Qubee Generation Media

Qubee Generation Media Dhalootni qubee dhaloota bilisummaa hawwu fi bilisummaa argachuuf qabsaa'u fi wareegamaa guddaa kanfalaa jiruu dha. Hawwiin koos bilisummaa dha.

02/12/2023
29/07/2021

#ማህደር #ሀሮት Ubuntu (ኡቡንቱ) በቅርብ ቀን ስራ የሚጀምር መቀመጫውን አዲስ አበባ ያደረገ፣ በአፍሪካ ቀንድ ጉዳዮች ላይ የሚያተኩር የበይነመረብ መ...

23/07/2021
19/07/2021
14/07/2021
19/06/2021

ሀሮምሳ ፊንፊኔ ማህበርን እንታደግ‼️

አንድ ትግል ከስሜታዊነት ባለፈ የራሱ አደረጃጀት ያስፈልገዋል። አደረጃጀት ሲባል ህጋዊ ማዕቀፍ ያለው ..አባላትን በዙሪያው ያሰባሰበ ..መዋቅሮችን የዘረጋ ማህበር (Civic Society) ማለት ነው። ያልተጠና አንድ ሺ ግርግሮችን ከመፍጠር ይልቅ አንድ ማህበር የሚሰራው ስራዎች እጅጉን የተሻለ ነው። ሀሮምሳ ፊንፊኔ ማህበር መቀመጫውን በመሀል ከተማ ሸገር አድርጎ ... የኦሮሞ ባህል ቋንቋ ትውፊት እንዲያድግ እንዲስፋፋ እንዲጠነክር ማንነቱን የሚያውቅ ትውልድ እንዲፈጠር የሚሰራ ... ማህበራዊ መስተጋብሮች እንዲጠነክር ... በሀዘንና በደስታ በበዓላት ቤተሰባዊ የማህበረሰቡ ትስስር እንዲጠነክር የሚያግዝ ... በአጠቃላይ በማህበራዊና ኢኮኖሚያዊ ጉዳዮች ላይ ሰፊ እንቅስቃሴን የሚያደርግ ማህበር ነው።

በአንድ ወቅት ጀዋር መሀመድ ከኦሮሞ አርቲስቶች ጋር በነበረው ቆይታ ከመድረኩ ጥያቄ ቀረበለት .."ለምን አንተ የኦሮሞ አርቲስቶችን ለማደራጀት እንቅስቃሴ አታደርግ" ..የሚል ነበር። ጀዋር መሀመድም ..."ለሁሉም ነገር ለምን እኔን ወይም ሌላ ሰው እንዲያደርግ ትጠብቃላችሁ ...ይህንን እኮ እራሳችሁ መስራት ማደራጀት ትችላላችሁ። አቅም እያላችሁ የሆነ ሰው ግዴታ መመሪያ እስኪሰጣችሁ አትጠብቁ ..እራሳችሁን በራሳችሁ አደራጁ" ..ነበር ያላቸው። (ንግግሩ ቃል በቃል አይደለም)። ጀዋር መሀመድ እውነቱን ነው ... አንድ ነገር ለመስራት አቅሙም ገንዘቡም እውቀቱም እያለ ለምን አንድ ሰው ብቻ እንዲመራው ወይም እንዲያደርገው ይጠበቃል።

ሀሮምሳ ፊንፊኔ ከተመሰረተ አመት እንኳን ሳይሞላው ብዙ ስራዎችን የሰራና እየሰራ የሚገኝ ማህበር ነበር። ከአባላት በወር 20 ብር ብቻ በሚደረግ መዋጮ ማህበሩ የሚታዩ ስራዎችን እየከወነ ነበር። አሁን ግን ይህ ማህበር ከአቅም ማነስ ምክንያት የቢሮውን የቤት ኪራይ መክፈል አቅቶት ሊዘጋ ነው። በመሀል ፊንፊኔ ሚሊየን የኦሮሞ ተወላጆች ባሉበት ከተማ ማህበሩ ድጋፍና አባላትን አጥቶ ከመፍረስ መድረሱ እጅጉን ያሳምማል። ትግል ሲባል በስሜት የሚደረግ ብቻ አይደለም። ማህበራዊ እንቅስቃሴዎች በስሜት ብቻ ከሚሄዱ ትግሎች እጅጉኑ ይሻላል።

