Anole Press

Anole Press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anole Press, Media/News Company, Oromia, Adama.

Anole press like fi ad gochuudhaan odeeyfannoo waytaawaafi qulqulluu dhimma Oromoofi Oromiyaa, Impaayera Xoophiyaafi Gaafa Afrikaa irratti ni'argattu. like ad godhaa

11/03/2023

Odeeffannoo wayitaawaafi dhugaa ta'e argachuuf Anole press followfi like godhaa

11/03/2023

Dhugaan yoomuu akka mootu kan hinbeekne kanuma Rabbi itti cufe ta'uu beekaa. Dhugaan kan Rabbiiti.

09/12/2022


Qabsoon itti fufa

20/10/2021

Daaw’attoota keenya kabajamoo,

OMN Saatalaayitii dabalataa AMOS 4°W irratti ol baheera.

Diishii kallattii Nilesat irra jiru cm 1-2 mataa gadi qabuun salphaatti argachuu dandeessu.

Channel name: BTN
Frequency: 11008
Symbol Rate: 30000
Polarization: V
Format: HD

Galatoomaa,
OMN

19/10/2021

Obbo Jawaar Mohammed dabalatee hidhamtoonni siyaasaa Oromoo ummata Oromoo rakkoo namtolchee fi uumamaatiin miidhamaniif deeggarsa aantummaa taasisan.

https://tinyurl.com/dzfx3cz5

28/09/2021

Baabura qabsoo keenyaa irraa feermaataa feermaataatti imaltoonni irraa bu'anis bakkasaa gahu malee hindhaabbatu.

23/06/2021

Deegartoonni ABO 200K ol ta'an mana hidhaa jiraachuu qaba qabduu???

18/06/2021

Zoonii Kibbaa ak dansaa nu boonsitan.
Waaqi abbaan dhugaa isa gul jir!
Ammallee waaqi isan qarqaarinna!

17/06/2021

Barcuma kan kennu ummata malee pp miti.
Khalaas!

27/05/2021

Falli Oromoof jiru hidhatee loluu qofa. Nan sobee

13/05/2021

Baga geeysan hordoftoonni amantii Islaamaa! Anole press like ad godhaa

01/05/2021

Shororkeessaan Shaneedha malee
WBO miti. WBO'n Abbaa nagaati. Daandii bilisummaa sabaati. Walaboomsaa biyyaati. Abdii nagaa gaanfa Afrikaati.

Odeeyfannoo waytaawaafi dhugaa ta'eef follow fi like godhaa

01/05/2021

WBO jabeessaa
Bilxigee balleessa

30/04/2021

Meexxii Arsiitti leenci nibaroode. Baroodee hindhiifne ninyaate...
Gurratti si calaw

30/04/2021

Nibilisoomnaatii hinshakkinaa

27/04/2021

Never give up

Wallaggarraa Network badus baduu baatus, itti duulanis duuluu baatanis hinmoo'amu; harkas hinlaatu.

25/04/2021

Oromummaan birciqqoo farsootii miti kan cabu

22/04/2021

Maqaa kommandi poostiin ummata Oromoo Walloo fixuun haa dhaabbatu

18/04/2021
15/04/2021

GGO Baga Geeysan

03/04/2021

Maal taana?
Akka taanu hindhabnu.

28/03/2021

"የዘንድሮ ምርጫ ቀድሞ የተበላ እቁብ ነው"

ፕ/ር መረራ ጉዲና

28/03/2021

Anis Wallo

09/03/2021

Eeyyee. Ijoolleen Yamanitti dhumatan Itoophoyaanota osoo hintaane Oromoota

ሳቄታው   Laughable
04/03/2021

ሳቄታው
Laughable

25/02/2021

"Yeroon Oromummaa itti awwaalan amma" JETTEEREE...JEJJEETTEEREE...

14/02/2021

Barri Oromoo gandaafi kutaan qoodan darbeera yaa gowwaa

11/02/2021

Oromoo dammaqi
Sanuu walbira dammaqi

Address

Oromia
Adama
501010

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anole Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share