Qeerroo Tube

Qeerroo Tube Connect with Qeerroo Tube page kenya kana share godha.
(1)

 ✍️█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃╰█▓▒░M░E░▒▓█
01/02/2024

✍️
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃╰█▓▒░M░E░▒▓█

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓              ┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏┊┊┊╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃  ╰█▓▒░M░E░▒▓█
01/02/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏┊┊┊
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
╰█▓▒░M░E░▒▓█

29/10/2023
19/05/2023

“If a man knows more than others, he becomes lonely.”
— Carl Jung

11/05/2023

Piriimer Liigii Ingiliiz bara kanaa dhumaa jiraatus ammallee eenyu akka mo’atu %100 hinuun hin danda’amu
Taphoota waliigalaa 38 keessaa 34 taphatee Maanchester Siitiin amma qabxii 82 guurratee tokkoffaarra jira.
Yeroo dheeraaf Piriimer Liigii dursaa kan ture Arsenaal ammoo taphoota 35 taphatee sadii qofti isa hafee qabxii 81 walitti qabatee lamaffaarra jira.
Kilaboonni 1-4 keessa galan jedhaman keessaa Niwukasil, Maacnhester Yunaayitid, fi Liiverpuul ammallee sirriitti adda hin bane.
Kana jechuun ammallee tophoonni hafan murteessoo ta’u jechuudha.
Taphoonni hafan ammoo kana fakkaatu:
Arsenal: Biraayiten, Notingham forest, fi Wolvis waliin isa hafa
Maan Siitii: Everten, Chelsii, Biraayiten fi Birentford waliin isa hafa
Maan Yunaayitid: Wolviz, Bornimaawoz, Chelsii, fi Fulhaam waliin isa hafa
Niwu Kasl: Liids, Biraayiyten, Leester Siitii fi Chelsii waliin isa hafa.

Eenyu shaampiyoonaa ta’a?
Eenyu ammoo 1-4 keessa gala?
Mee tarreessaa.
Yeroo taphni bara kanaa jalqabamutti abbaa mo'atuufi 1-4 keessa gale tilmaamameera.
Dubbifadhaa ⬇️⬇️
https://bbc.in/3M6Tplu

11/05/2023

Coming soon shukri jamal

11/05/2023

Afrikaan Kibbaa Raashiyaaf meeshaa waraanaa kennite jedha dippilomaatiin Ameerikaa
************************
Afriikaan Kibbaa waraana Raashiyaan Yukireen keessatti lolaa jirtu keessatti kan hin loogne ta'uu dubbattus, Muddee darbe Raashiyaadhaaf meeshaa waraanaa fi rasaasa dhiyeessite jechuun Ameerikaan himattee jirti jechuun gaazexoonni Afrikaa Kibbaa gabaasaa jiru.

Gaazexeessitoota Afrikaa Kibbaaf ibsa kennaniin, Piritooriyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa Ruuben Birgeeti meeshaan waraanaa kun doonii Raashiyaa buufata waraana galaanaa Siimoon Taawun keessatti argamutti buufata doonii irratti fe’amee ture jedhan.

Afrikaan Kibbaa Raashiyaaf rasaasa akka dhiyeessitu odeeffannoon basaasaa Ameerikaa kunin sirrii akka ta’e ambaasaaddarri kunin dubbate.

Afriikaan Kibbaa himannaa kana ilaalchisee hanga ammaatti ifatti yaada hin kennine.

Himannaa ambaasaaddarichaa irratti gaafii mormitoonni paarlaamaa keessatti gaaftan kan deebisan pirezidaant Siiriil Raamaafoosaan ''dhimmichi ilaalamaa jira'' jedhe.

Suuraa: Getty Images
https://bbc.in/3NXcg40

She will smile if you like her.
05/05/2023

She will smile if you like her.

