Yusuf Harun

Yusuf Harun Badhaadhina Hundagaleessa Mirkaneessuuf Nageenya Naannoo Keenyaa Eeguun Murteessaa Dha!! Yusuf Harun(Obsaa Page)

18/06/2024
18/06/2024
18/06/2024
18/06/2024
18/06/2024


"Hiyyummaa seenaa gochuuf adeemsa kanaan duraa keessaa bahuun hojii qonnaa ariitii,baay'inaa fi qulqullinaan,Hojachuun,"Hirkatummarraa gara Oomishtummaa jijjiruuf bu'aan Abdachiisaan mull'ata jira.
__________
Harargee Bahaa Aanaa Baabileetti Kilsaastara Loowzii hojirra olchuuf,Tarkaanfileen addaa damee qonnaatiin eegalaman aadaa hojii jijjiiruu keessattis gahee ol aanaa taphataa kan jiran yemmuu ta’u, guddina diinagdee fi imala badhaadhina maatii galmaan gahuu keessattis gahee ol’aanaa taphachaa jiru.

Imala gara Badhaadhinaatti gadhamu keessatti, horsiisee bulaan gahee irraa eegamu akka bahatuuf tarsiimoo misoomaa qonnaa hojiirra oolaa jiraniin bu'aan jajjabeessaan argamaa jira.

18/06/2024
18/06/2024
18/06/2024
This is the diplomatic result of Prosperity Party.
18/06/2024

This is the diplomatic result of Prosperity Party.

Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf Itti fufiinsaan hojjechaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Dandeettii fi Siyaasa...
18/06/2024

Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf Itti fufiinsaan hojjechaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Dandeettii fi Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Sammaa Xirunaan ibsan.

Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu fooramii paartilee siyaasaa Idil Addunyaa Raashiyaa Vilaadivostookitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaataa jira.

Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf haala Itti fufiinsaan qabuun hojjechaa jiraachuu Dooktar Sammaa Xirunaan fooramicharratti haasawa taasiisaniin.

Biyyoota Afrikaa rakkoon nageenyaa mudate hunda keessatti rakkicha furuuf Itiyoophiyaan qooda olaanaa bahachaa turuu fi ammas bahachaa jiraachuu himaniiru.

Mootummaan Raashiyaa waayita rakkoo hunda Itiyoophiyaaf tumsa taasiisaa tureef galateeffataniiru.

Biyyoonni miseensa BRICS nageenya isaaniif tumsaan akka hojjetan amantaa qabaachuu kaasaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa hiyyummaa fi duubatti hafummaa maksuuf xiyyeeffannoo addaan hojjechaa jiraachuu dubbatan.

18/06/2024
"Milkaa'inni egeree keenyaa horata kaleessaafi hojii keenya har'aarratti hundaa'a. Daandiin kun uumama biraatiin olitti ...
18/06/2024

"Milkaa'inni egeree keenyaa horata kaleessaafi hojii keenya har'aarratti hundaa'a. Daandiin kun uumama biraatiin olitti dhala namaatiif caalchisee hojjeta. Sababinimmoo, namoonni sammuu ittiin yaadan kan qabanidha." Daandii Ida'amuu.

18/06/2024
🩵❤️🩵Follow me
18/06/2024

🩵❤️🩵
Follow me

18/06/2024
18/06/2024

Address

Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yusuf Harun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yusuf Harun:

Share