'Haqa dhabuun hiree Oromoo ta'eera'
ABO jechuun hoggantootaa fi Miseensota ABO qofaa jechuu miti. ABOn lafee dhiigaa foon ,afuura Oromoo keessa jira . Kanaaf diinni itti duulee balleesuu dadhabe.
Ajjeechaa fi hidhaan har’a sabboontota irratti raawwatamu akeekaa fi kaayyoo ABO dhabamsiisuuf osoo hin taane Oromoof kan dubbatu balleessuufidha.
Hanga Oromoon jiru kaayyoo fi Akeekni ABO ni jiraata!
ABO'n haa Lalisuu!!
W3O Haa Waaru!!
@highlight Following
Ammas Araara?
… waanuma mataa irra najirtun hima. Dubbiin ala jirtiifin anis qooda fudhachaa jira. Naa ofkolcha. Jibbitanis, yeroon haa hiktu, haa obsinu.
1. Guyya arrarri himame RIB “shororkeesitoota Qelem keessa daamacu isaa,” hime. Shororkeesitoota sana waliinimmo Tanzania keessatti taa’aa jira jechaa dhageenye.
2. Hooganoonni PP ammaa namoota RIBtiin hoogganamani. Kun, isa darbeerra gadi bu’uu isaa hubanna. Yeroo darbe hooggantoota PP ol aananitu irratti qooda fudhate.
3. Karaa biraa walgahi kana irratti hoggantoota OLA ol aananitu argame. PPn kan ishii ol kaaftee kan WBO gadi buufte jechaadha.
4. Kan na naasisemmo, J. Maroon Qeellem keessa helikoptera “Intergovernmental Authority on Development” IGADiin fuudhame jedhama. Vidion akkasiis baheera. IGADiin kan gaggeessu Ex. Secretary, Dr Workneh Gebeyehu, warra PP dhaabee mootummaa sana utubedha. Warri IGAD maaliif amanaman?
5. Dhugaa taanaan, J. Maroon araara dura IGADiin amanuun isaa dogoggora. IGAD helikoptera qabaachuu isaayyu waanin hedduu shakuufin kana jedha.
6. Kun, dhugaa mataako keessaa of irraa hurgufuuf malee, dubbiin ammalle akka deemaa jirtu nin hubadha.
Walumaan hubanna. Obsan haa eegnu.
Nagaan,
Professor Asfaw Beyene
ከጓዳ ተቀምጠው የተወያዩትን Online ሲወጡ በሞቅታ የሚዘረግፉት በመሆኑ ይህን መሰል መልእክታቸውን በቀልድ መመልከት ዋጋ ያስከፍላል። ሰዎቹ በኦሮሞ ጥላቻ የሰከሩ በመሆናቸው ከዚህም በላይ የሚፈጽሙ በመሆናቸው ፊንፍኔም ሆነ በነገው እለት ቢሾፍቱ ላይ የት መመገብ እንዳለባቹ ፣ የታሸገ ውሀ ላይ ጭምር ጥንቃቄ ልትወስዱ ይገባል🙏
Eebbifamtoota Miseensota Haaraa Waraana Bilisummaa Oromoo (W3O) Zoonii Kibbaa koonyaa Gujii Lixaati ✊
Jaallan!! Jabadha
Waamicha tumsa WBO’f
Hawaasa Oromoo Idil-addunya maraaf
Jaarmiyaa ABO Biyyaa alaa, Fuulbana 17/2023 Saa’aa 11:00am DC time ykn 17:00 Osloo time irraa jalqabee sagantaa bal’aa deeggarsa WBO ‘f qopheesee jira. Koottaa gamtaan WBO bira dhaabbachuun dirqama lamummaa haa baanuu!
Saganta kana irratti Qondaaloni WBO Oromiyaa irraa ni hirmaatu !!!
Bakki wal-gahii link zoom……..
WBO tumsuun dirqama lammii Oromoo hundaati !!!
IUO’f !!!Topic: Gargaarsa WBO
Time: Sep 17, 2023 11:00 AM Eastern Time (US and Canada)
Join Zoom Meeting
https://us02web.zoom.us/j/86214593280?pwd=cTcydkRickxEeW5NM01FS1JPeEc0Zz09
Meeting ID: 862 1459 3280
Passcode: 092040
የነፍጠኛው ብልፅግና እና የሻበያ ጦር ሽንፈት ይህንን ይመስላል
የኦሮሞ ህዝብ ምን ማድረግ አለበት ???
በመላው ኦሮምያ ያለውን OPDO/ብልፅግና ጠራርጎ ወደ ስማይ መሸኘት
USK: Hiriira Guddicha Voice of America Washington DC for independence of Oromia.
USK: Hiriira Guddicha UK, Netherlands fi Washington DC for independence of Oromia.
Abiyoot Dabalee jira. Har’a immoo Jaal Joe Biden fi Worra Europe likkitti isiin galcha, akka TPLF daaraa Qilleensa irra bubbisu isiin taasisa jecha jira. Jabaadhu Abush Jennaan!
Abiyoot Dabalee jira. Har’a immoo Jaal Joe Biden fi Worra Europe likkitti isiin galcha, akka TPLF daaraa Qilleensa irra bubbisu isiin taasisa jecha jira.
Jabaadhu Abush Jennaan!
Sources:Etv
CINAAQSAN IRRAA ================= Kan ummani cinaaksan guyya guyyadhan duu'aa jiruu isaanis akkeenati duu'aa ummata keenya dagataani dhimma paarti badhaadhinati fi duulaa naa filadhaa tiin hiribaa dhaabaa jiraan Ilmaa Waladdaa dhaggeeffadhu
CINAAQSAN IRRAA
=================
Kan ummani cinaaksan guyya guyyadhan duu'aa jiruu isaanis akkeenati duu'aa ummata keenya dagataani dhimma paarti badhaadhinati fi duulaa naa filadhaa tiin hiribaa dhaabaa jiraan
Ilmaa Waladdaa dhaggeeffadhu
Furmaani:-Manni J/ Daawud Ibsaa cabsame jedhame fi Uummataa Oromoofi Qeerroo Bilisummaa Oromoo WBO Maali hojjeta ka'ii !!!
OROMIA TODAY-OT
USK:Hegereen Oromiyaa maali akka ta'uu feeta?