ሀሮምሳ ፊንፊኔ አራት ኪሎ ብርሃንና ሰላም ማተሚያ ፊት ለፊት በሚገኘው ድንቅ ስራ ህንፃ ስምንተኛ ፎቅ ላይ ይገኛል። የማህበሩ አባል ለመሆን የአባልነት መመዝገቢያ መቶ ብር ለመተዋወቂያ አስር ብር ..የአባልነት ክፍያ ሃያ ብር በድምሩ 130 ብር በመክፈል አባል መሆን ብሎም የማህበሩን እንቅስቃሴ መደገፍ ይቻላል። የሚሰራቸውን ስራዎችንም በተግባር መጥቶ መከታተል ይቻላል።

ለበለጠ መረጃ በስልክ ቁጥር ...0911710284 /
0911510348/ 0911094861 በመደወል ስለማህበሩ መረጃዎችን ማግኘት ትችላላችሁ።

Freedom Bin Equality

17/06/2021

የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ሁለት አፍጋኒስታዊያንን በቁጥጥር ስር ማዋሉን ገለጸ

የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምእራብ ኦሮሚያ ሙን ሮክ የተባለ የማእድንና እምነበረድ የማውጣት ስራ ላይ የተሰማራ ድርጅት ሰራተኛ የሆኑ ሁለት አፍጋኒስታዊያንን በቁጥጥር ስር ማዋሉን ገለጸ።
በቁጥጥር ስር የዋሉት አፍጋኒስታዊያን ስም ሰይድ ሀሺም እና ሰይድ አቡበከር የሚባል ሲሆን በመልካም ጤንነት ላይ እንደሚገኙ ተነግሯል።

የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ባወጣው መግለጫ "ከዚህ በፊት እንዳሳወቅነው ህዝባችንን ዋጋ በሚያስከፍለው መንገድ የሚደረግን በመንግስት የተፈቀደ የተፈጥሮ ሀብትን ብዝበዛብ አንፈቅድም" ብሏል።

በተለይ በማእድን ማውጣት ስራ ላይ የተሰማሩ ድርጅቶች ስራቸው በአካባቢው ላይም ሆነ በአካባቢው ነዋሪ ጤና ላይ የሚያስከትለውን የጤና ጉዳት ዘንግተዋል ያለው መግለጫው በህዝቡ ዘንድ ቅቡልነት ያለው መንግስት ተመስርቶ የስራ ዘርፉ ተገቢው ማሻሻይ እስኪደረግበት ድረስ በኦሮሚያ የሚደረገውን የማእድን ማውጣት ስራ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ማስቆሙን እንደሚቀጥል ገልጿል።

05/06/2021

Eritrean Army is terrorising and brutally persecuting civilians in Borena Zone of Oromia.

According to the information received today from local residents, Eritrea Army and Ethiopian Defence Force in collaboration are carrying out brutal atrocities on civilians in three woredas of Borena zone including Liban, Gumii Eeldallo and Negelle towns.

According to the testimony we received from the residents in the area, yesterday (June 4, 2021), a large number of Eritrean Soldiers in Ethiopian Defence Force uniforms arrived by helicopters in Liban district of Borena in the early morning and invaded the city and surrounding areas. The residents told us that these soldiers cannot speak Oromo language at all and only few of them could speak broken Amharic.

Immediately they arrived, these foreign troops started harassing herders and other civilians in the region and also deployed to other nearby cities of Eldello and Negelle Borena for the same atrocities. They are confiscating individual mobile phones, cash and looting private belongings from local civilians.

It is to remembered that last week the same atrocities were undertaken on civilians in western Oromia region of Abay Chomen by Eritrean soldiers.

We would you like to inform the Oromia and Benishangul-Gumuz citizens that these evil acts of foreign Eritrean soldiers is increasing from time to time and the Ethiopian ruling group and Eritrean regime are planning to undertake full scale war in these regions and would advise you to organise and defend yourselves.

We also would like to inform the international community that the continued involvement of Eritrean forces and redeployment of these forces from the Tigray for operation in Oromia and Benishangul regions are serious security threat and catastrophic move to the peace and security in the region.

