayyaaraa Ganda misoomaa jura

20/01/2023

Yaa   nuf laaffiisii🙏Kun qormaata guddaa dhaloota kanaaf enyummaa isaanii ilmaa ilmoo isaaniitiif senaa tahe galmaawudha...
18/01/2023

Yaa nuf laaffiisii🙏Kun qormaata guddaa dhaloota kanaaf enyummaa isaanii ilmaa ilmoo isaaniitiif senaa tahe galmaawudha.Namnii hojiin manaa gurguddaan kun isa afatu yeroon mudhii hidhachun dirqama.Addunyaa gutu irra qophaa'aa wal dhageeysiisaa. Sh/Adem Tulaa🎯

  Akbar  Allaahu AkbarOduu gammachuu....namni kuni hordofaa Amantaa pheenxee turePaastar   kadiir jedhamanama yeroo hedd...
18/01/2023

Akbar Allaahu Akbar
Oduu gammachuu....

namni kuni hordofaa Amantaa pheenxee ture
Paastar kadiir jedhama
nama yeroo hedduu qur'aana sobsiisuun nabiyyii arrabsuun beekkamuudha
nama sa'aatii 24 amantaa islaamaa irratti qishnaa godhaa tureedha
Anaa fi namni kuni as dura gaaffii fi deebii waa'ee amantaa irraa gama toora fb kiyyaatiin sa'aatii 2 ol dabarsinee turre
Rabbii duraan itti qoosu saniiti amanee jira
Nabiyyii duraan arrabsu sanittis nabiyyii kiyya jedhee itti amanee jira
nama kanatu har'a Amantaa islaamaa qeebaluun obboleessa keenya ta'ee jira

Rabbiin sabaata isaaf kaa kennu

Duulli warana Saamicha lafaa irratti gageeysuuf mootummaan Bilginnaa Ummata Oromoo Aanaa Cinaksan irratti gaggeeysaa jir...
15/01/2023

Duulli warana Saamicha lafaa irratti gageeysuuf mootummaan Bilginnaa Ummata Oromoo Aanaa Cinaksan irratti gaggeeysaa jiru dhaabbachu qaba Lafa Oromooti ,Ona Afran qallooti Humna shiraatiin Naannoo Soomale jala akka galchan Namni hinbeeyne hinjiru Walumaa galatti Lola amma Bulchinsi Naannoo Soomalee Ummata Keenya Irratti bane kana hatattamaan dhaabsisuu dhabnaan Jigjigaa Dubbii walqixa gatii akka isin kafalchiisuuf jiraattu jara Murree isin beeysifna

Mootummaan biyya bulchaa jiru harka lafa jalaatiin ummata Nagayaan wajjiin jiraatu kan Bishaan tokkotti waliin fayyadamu sababa umrii aangoo dheerefachutiif jechaa walirratti bobbasuun Salphina guddaadha .Jiraattoota Aanaa Tokkoo irratti Loltoota Bulchiinsa Naannoo Somalee Hidhannoo Ammayyatiin Ummata nagayaa Manatti ajjeesuun ammoo Diinummaa guddaadha

Ummanni Oromoo Dammaqiinsa cimaadhaan Akkuma cinaksan tanatti Osoo Falmachaa jiraatani ammoo Bilisummaan Dhihoodha Jaarsoon Lafa ishii guyyaa tokkotti bilisoomsu akka dandeeysu argaa jiraasi aggarree jirraasi Mootumma biyya bulchuutu yeroo isaan ofkabachiisan Bulchiinsa Naannoo Somaleetif dahoo tahee ummata keenya Laamsheeysa jira
SAAMICHI UMMATA KEENYARRA DHAABBACHU QABA

Address

Oromiya
Jeldu Gojo
251

Telephone

+251915747545

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Marro TV'S posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Marro TV'S:

Videos

Share

Category


Other TV Channels in Jeldu Gojo

Show All

You may also like