10/02/2023

ለክቡራን ደንበኞቻን በሙሉ
****************
ሰሞኑን ከኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ሐይማኖት ጋር ተያይዞ በተፈጠረው ችግርና ቅዱስ ሲኖዶሱ በፆመ ነነዌ ለእምነቱ ተከታዮች ባስተላለፈው የፆምና ፀሎት ፕሮግራም ላይ ሊከተሉ ከሚገባው የአለባበስ ስርዓት ጋር ተያይዞ ባንካችንን በማይገልፅ መልኩ በጥቂት ግለሰቦችና ቡድኖች የባንኩን ስም የማጠልሸትና በህብረተሰቡ ዘንድ አላስፈላጊ ውዥንብርና የተሳሳተ አመለካከት ለመፍጠር እንቅስቃሴ እየተደረገ መሆኑን ተረድተናል፡፡
ሁላችሁም እንደምትገነዘቡት አዋሽ ባንክ ከማንኛውም ሐይማኖታዊና ፖለቲካዊ ጣልቃ ገብነት የፀዳ ሁሉንም የህብረተሰብ ክፍሎች ዘር፣ ቀለምና ሐይማኖት እንዲሁም የፖለቲካ አቋሙንና አመለካከቱን ሳይለይ የባንክ አገልግሎት የሚሰጥና የሁሉም ሕብረተሰብ የሆነ አንጋፋና መሪ የግል ባንክ ነው፡፡ለዚህ አገልግሎቱም በመላው የአገሪቱ ህዝቦች የተመሰከለረት መልካም ስምና ዝና ያለው ባንክ መሆኑ እሙን ነው፡፡
ስለሆነም በባንኩ ውስጥ የሚሰራ ማንኛውም ሰራተኛ ከከፍተኛ የስራ ኃላፊዎች እስከ ታችኛው የስራ መደብ ያሉት የራሳቸውን የግል አመለካከት፣ ሐይማኖታዊና ፖለቲካዊ አቋም ያላቸው እንደመሆኑ መጠን የማንንም መብት የማይነካና ጣልቃ የማይገባ መሆኑን እንገልፃለን፡፡
በመሆኑም ሰሞኑን የኦርቶዶክስ ተዋህዶ ሐይማኖት ተከታይ ሰራተኞቹ ጥቁር ልብስ እንዳይለብሱ ከልክሏል፣ የለበሱትንም ከስራቸው አባሯል ተብሎ የተነዛው መሰረተ ቢስ ወሬ ከእውነት የራቀ፣ በፍፁም አዋሽን የማይመለከት መሆኑን ለክቡራን ደንበኞቻችንና ለመላው ህዝባችን በትህትና ማሳወቅ እንፈልጋለን፡፡ ስለዚህ በእነዚህ ጥቂት ግለሰቦች ለወዲፊቱም ተመሳሳይ አሉባልታዎች ቢነዙም አዋሽን የማይመለከት መሆኑን እየገለፅን የባንኩን ስም በማጠልሸት ተግባር ላይ የተሳተፉትን በህግ የምንጠይቅ መሆኑንም በዚሁ አጋጣሚ ለማሳወቅ እንወዳለን፡፡
አዋሽ ባንክ

10/02/2023

Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa hiriira Dilbata dhufaaf waamte akka irraa hin ooluu yoo himtu, mootummaan ammoo nageenya lammiilee mirkanneessuuf takaanfii seera kabachiisuu cimaa ta'e keessa kan galu ta'u ''asumaan achii beeksiisuun barbabaada'' jedhe.
Manni amantaa Ortodoksii Tewaahidoo Itoophiyaa hiriira nagaa ALI Guraandhala 5 bara 2015tti waamte, dhorkaa mootummaan dabarse bira darbuun gaggeesuf qophii tahuu ibsa baafteen dhaadatte.
Mootummaan gamasaatiin ''Dhimmichi kan sarara diimaa bira darbe ta'ee waan argateef hiriirri nagaa 'hiriira haarsaa jedhu waan hin jirreef tasgabbii biyyaaleessaa uumuufi nageenya lammiilee mirkanneessuuf jecha mootummaan tarkaanfii seera kabachiisuu cimaa keessa kan seenu ta'uu beeksiisa'' jechuun akeekkachise.
Guutummaansaa kunooti 👇👇
https://bbc.in/3IeHdgY

10/02/2023

Waan baay’ee jechaa turan
Diinonni keenya halaalaa
Amantaa dahoo godhatanii
Maqaa keenya nu faalaa

Eenyummaa koon ittiin ibse
Qabsoo sabaan ittiin cimse
Aadaa koon ittiin geerare
Diina koon ittiin weerare

Natti himaa sabboonaa koo
Lubicha abbaa lubbuudhaa
Akkuma jarri jechaa turan
Dhuguma sirbi cubbuudhaa?

Hiq, hiq, hiiqaa, hiiquma hiiqaa
Harki dabaree wal dhiqaa!

https://youtu.be/zPT0CpUiwH8

10/02/2023

Nama dhugaaf dubbatu rabbiin malee namni hin jaalatu.

Dhugaaf dhaabbatuu yoo dadhabdes sobaaf harka hin dhahin!

30/01/2023

Namnii gaafa dukkanaa’u hin hubannee ofii isaa gaafa ifuu illee hubaachuu hin danda’u

01/01/2023

“The greatest victory in life is to rise above the material things that we once valued most.” – Muhammad Ali

01/01/2023

Just 😭imagine many has died,😭 they all have plans for 2023, just use 1sec to say God thank you for my life

27/12/2022

“When stupidity is considered patriotism, it is unsafe to be intelligent.”
— saac Asimov

25/12/2022
25/12/2022

DON'T speak negative..
About your self

Address

Central Town
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qeerroo Tube:

Share



You may also like