OROMIA11: Oduu 2-8-2025
OROMIA11: Oduu 2-8-2025
1.Lolli Madda Walaabuu irratti hidhattoota naannoo Somaaleetiin baname guyyaa kaleessa giddu lixiinsa Raayyaa Ittisa Biyyaatiin dhaabbatee turus har’a ganama kallattii jahaa oliin jalqabuu jiraattoonni himan.
2.Hawaasa Oromoo Karrayyuutiif Yaamichi tumsa hatattamaa taasifamaa Jira
3.Ayyaanni bara haaraa saba Gede’oo 'Daraaroo' kabajamaa jira
4.Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessaa turan 313 gara biyyaa deebi’aniiru.
5.Hogganaa Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa ta'un kan muudaman Obbo Birhaanuu Adeeloo hojii haaraa itti muudaman sirnaan akka hin hojjanne dhiibbaan mootummaa irra gaha taanaan aangoo akka gadhiisan himan.
6.Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 23ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Atileetikoo Maadriid keessummeessu ni eegama.
OROMIA11: Homeownership 101
OROMIA11: Homeownership 101
OROMIA11: Oduu 2-7-2025
OROMIA11: Oduu 2-7-2025
1.Godina Gujii Bahaa bulchiinsa Magaalaa Shaakkisootti Barattoonni mana barnootaa irraa hidhamaa jiraachuun himame.
2.Itoophiyaatti Dhaabbileen siivilii hedduun gargaarsi USAID addaan cituu isaaf kan yaadda’an tahu beeksisan.
3.Itoophiyaatti balaawwan ibiddaa baatilee jahan dabran mudatan keessaa 10 itti yaadamee namaan kan raawwataman ta’uu polisiin beeksise.
4.ABO Aanaa Madda Walaabuutti lolli hidhattoonni naannoo Somaalee uummata Oromoo irratti tibbana banan babal'ifannaa lafaa akka ta’e ibse.
5.Itoophiyaa fi turkiin Waliigaltee Ankaaraa hojiirra oolchuuf marii teeknikaa taasifamu irratti mari’atan
6.Ministirri Ittisaa Israa'el waraanni biyattii uummata Filisxeem Gaazaa keessaa baasuuf qophii akka ta'u ajajan.
7.Xiyyaarri waraana Ameerikaa lammiilee Indiyaa biyyaa ari'aman fe'ee Punjaab qubate
OROMIA11: ሰሞነኛ መረጃ 2-7-2025
OROMIA11: ሰሞነኛ መረጃ 2-7-2025
1. የአሜሪካ ተራድኦ ድርጅት እርዳታ ማቋረጡ ኢትዮጵያ በኤች አይ ቪ ላይ የምታደርገውን ትግል አደጋ ላይ የሚጥል መሆኑን የመንግስታቱ ድርጅት አስታወቀ።
2. የኬንያ የጸጥታ ሃይሎች በኦፕሬሽን ስም እያሰቃዩን ነው ሲሉ ነዋሪዎች ቅሬታቸውን ገለጹ።
3. በመደ ወላቡ ድንበር ላይ የሚደርሰውን ጥቃት ለመከላከል የኦሮሞ ህዝብ ርብርብ አስፈላጊነው ተባለ።
4 በኢትዮጵያ በተደጋጋሚ በተከሰተው የመሬት መንቀጥጥ በኦሮሚያ, አፋርና አማራ ክልሎች 90,000 ሰዎች ላይ ተጽዕኖ ማድረሱን የዓለም ጤና ድርጅት አስታውቋል።
5. በኢትዮጵያ ባለፉት ስድስት ወራት ውስጥ ከተከሰቱት የእሳት ቃጠሎዎች መካከል አስሩ ሆን ተብሎ በሰው የተከሰቱ ናቸው ሲል ፖሊስ አስታወቀ።
6. በሰሜናዊ ናይጄሪያ በሚገኝ እስላማዊ ትምህርት ቤት በደረሰ የእሳት ቃጠሎ አደጋ ቢያንስ 17 ሕጻናት መሞታቸውን ባለሥስልጣናት አስታወቁ።
7. አሜሪካ በአስገድዶ መድፈር ወንጀል ጥፋተኛ የተባለ ዜጋዋን አፍና ገደለች።
8. ትራምፕ እስራኤል ከጦርነቱ መጠናቀቅ በኋላ ጋዛን ለአሜሪካ ታስረክባለች አሉ።
OROMIA11: Oduu 2-6-2025
OROMIA11: Oduu 2-6-2025
1.Itoophiyaatti Ameerikaan gargaarsa namoomaa taasiftu addaan kutuun lubbuu fayyadamtoota sagantaa farra HIV kuma 270 ol ta’an rakkoorra akka buusuu himame.
2.Weerara daangaa Aanaa Madda Walaabuutti gaggeeffamaa jiru ittisuuf birmannaan ummata Oromoo barbaachisaadha jedhame.
3.Magaalaa Dirree Dhawaa waliin walqabatee tibbana dubbiin miidiyaa hawaasaa irratti qoodamaa jiru ijoo dubbii ta'ee jira.
4.Qaamolen nageenya Keeniyaa maqaa oppireeshiniin nu dararaa jiru jechuun jiraattonni himatan.
5.Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 8 darbuu Poolisiin beeksisee.
6.Kirkira lafaa irra deddeebiin Itoophiyaa keessatti muudate namoota 90,000 irratti miidhaa qaqqabsiisu dhaabbannii fayyaa addunyaa beeksise.
7.Arsenaal dorgommii walakkaa xumuraa Kaarabayoo kaappii Niwkaastil waliin gaggeesseen waliigalaan galchii 4-0 mo'amuun geebaaf osoo hin darbin hafee jira.
