Kemal Hebo

Kemal Hebo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kemal Hebo, Music Award, Addis Ababa.

30/03/2022

As wr wb ....hiriyyoonni kiyya baga jala bultii baatii ramadaanaatiin isin gahe.
Baatiin ramadaanaa shaaworii mu'minaati..hajjii hiyyeessaatii.
Badhaasa rabbiiti.raahaa qalbiiti.
Ji'a qalbiin goge jiidhee misoomu.
Ji'a rabbiif qofa nami wolitti michoomu.
Ji'a jaalalaati..ji'a qur'aanaati..
Ji'a dhaabbataati.baga ittiin isin gahe.
Alhamdulillaah ..bara dabre guyyaa kudhashanirraa dirree woraanaatti soomane.baranallee itti naadeebise Alhamdulillah ...asumaan page kana share godhaa jzk

07/10/2020

Guutuu Isaa Yaroo Dhohotti Nu eeggadhaa !

27/05/2020


22/03/2020

Muslimoonni sooriyaarraa buqqa'anii gara ethiopia dhufan yeroo ammaa kana
Dararaa hamaa keessa jiru

Address

Addis Ababa
8373

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kemal Hebo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kemal Hebo:

Share

Category


Other Music Awards in Addis Ababa

Show All