We appeal to International community, AU and UN bodies to denounce Eritrean involvement in Ethiopia internal affairs and give serious attention to this matter as it is causing imminent danger to civilians and will cause the loss of thousands of civilian lives in these areas.

05/06/2021

Waraanni Eertiraa Godina Booranaa keessatti Jirattota irraan miidhaa qaqqabsiisaa jiru.

Akka jiraattotni nuuf himanitti Waraanni Eertiraa fi Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) Godina Booranaa Liibaniitti ummata hiraarsa jiraachuu isaanii himaniiru.

Godina Booranaa aanaa Liiban, Gumii Eeldalloo fi magaalaa Nageellee Booranaatti waraanni Ertiraa fi RIB waxabajji 4/2021 ganama Elekoptoraan dhufanii , Booranaa Liiban weeraraa jiraachuu isaanii kan nuuf himan jiraattotni naannoo ti. Akka ummatni ragaa bahanitti humni kuni uffata RIB uffatanii afaan Oromoo hin beekan, Amaariffas nama tokko tokkotu keessaa jecha tokko dandaha jedhan. Humni kuni yeroo ammaan tana hawaasaa horsiisee bultootaa fi Ummata sivilii ta’an hunda hiraarsaa akka jiranii dha.

Waraanni Eritrea kunneen jalqaba Helekoptaraan Aanaa Liiban haa qubatan malee yeroo ammaa aanaa Gumii Eldalloo fi bulchinsa Magaalaa Nagellee keessas socho'aa ummata dararaa akka jiran jiraattotni nuuf himaniiru.

Akka jiraattotni jedhanitti waraanni Eritrea kunneen bilbila harkaa nama qabanii irraa saama akka jiranii fi qarshii irraa fudhachaa akka jiran nuuf himaniiru.

Akkuma yaadatamu torban darbe keessaa waraanni Eritrea Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Abbaay Coomman keessatti ummata irratti saamichaa fi reebicha geggeessaa jiraachuu hubachiisuu keenya qofa utuu hin taane BBC Afaan Oromoos jiraattota naannoo wabeeffachuudgan gabaasuun ni yaadatama.

Lammilee Oromiyaa fi Benishangul- Gumuz hubachiisuu kan feenu humni Shororkessaa Eritiraa kuni itti fufinsaan yeroorraa gara yerootti Oromiyaa fi Benishangul-Gumuz keessatti babal’achaa dhufuu isaa qofa utuu hin taane naannoolee kanarratti Lola bal’inaan geggeessuuf qophiitti akka jiranii dha. Kanaaf ummatni wal ijaaruudhaan akka of ittiftan hubachiifna.

Akkasumas ummatni adunyaa, Gamtaa Afrikaa (AU) fi Mootummoota Gamtoonan (UN bodies) Humni Eritiraa kuni Gara Tigray irraa gara Oromiyaa fi Benishangul-Gumuzitti duuluun nageenya biyya kanaaf sodaachisaa qofa utuu hin taane tasgabbii naannoof balaa guddaa ta’uu isaa ti. Gochaaleen kuni jireenya sivilii fi lubbuu kumaatamaarra balaa guddaa irra geessisa.

Kanaaf ummatni adunyaa akka balaaleffatanii fi tarkaanfii feesisu fudhatan gaafanna.

31/05/2021
19/05/2021

***Hanga har'aatti waa'ee hidhamuu hogganoota KFO irraa qabee waan irratti adeemaa jiru kan qindeessine****

Keelloo: Caamsaa 19, 2021

Manni murtii walii gala Federaalaa ragaa golgaa duubaa abbaan alangaa akka dhiyaaffatu murteesse

Himati obbo Jawaar Mohaammad'f waayillan isaa hanga ammaa xumura hinargatin kan jiru, dhaddacha har'aatiin abbaan alangaa ragaa golgaa duubaaf dhaddacha cufaa irratti raagaa akka dhiyaaffatu manni murtii ajaja dabarsuun isaa eerame.

Dhimmi isaanii mana murtii walii gala Federaalaatti ilaalamaa kan jiru yoo ta'u kunis manni murtii olaanaa federaalaa ramaddii Lidataa ragaa golgaa duubaa hinfudhadhu erga jedheen booda ol iyyaannoon irratti dhiyaate.

