WBO post

WBO post Bilisummaan tolaa hin jirtu ���

Akka hin qabnuuf maleeNamni maal nama hin gooneNama jechuun bofaadhaBofa garaan hin looneKan ati maaaii jettuBarii karaa...
06/09/2022

Akka hin qabnuuf malee
Namni maal nama hin goone
Nama jechuun bofaadha
Bofa garaan hin loone

Kan ati maaaii jettu
Barii karaan Fiixeensa
Kan ati gaarii jettu
Tarii garaan bineensa
Afaan banee wakabee
Waan siif O'uu fakkaata
Rakina kee yoo argu
Maarshii sagaliin kaata!!

Kaayyoo haqaaf fiigaaIrbuu lammii baataaWBOn sabaaf jedheeLubbuu qaalii laataa.Koof malee  inniSobaaf yoom dhama'aHattuu...
06/09/2022

Kaayyoo haqaaf fiigaa
Irbuu lammii baataa
WBOn sabaaf jedhee
Lubbuu qaalii laataa.

Koof malee inni
Sobaaf yoom dhama'a
Hattuuf galtuu qabee
Akka jimaa qama'aa.

Shurrubbekee ilaalii
Garaaf jedhee hin kaatuu
Gorfatee deeffataa
Obboleessa hin nyaatuu

WBO❤💚❤

27/08/2022
Nagaatti jedheera hin barbaadina!
06/01/2022

Nagaatti jedheera hin barbaadina!

06/01/2022

Ergaa Jajjabinaa W3Of Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaala Nageelle Boorana irraa!✊
Ammajjii 6/2021!

"Helloo dear qabsaa'ota haqa! Dhugumaan nu boonsitani jirtu; baga keenna taatani! Diinni gootumma teessan arge akka isanti hin deebine, kakate diduuf, humna haaraa dabareen jijijiira isanti erguun oftursuu yaaluun ni mullata! Gaafa humni kun dhufu abdi sobaatiin guutamu, ni fokkoru! Gaafa inni cabe deebi'u, abdi dhabu, ni burjaaja'u! Quba walti qabu, injifatamu isaani amanuuf rakkatu! Kanaafu, bilisummaan harka isaani akka hin jirree fi ilaalcha rakasaa fi maxxanaa oli akka ta'ee haa beekani jenne dhaamnaaf! "Bilisummaan meeshaa qaaliidha, dhiiga namoota rakaasaatiin hin bitamu" injifannoon keessan dachaa, umriin keessan dachaa, firootan keessan dachaa, bilisummaan keessan dhiyoo nuuf haa ta'uu jenna! IUO fi WBOf!!"

Waraanni pp TATA 37 fi patirooliin 26 har'a gara galgalaa kana magaalaa Naqamtee galeera.Walumaa gala TATA 700 ol tahu g...
29/12/2021

Waraanni pp TATA 37 fi patirooliin 26 har'a gara galgalaa kana magaalaa Naqamtee galeera.
Walumaa gala TATA 700 ol tahu godinoota Wallaggaa afranitti raabsuutti akka jiran beekameera.
Qeerroon jala bu'ee hordofuun WBOf eeruu qabatamaa fi wayitawaa tahe kennuu qaba. Sa'a 24 qophii tahuudha.

Yaa gaachana WBO sii beeki WBO❤💚❤👊Mancaasaa gabrummaa fidaa bilisummaa
29/12/2021

Yaa gaachana WBO sii beeki WBO❤💚❤👊
Mancaasaa gabrummaa fidaa bilisummaa

WBOKOO❤💚❤
27/12/2021

WBOKOO❤💚❤

Kichuu koo humtuun si hin argin❤💚❤
25/12/2021

Kichuu koo humtuun si hin argin❤💚❤

25/12/2021

Harargee lixaa Aanaa mi'eessoo irraa fooliin bilisummaa natti urgaa'e

11/12/2021

Godina Arsii Bahaa aanaa heexosaa naannoo harka muraa Aanoleetti Muddee 8/12/2021 Waraana pp irratti WBOn tarkaanfi fudhachuun 6 ajeessee 7 hospitaala galuun 3yeroo ammaa kanati du'af jiruu jidduu jirti patrooli tokko barbadaa'ee jira. waraanni pp kun sakaattaa WBOf deemna jechuun guyyaa 7f uummata aanichaatti gandoota kanneen akka Guuri Dabulla, Aanolee Saallan, Teroo, Saapho Balaalee, Hamuddee, Urxuba Dambi fi Haxxee hiraarsuun Ganda Dabbullaa Guurii ijoollee teessan fidaa duula oofna jechuun abbootii 70 ol hidhuun rebichaaf hidhaan dararaa turee fi jiruudha.

injifannoon Uummata oromoof

11/12/2021

Oduu Injifannoo WBO zoonii baha Oromiyaa

WBOn Zoonii bahaa oromiyaa keessa socho'u godina harargee bahaa aanaa cinaaksan Aradda kooraa Dawwee iddoo bubbee ja'amtutti
Lola guyyaa arraa roobii saa'aa 5:25AM irra gaggeefameen irreefi gachanni ummata oromoo WBOn diina gubee barbadessee 7 ajjeesse 12 Madoon adabee akkasumas boojuun meeshaalee waraanaa Kilaashii 6 Boonbii F1 lamaafi kaartaa qawwee 5
Rasaasa dhibba 400 galii moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof ooliche jira.

Ajejaan Ol'aanaa ABO-W-BO bulchinsa Ce'umsaa Godinoota lamaa jechuun,Qellem Wallaggaafi Wallagga Lixaa muudu beeksise.Bu...
11/12/2021

Ajejaan Ol'aanaa ABO-W-BO bulchinsa Ce'umsaa Godinoota lamaa jechuun,Qellem Wallaggaafi Wallagga Lixaa muudu beeksise.
Bulchinsi muudaman kunneenis,dubbii Hima Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa kan ture Jaal Bilisummaa Guutaa Bulchinsa yeroo Godina Wallagga Lixaafi Jaal Milkeessaa Bulchinsa Yeroo Godina Qellem Wallagga gochuun muudu beeksise.

Kichuu koo bilisummaan naaf gali❤💚❤
09/12/2021

Kichuu koo bilisummaan naaf gali❤💚❤

09/12/2021

WBO koo dhiichisaa Abbaan biyyaa isinuma❤💚❤

Breaking News! Humni Waloo lameen Operation haaraan gaggeessa jiran irratti Injifannoo fi boojuu baay'ee argachuu isaani...
09/12/2021

Breaking News!

Humni Waloo lameen Operation haaraan gaggeessa jiran irratti Injifannoo fi boojuu baay'ee argachuu isaanii gabaafamaa jira

WBOkoo!😍😍😍Shiftaa siin jedhanis,Ykn ammoo jooraaJabaadhu WBO koo,Sabnikee siin kooraa!Uleen beelaafi dheebuu,Utuu sitti ...
09/12/2021

WBOkoo!
😍😍😍

Shiftaa siin jedhanis,
Ykn ammoo jooraa
Jabaadhu WBO koo,
Sabnikee siin kooraa!

Uleen beelaafi dheebuu,
Utuu sitti cabuu
Halkan guyyaa kaatta,
Dantaankee sin qabu!

Kabaja natti uffisuuf,
Kabajakee gantee
Galma Oromummaa,
Lafee keetiin bante!

Jooraa jaawwaraakoo,
Goota diddaa garbummaa
Oromiyaa ijaaruuf,
Dhuunfatteetta abbummaa!💪❤💚❤

Address

Adama

Telephone

+251927860213

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WBO post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share



You may also like