muaaz

muaaz Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from muaaz, Digital creator, Cairo.

"  Bara Beelaa buddeena buddeena Jetti!"
12/05/2024

" Bara Beelaa buddeena buddeena Jetti!"

07/05/2024

Bilsiginnaan Waggootaa 6n kana Nu Gotee Gabrummaan Waggootaa dhibbafi shantamaa darbee Nuun gonee!🙆🙆🙆🙆🙆😭😭😭

Murti Guuto ykn akka Feetee Qalii Namaa Nuf jiradhuu qashxii koo Waggaa 1000 ol
02/05/2024

Murti Guuto ykn akka Feetee Qalii Namaa Nuf jiradhuu qashxii koo Waggaa 1000 ol

02/05/2024

Altokkoo Ergamaa Rabbii Irratti Salawaata Buusaa Nabii Muhammad Sallallahuu Aleeyhii Wassallam!!!!!!

01/05/2024

Wow Masha Allh

  time jaloo juice
30/04/2024

time jaloo juice

29/04/2024
29/04/2024

Sin jaladhaa jechuun bar Afaani miti

26/04/2024

SALLUU ALLAA NABII MUHAMMED SALLALLAHUU ALEYHII WASSALLAM!!!!!!!!

25/04/2024

Namnii Rabbii Qabuu waan dhabee Tokkoyyuu hin qabuu Wly

24/04/2024

Afuuffaan yoomiyyuu Madaa qoorsee hin

Abjuun akeeke dhabuuf  Cinaachaan hin ciisuu  Kaayyoo koo arkaan qabuuf  Abdii kutee hin dhiisuu    Qaamni koo na dadhab...
30/03/2024

Abjuun akeeke dhabuuf
Cinaachaan hin ciisuu
Kaayyoo koo arkaan qabuuf
Abdii kutee hin dhiisuu

Qaamni koo na dadhabus
Yaanni koo maaf maseenaa
Rakkoon gad na qabus
Galma koo ga'een seenaa

Tabba guddaa argeef
Hin rafu maafan rafaa
Xaxxoon narratti margeef
Galmi koo akkam hafaa

Lakkii hin hafu galma ga'uun
Guyyaa tokko naaf eegaa
Hin hafu harka dha'uun
Qoladhee jiruu deegaa

Jooree deemee jawwaree
Gufuun miila na dhaanee
Yaalee yaalii koo baree
Akkan yaade hin taanee

Milkaa'uun dide hin jedhu
Tasan muru abdii
Kan garaan kiyya fedhu
Turtus guyyaa qabdii

Rakkoo koo nan dabsaa
Gufuuf qoraattii lakkuu
Milkeenya koo nan labaa
Abdiin qaba hin shakkuu

Address

Cairo
MUAAZ

Opening Hours

Monday 9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when muaaz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Nearby media companies