Dhaddacha guyyaa har'aa ooleen manni murtii murtee kennee jira. Murtiin kunis ragaa abbaan alangaa golgaa duuba teesisee eenyummaa raagolee dhoksee kennisiisuuf gaafate ayyameef. Akka abbaan alangaa ragaa golgaa duubaa dhiyeeffatus ajaja dabarseera.

Ragaan golgaa duubaa kun kanaan dura mana murtii federaala ramaddii lidataatti fudhatama dhaban illee murtii har'aa kana irraa kan hubatame ragaan golgaa duubaa akka dhiiyeeffamuu danda'udha.

Abbaan alangaa obbo Jaawariif waayillan isaa namoota 24 irratti ragoolee 146 akka qabu himee ture.

Habukaatoon hidhamtoota siyaasaa garuu gama isaaniin manni murtii abbaa alangaaf carraa madaalaawaa hintaane kenneera jechuun komii dhiyeessan.

Waa'ee hogganoota kanaa baatilee darban kan gabaafne

Dhaddacha mana murtii Amajji 12,2021 oole irratti "Rakkoon nageenyaa kan nurra gahu yoo ta'e gaafatamaan mootummaa fi dhaddacha mana murtii kana" jechuun yaada kan kennatan hogganoota KFO ilaalchisee, imala mana hiraarsaa kan guyyaa qabaman irraa ka'uun waan hubachuun feesisu akka gadiitti isinii taliilessinee jirra.

Ganna darbe ture. Waxabajji 29, 2020 galgala ajjeefamuun artist Jaallatamaa Oromoo Hacaaluu Hundeessaa himame. Uummati Oromoo bahaa dhihaa, kaabaa Kibbaa dhimma ajjeefamuu Hacaaluu kana gadda itti dhagaa'ame warraaqsa jabaan ibsate. Hacaaluun Ajjeefamee bulee ganama isaatii ammoo fincilli bakka maraa dhohe.

Du'a wellisaa Oromoo kanaa booda, Hospitaala Paahulos cinatti uummati lakkoofsi isaa tilmaamaan gara miliyoonaatti dhaqu reeffa Hacaaluu simachuuf bobba'e.

Kun ammoo reeffa Hacaaluu Hospitaalatti qoratamuuf ergamuu isaa erga baramee booda ture. Halkan sana guutummaatti magaalaa Finfinnee uummata Oromoo baadiyyaaf magaalaalee irraa walitti bahee dhuunfate. Haalli sochii dargaggoota bakka sanatti argamaniis miira xiiqii fi kaan ammoo gaddi guddaan kan irraa dhagaa'amu ture.

Ganama barii isaa jechuun Waxabajji 30,2020 reeffi Hacaaluu Hundeessaa hopitaalaa akka bahu taasifame. Reeffi Hacaaluu hospitaalaa erga baheen booda, yaadni lama dhimma awwaalcha isaa irratti wal dura akka dhaabbataa ture dubbatama.

Yaadichis "Ambotti haa awwaalamuu fi Finfinneetti haa awwaalamu" kan jedhudha. Qaamoleen mootummaa reeffi Hacaaluu hatattamaan akka gara Amboo deemee awwaalamu taasisan jedhama. Uummati simannaa reeffa Wellisaa kanaaf bahe ammoo tasumaa Hacaaluun gara Ambootti akka hinawwalamne, Finfinneef utuu falmuu akka du'etti Finfinneetti haa awwaalamu kan jedhu ture.

Du'a ga'ii lafa awwaalcha Wellisaa kanaatti hoggana KFO olaanaa obbo Baqqalaa Garbaa fi rogeessi miidiyaa miseensa KFO ta'e Jaawar Mohaammad akka nama tokkootti irratti argamuutu himama.

Kana gidduutti jeequmsi Eegdotaaf obbo Jaawar Mohaammad irrattii akkasuma Obbo Baqqalaa Garbaa irratti qaamolee hidhatan humna mootummaan eegale.

Haala kana keessatti Waxabajji 30,2021 Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Jawaar Mohaammad hidhaman. Wayiita hidhaman sanatti "reeffa hatan, jeequmsa uuman" maqaa jedhuun himataman.

Tajaajilli interneetaas guutummaa Itoophiyaa irraa adda cite.

