Abbaa Milkii

Abbaa Milkii Daandiin walqixxaateef miti, isa hundumaa wal qixxeessuun qixxee namaa jiraanna.

16/02/2024

!
Notifying you Mid-Year Graduation Date

Wallaga University's Management has decided 2016 E.C Mid-year graduation date to be held on February 24, 2024 G.C. Hence, the University would like to Congratulate 2nd phase of 18th round Graduating Class of Institute of Health Sciences (IHS), all graduating Classes from other departments.
to all graduates!
============
!
Guyyaa Eebbaa Walakkaa Waggaa Isin Beeksisuu Ta'a

Manajimantiin Yuunivarsiitii Wallaggaa guyyaan Eebbaa Walakkaa waggaa kanaa Gurraandhala 16, 2016 akka gaggeeffamu murteesseera. Barattoonni Inistitiyuutii Saayinsii Faayyaa fi Muummeewwan addaa addaarra marsaa kanatti (marsaa 18ffaa, boqonnaa 2ffaatti) Eebbifamtan mart Baga Gammaddan!
=========

የትምህርት ዘመኑ አጋማሽ የምርቃት ቀን ስለማሳወቅ።

የዩኒቨርሲቲያችን ማኔጅመንት የ2016 የትምህርት ዘመን አጋማሽ ዓመት የተማሪዎች ምርቃት ቀን የካቲት 16/2016 ዓ/ም እንዲሆን ወስኗል። ስሆነም በዚህ ዙር (18 ዙር 2ኛ ምዕራፍ) ከጤና ሳይንስ እንስቲትዩትና ሌሎች የትምህርት ክፍሎች የምትመረቁ ተማሪዎች እንኳን ደስ አላችሁ!

07/01/2024
05/01/2024

📌 Vacancy Announcements:-

Organization: Project HOPE The poeple to people health foundation Inc.

Location: Oromia region

Positions:-

1. Position: Mental Health and Psychosocial Support Officer

Education: BSc/BA in nursing or ; with relevant skill and experience (3 years minimum experience)

2. Position: Team Leader- Mobile Health and Nutrition Team

Education: BSc in or BSc in or ; MPH is desirable; with relevant skill and experience (3 years - 5 years minimum experience)

3. Position: Midwife - Mobile Health and Nutrition Team, Oromia Humanitarian Response

Education: BSc in nursing; with relevant skill and experience (well experienced)

4. Position: Emergency Health Officer

Education: BSc in , BSc in or . Additional post graduate level qualification is helpful; with relevant skill and experience ( - 5 years minimum experience)

5. Position: Monitoring and Evaluation Officer

Education: BSc or MSc in , Monitoring & Evaluation, , , Statistics, Information Management or equivalent; with relevant skill and experience ( 3 years minimum experience)

6. Position: Project Coordinator

Education: BSc in , BSc , or . MPH or other MA/MSc is desirable; with relevant skill and experience (3 years - 8 years minimum experience)

Deadline: January 14, 2024

🔗 Vacancies Details
http://tinyurl.com/adaead3k

___
👉 ለተከታታይ የጤና መረጃዎች
በTelegram- t.me/Thequorachannel
በGroup t.me/Ethiopianquora
በFb https://www.facebook.com/Doctorsonlineeth/
በWhatsapp Channel
https://tinyurl.com/4934hfbf
በwebsite https://doctorsonlinee.com
ይከታተሉን።

➡️ Share

01/01/2024

HIR-KOO KUTAA 25FFAA

12/12/2023

"Kan arrabaan nadhii kan garaan maxxannee
Mee kootta hin taanu lammi lammii ganee.........................................................................
Farf: Dastaa Hinsermuu.

Eeyyee! Dhiphinnii fi rakkinni biyya lafaa kristaanota qaree gara gaariitti baasa malee tarkanfii tokkoof illee duuba is...
19/11/2023

Eeyyee! Dhiphinnii fi rakkinni biyya lafaa kristaanota qaree gara gaariitti baasa malee tarkanfii tokkoof illee duuba isaan hin deebisu. Kanaafuu, dhiphina keessattis qooda qabaadhu.

Kanaafuu, qaleelummaa gochuutti waaqayyo nu haa gargaaru. Warra olkaafaman gooftaan nu haa taasisu. Yeelloon diinaaf!
18/11/2023

Kanaafuu, qaleelummaa gochuutti waaqayyo nu haa gargaaru. Warra olkaafaman gooftaan nu haa taasisu. Yeelloon diinaaf!

Waaqayyoon ni jiraatama!"Yoo jiraates qorumsi addaa, kan mogolee nama buusu. Waaqayyo darbatee sin buusu, nan buusu. Gaa...
17/11/2023

Waaqayyoon ni jiraatama!
"Yoo jiraates qorumsi addaa, kan mogolee nama buusu. Waaqayyo darbatee sin buusu, nan buusu. Gaarummaa isaa dhuma hin qabne sanaan eegee nu jiraachisa, diinota immoo biyyee nyaachisa"

Address

Addis Ababa
Ababa
395

Telephone

+251927210074

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Milkii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbaa Milkii:

Share