Tijaan Harargee Bahaa

Tijaan Harargee Bahaa Tokkummaa Waloo

10/26/2024
07/13/2024

💥 vacation time 💥💥


07/13/2024
07/13/2024
07/13/2024
07/13/2024
Manni murtii Aadaa Haqa waloo mirkanessuun cinatti baasii fi dadhabbii abbaa dhimmaa hir'isuun bu'aa guddaa buusaa jira....
07/13/2024

Manni murtii Aadaa Haqa waloo mirkanessuun cinatti baasii fi dadhabbii abbaa dhimmaa hir'isuun bu'aa guddaa buusaa jira.
(WKGHB Adoolessa,5/2016)
Yaa'iin Manneen Murtii Aadaa sadarkaa Godina Harargee Bahaatti Bulchiinsa Magaalaa Baabbileetti geggeeffamaa ture Goolabameera.

Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Miskii Mahammad yaa'ii kanarratti argamuun Mootummaan Naannoo Oromiyaa Duudhaa ganamaa Oromummaati deebi'uuf "haqa waloof mana murtii Aadaa" labsiin hundeessuun manneen murtii Aadaa sadarkaa garaagaraa godinichatti bara 2016 kana 500 ol ijaarsisuun hundeessee ummanni dhimmoota garaagaraaf mana murtiitti deddeebi'ee baasii hin taaneen saaxilamuun yeroo isaanii qisaasessaa turan erga manni murtii aadaa hundaa'ee hojiitti galame, ummanni keenya dhimmonni isaanii karaa mana murtii aadaatiin dhimmootni baay'een furamuun fayyadamummaan isaanii godinichatti mirkanawaa jiraachuu ibsaniiru.

Manni murtii Aadaa dhimma eenyummaa fi Haqa waloo mirkanessuu waan ta'eef safuu fi dudhaa ganamatti deebi'uuf tumsi caasaaleen mootummaa fi ummanni amantaa guutuun fudhaachuun manneen murtii aadaa cimsuuf hojjataniif galateeffachuun ,gara fuula duraattis hojiin kun cimee kan ittivfufu ta'uu Aadde Miskiin himaniiru

Hawaasni bal'aanis bu'aa argate kana beekee fuula duraafis dhimmasaa karaa manneen murtii aadaatiin fixachuu akka qaban dhaamaniiru.

Pirizidaantiin Mana Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa kabajamoo Obbo Bukaarii Kadiiroo mootummaan haqa walootiif manneen murtii aadaa hundeessuunsaa ragaa sobaa xiqqeessuu fi baasii hin barbaachisne hawaasarraa hambisuu danda'eera ja'an.

Hundeeffamuu mana murtii aadaatiin walqabatee galmeeleen baay'een manneen murtii idileetti nu rakkisaa tuan manneen murtii aadaatiin karaa duudhaa fi safuu hawaasichaa eeggateen furamuusaa argachuu ibsaniiru.

Itti Gaafatamtuun waajjira Aadaa fi Tuurimii Godina Harargee Bahaa Aadde Sa'adaa Ibraahim Manni Murtii Aadaa Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalaalota Godinichaa keessatti taj

Address

New York, NY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tijaan Harargee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share