Muaz show

Muaz show Www Muaz show

25/09/2023



Sallu Ala Nabi

Sallallaahu Aleehi Wa Sallam❤

Bara haarawa gaariiMelkam Adis Amat🤔🇪🇹
12/09/2023

Bara haarawa gaarii
Melkam Adis Amat🤔🇪🇹

12/09/2023

Baga bacaqii gannaa ceetanii
Booqaa birraa geessan
Bara waan yaaddan galmaan geeysan isiniif haa ta'u

27/12/2022

As wr wb
Akkm jirtan jaalattoota muaz show
Tibbana malirraa jirtan comment godha 😘

20/09/2021

1k galuuf jirra😎
Invite nuuf godhaa

17/08/2021

ngyaadha💟
Ngya nu godhi koo❤

04/12/2020

Alahamdulillh
For
Everythink❤

27/10/2020

Rabbi jachuun kan ajajamaniif kan gabbaran goftaa uumaadhaa jechuudha.kanaafiis ragaan jacha Rabbii kan asii gad jiru kana يايحاالنس اعبدوربكمالذيخلقكم ولذين منقبلكملعلكمتتقون.الذي جعل لكم لا ارض فرشا وسما بناء وانذل من سماء ماء فاء غرج به من ثمرات رزقا لكم فلا تجعلو الله انداد وانتم تعلمون.yaa namoota!Rabbiin isiniifi warra isiniin duraa jiru akka isa sodaataniif (waan inni itti ajaje raawachuun waan inni irraa seere dhoorgamuun)akka qixaaxa isaa jalaa baataniif (kan isin uume) Inni(Rabbiin) Isa dachii dirree,samii gool'ee, Samii(duumeessa) irraa bishaan isiniif buuse isaaniis firii irraa rizqii ykn hiree kan isinii baaseedha osoo (uumaa) tahuu beeytan yahuudoota hin godhanii
:22
Ibn_kasiir (R) kan jadhaman,Hiikaan Qura'aanaa qabxii ol-aantuu tana ilaalchisuudhaan akka dubbatanitti "wantoota asitti takka takkaan ibsamte tana uumaan uume kuni (Rabbiin) gabbaramuudhaaf (Ibaadaadhaaf) Abbaan Mirgaa isa qofaadhaa (kan ibaada haqa godhatu isa qofa)" jadhanii jiru

26/10/2020

Please ivite and share

24/10/2020

If Allh want I will Achieve All my goal

21/10/2020


Tabbiin kee eennu?yoo jadhamte Rabbiin kiyya qananii isaatiin Anaafii adunyaa hundayyuu kan argamsiiseefii kan guddiseedha inni mootii kiyya kan gabbaru,Kan bitamuuf isa malee mootii biroo hin gabbaru hin qabu kanaafiis ragaan jecha Rabbii(SW) kan asii gadii kana

Galanni Rabbiif ykn Allahaaf haagahuu mootii uumamootaa ykn Aalamaa kan tahe (SuraFatiha:2)
Wanni Rabbi malee jiru hundinuu uumama yoo tahu aniis uumama tokko qaama uumamatoota sanirraa tokko kan taheedhaa
Rabbiin kee maaliin beeyta?jedhamte yoo gaafatamte malkatoota isaa irra tokko wogguu tahan samiin torbaniifi dachiin torban wantoonnibisaan keessa jiraniifii isaan jidduu jiran hundinuu qaama uumamtootaa isaati kanaafiis ragaan jecha Rabbii(SW) kan asi gaditti jiru kana

Guyyaafi halkan Aduufii Baatiin malkattoota ykn aayota isaatirraahi Aduufii baatiif hin sagadinaa isa isaan san uumeef sujuudaadhaa isa qofa yoo kan gabbartan taatan jachuudha hiikkaan saati(Suuraa fussilat:37)

20/10/2020

Rabbiin rahmata ofii siif haa godhuutii waa afur walii galatti beekuun dirqama keenna Akka ta'e beeki Isaaniis:
Tokkoffaa:Beekuu(Ilmii)yoo ta'u kuniis Rabbiin Nabiyichaafi Amantaa Islaamaa Haala Ragaa Irratti hundaayeen beekuudha
Lammaffaa:Beekumsa kanaas dalagaa irra oolchuudha
Sadaffaa:Beekumsa kana facaasuudha fii Ittiis Yaamuudha (Da'waa Godhuudha)
Afraffaa:Beekumsa kana hojii irraa oolchuufii facaasuu irratti Rakkoolee nama mudattu obsaan danda'uudha kanaafiis Ragaan Jacha Rabbii kan asii gadutti ibsameedha
Bismillh Rahmaan Irrahiim
.
Yeroodhaaniin kakkadha Namni hundi dhugaatii hoongoo keessa jira Isaawwan Amananiifi Toltuuwwan kan dalagan kan dhugaa walii dhaaman malee )
Imaamu shaafiin (RA)
Suuraa qura'aana tana ilaalchisanii yoo dubbatan Rabbiin uumama isaatiif suuraa tana malee ragaa biroo osoo kan hin dabarsin ykn hin buusin taheyyuu tuni qofti geeysuu tan taatu turtteeyyu jadhan
Imaamul bukaariiniis (R.A) beekumsi jechaafiii dalagaas ni duursa kanaafiis ragaan jecha rabbii kan asii gaditti dhufuu kana
Guyya lammaffa nuuf eegadha karatti mure

Salawaata Ergama Rabbiti buuftu malee hin dabrinaaSAW
16/10/2020

Salawaata Ergama Rabbiti buuftu malee hin dabrinaa
SAW

15/10/2020

Invite me

15/10/2020

Student at goro gudo high school

Address

Hararghe
Addis Ababa
094088

Telephone

+251940889220

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muaz show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category



You may also like