Hidhamanii guyyaa sadii booda Adoolessa 2, 2020 mana murtii Federaalaa magaalaa Finfinnee naannoo Goorgisii jedhamutti dhiyaatan.

Itti fufuudhaan Hagayyaa 6,2020's Sadarkaa Duraa dhaddacha Lidataatti dhiyaatan. Namooti guyyaa kana dhaddacha irratti Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Jaawaar Mohaammad waliin dhiyaatan:

3. Haamzaa Booranaa
4. Shamsaddin Xahaa
5. Mellesee Dirribsaa
6. Daawit Abdataa
7. Yaalamworq Asaffaa
8. Geetuu Tarrafaa
9. Bashir Huseen
10. Taammiraat Huseen
11. Sabbooqaa Qaaqoo
12. Kennee Duumechaa Bayii
13. Boggaalee Dirribsaa
14. Boonaa Tibilee yoo ta'an obbo Baqqalaa Garbaaf Obbo Jaawar Mohaammad waliin nama kudha afura ta'an irratti galmeen qorannoo duraa jedhamu bakka tokkotti irratti baname.

Dhaddacha mana murtii guyyaa Hagayya 6,2020 kana Obbo Jaawar Mohaammad dabalatee kaan isaanii osoo hinbeekin dhiyaachuu fi dhaddacha irratti guyyaa kana haasaa dhorkamuu isaaniis Habukaatoon isaaniif dhaabbate tibba san miidiyaaf ibsaa tureera

Hoggana KFO keessaa tokko kan ta'an Obbo Baqqalaa Garbaa fi Jaawar Mohaammad dabalatee hogganootiin KFO kanneen akka Obbo Dajanee Xafaas tibbuma sana kan hidhaman hanga har'aa mana hiraarsaa hinbahin jiru.

Miidiyaaleen hawaasaa baatilee darban keessa ragaan dhoksaa utuu fuula hinagarsiisin irratti bahamuuf akka ture ibsaa tureera.

Dhaddacha darbe kan guyyaa Amajji 12,2021 ture irratti; Obbo Jawaar Mahaammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee himatamtootni 21 mana murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti dhiyaatanii turan.

Itoophiyaa keessatti Loogummaa miidiyaan wal qabsiisanii guyyaa sana dhaddacha irratti yaada kan kennan hoggana KFO keessaa tokko kan ta'an Obbo Dajanee Xaafaa miidiyaalen oolmaa dhaddachaa bifa sirrii ta'een akka gabaasan gaafatanii jiru.

Obbo Baqqalaa Garbaa dhaddacha gaafa saniin nageenya isaaniif yaaddoo qaban ibsatanii, rakkoon kan irra gahu yoo ta'e gaafatamaan mootummaa fi dhaddacha mana murtii sana ta'uu dubbatan.

Gama kaaniin yaaduma Obbo Baqqalaa dhaddacha sana kan gabbisu "waa tokko yoo nurra gahe fi sababa isaatin biyyattiirratti rakkoon yoo gahe shanee, shaabiyaa, jedhanii sababa eerun hin ta'u. Kan itti gaafatamu isin abbootii seeraafi mootummaadha" jechuun dhadacha gaafa san oole irratti Obbo Jawar Mohaammad dubbatan.

Jechi Abukaatotaa guyyaa sanaa jechuun Amajji 12,2021 "Olaantummaa seeraa mirkaneessuu, himatamtootaaf haqa kennuufi miidhamtootni akka kiisaman yoo yaadame dhimmichi saffisaan ilaallamuu akka qabu" eeranii beellamni akka gabaabbatus gaafatan jedhan.

Kanaanis guyyaa har'aa Amajji 22,2021 tti beellamni isaanii qabame. Olmaa dhaddacha har'aan ammoo, dabalataan beellamni guyyaa shanii qabamuu isaa gabaafamaa jira.

Dhaddacha har'aatiin himatni hogganoota KFO kun akka adda citu murtaa'uu isaas qulqulleeffannee jirra.

Kunis himatawwan 10 namoota galmee obbo Baqqalaa fi obbo Jawaar Mahaammad jalatti himatan 24 irratti dhiyaatan keessaa jaha akka adda citudha manni murtii kan murteesse.

Dhimma kana Keelloon akka mirkaneeffatetti himatawwan 6 adda akka citan taasifaman namoota 12 irratti labsii bulchiinsa fi to'annoo meeshaa waraanaa 1177/2012 bu'uura godhachuunidha.

Kanaan dura manni murtichaa dhaddacha amma dura Amajjii 12,2021 ooleen abbaan alangaa himatawwan garaa garaa akka fooyyessee dhiyeessu ajaja kennee ture. Abbaan Alangaas himatawwan biroo fooyyessusaa ibsee garuu; "himatawwan lakkoofsa 5 hanga 10 jiran kan labsii bulchiinsa fi to'annoo meeshaa waraanaa 1177/2012 bu'uura godhachuun banaman fooyyessuu akka hin barbaadne" iyyate

Yaada abbaa alangaa kana irratti manni murtichaas daangaan yeroo yakkichi itti raawwatameera jedhamee yeroo ce'umsaa kaa'ame waan ta'ef dhimmichi labsii kana jalatti ilaalamuu akka hin dandeenye murteessuudhaan himataawwan labsii olitti eerre bu'uura godhachuun hogganoota KFO kana irratti banaman mara manni murtichaa akka adda citu ajaja dabarse.

Himata haqamaniin ala himati tokkoffaa hanga afraffaa jiran seera yakkaa bara 1996 bahe, labsii yakka shororkeessummaa ittisuu fi to'achuuf bahe 1176/2012 fi labsii burjaajjii telekoomii lakkoofsa 761/2004 kan ilaallatan ta'uu mirkaneeffanne.

Himata obbo Baqqalaa Garbaa fi obbo Jaawar Mohaammad dabalatee namoota 24 irratti baname kana keessatti jechi "Shanee" jedhu eeramee akka jiru ibsuudhaan, manni murtii dhaddacha har'a ooleen jechi shanee jedhu nama dhuunfaamoo garee bakka akka bu'u abbaan alangaa ibsa akka itti laatu gaafatee jira. Abbaan alangaas Shanee jechuun garee kan bakka bu'u ta'uu ibseera.

Hogganooti KFO obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Dajanee Xaafaa akkasuma obbo Jaawar Mohaammad dhaddacha har'a ooleen yakka kan hinqabne ta'uu dubbatanii, filannoon irratti akka hinirmaanneef hidhamuu isaanii ibsatan.

Yoo filannoo bara kanaa irraa hirmaatee qooda fudhate biyyaaf illee gaarii akka ta'e Jaawar dhaddacha har'aa irratti dubbateera.

Haala kanaan manni murtichaas yaada himatamtootaa fi yaada abukaatoowwanii fudhachuun Amajjii 27,2021 tti guyyaa shan fuuldura keenya jiran booda beellama qabatee jira.

Kanaan dura Keelloo Miidiyaan dhimma ajjeechaa Hacaaluu Hundeessaa irratti dokimantarii hojjeteen, Xilahuun Yaamii ragaa sobaa akka hogganoota KFO fi Qondaalota ABO irratti bahu maqaa dhahanii qaamoleen mootummaa gidirsaa akka ture hime. Yaada Xilayee Yaamii kenne sanaan obbo Jaawar Mohaammad maallaqaan akkan ajjeesu godhe jedhii ragaa bahi maallaqa sii laanna, biyya alaas si baafna jechaanii akka turan hime. Suur-sagalee Xilayee Yaamii Keelloo Miidiyaa irratti dubbate sana keessatti maqaan Koloneel Gammachuu Ayyaanaa illee caqafamuun nii yaadatama.

Suuraa: miidiyaa hawaasaa irraa

12/05/2021
11/05/2021

***Gochi suukessaan Dambidoolloo keessatti raawwatu cimee itti fufe***

Keelloo: Caamsaa 11,2021

Guyyaa har'aa Dambidoolloo magaalaa walakkaatti, bakka addababayiitti dargaggoo Amaanu'eel Wandummuu jedhamu qaamoleen mootummaa haala suuraan mul'atu kanaan Shugguxii morma isaatti rarraasuun Abbaa torbee qabanne jechuun rasaasaa itti roobsanii ajjeesuutu himame.

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubee Generation Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qubee Generation Media:

Videos

Share