Oromia11: Oduu 2-5-2025
1.Naannoo Oromiyaa Aanaa Madda Walaabuutti haleellan hidhattoota naannoo Somaaleen jalqabe itti fufee jiraachuu maddeen himan.
2.Keeniyaatti oppireeshiniin WBO irratti eegalame Itoophiyaa waliin qindaa’uun ta’uu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa ibse.
3.Ajjeechaan Simboo Biraanuu irratti ranwwatame suukanneessadha jechuun Koongiresiin Federaalawaa Oromoo ibsa gaddaa baase.
4.Dargaggoonni daa’ima ugguranii birrii miliyoona tokko ol fudhatan hidhaan adabaman.
5.Itoophiyaatti dhaabbileen siivilii USAIDn deeggaraman qabeenyaafi maallaqa akka hin dabarsineef dhorkaman.
6.Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Ameerikaan Gaazaa akka to’attuu kan barbaadan ta’u dubbatan.
7.Atileet Fireewayinii Hayiluun fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 injifatte.
OROMIA11: Imaltuu-Jiddu Gala Biqiltuu Gullallee
OROMIA11: Imaltuu-Jiddu Gala Biqiltuu Gullallee
OROMIA11: Oduu 2-4-2025
OROMIA11: Oduu 2-4-2025
1.Godina Boorana Bahaa jalatti kan caasseefamte Aanaa Madda Walaabutti hidhattoonni naannoo Somaalee waraanaa ummata irratti banuu maddeen himan.
2.Gujii Aanaa Sabbaa Boruu ganda Qanxichaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 8 olii darbuu maddeen himan
3.Keeniyaan Waraana Bilisummaa Oromoo irratti oppireeshinii adeemsiisuuf akka jirtu ibsite.
4. Ameerikaan Dhaabbata gargaarsaa‘USAID’ cufuufi jedhame
5.Raashiyaan Itoophiyaafi biyyoota biroo 4 daldala maallaqaa eeyyamte
6.Goojjam Lixaatti lola cimaa gaggeeffameen daa’ima ganna 14 dabalatee namoonni afur ajjeefaman
7.Gareen Finciltoonni Koongoo dhukaasa dhaabuu gamtokkee labsan.8.Jijjiirraan taphattootaa Amajjii kaleessa galgala xumurame.
8.Jijjiirraan taphattootaa Amajjii kaleessa galgala xumurame.
OROMIA11: ሰሞነኛ መረጃ_2-4-2025
OROMIA11: ሰሞነኛ መረጃ_2-4-2025
1. በጉጂ ዞን ሳባ ቦሩ ወረዳ በባሕላዊ መንገድ ማዕድን በማውጣት ላይ የነበሩ 8 ሰዎች በአፈር መደርመስ አደጋ ሕይወታቸው ማለፉ ተናግረዋል፡፡
2. በኦሮሚያ ክልል ምዕራብ ሸዋ ዞን ሜታ ወልቂጤ ወረዳ አንዲት ህጻን ከቤት ተወስዳ ከተደፈረች በኋላ ተገድላ መገኘቷ ቁጣ ቀስቅሷል።
3. በያባሎው አጠቃላይ ሆስፒታል በመድሃኒት እጦት ሳብያ ህሙማን እየሞቱ ነው ተባለ።
4. ኬንያ ከኢትዮጵያ ጋር በምትዋሰንበት የድን ግዛቶቿ ላይ ባሉ የኦሮሞ ነጻነት ሠራዊት ታጣቂዎች ላይ ያነጣጠረ ወታደራዊ ዘመቻ መጀመሯን አስታወቀች።
5. በአፋር ክልል በተፈጸመ የድሮን ጥቃት ከስምንት በላይ ሰዎች ተገደሉ።
6. በምዕራብ ጎጃም ዞን በተካሄድ ውጊያ የ14 ዓመት ታዳጊና መነኩሴን ጨምሮ አራት ሰዎች ተገደሉ።
7. ቻይና በትራምፕ ለተጣለባት ታሪፍ የአጸፋ እርምጃ ወሰደች።
8. ኢትዮጵያን ጨምሮ ሶስት የአፍሪካ ሀገራት ከሩሲያ ጋር በራሳቸው ገንዘብ ለመገበያየት መስማማታቸው ተገለጸ፡፡
OROMIA11: Human Trafficking Awareness Month ft. The City of Mpls.
OROMIA11: Human Trafficking Awareness Month ft. The City of Mpls.
OROMIA11: Oduu 1-2-2025
OROMIA11: Oduu 1-2-2025
1.Hospitaala waliigalaa yaaballootti sababa hanqinaa fi dhabama qorichaatiin lubbuun dhukubsattootaa darbaa jiraachun himame.
2.Dhaabbanni Advocacy for Oromia jedhu ajjeechaa Simboo Birhaanuu Baqqalaa irratti raawwate balaaleffachuun itti gaafatamummaan akka jiraatu gaafate.
3.Itoophiyaatti dorgommiin Qur'aanaa biyyoonni 60 irratti hirmaatan xumurame.
4.Guyyoottan kurnan itti aanan keessa Roobni naannawa qonna Arfaasaa qabaniif mijataa ta’e akka jiraatu Inistityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksiise.
5.Ayyaana kennaa fi galateeffannaa saba Geede’oo kan ta'e ‘Daraaroon’ kabajamaa jira.
6.Affaaritti namoonni sababa kikira lafaan buqqa’an iddoo itti qubatan balaa waan qabuuf gara iddoo biraatti dabarfamuufi jadhame.
7.Haleellaa lafa gabaa Sudaanitti raawwatameen namoonni 54 ajjeeffaman.
8.Doonaald Tiraamp qaraxa biyyoota Gamtaa Awurooppaarra kaa'uun waan hin oolle jedhan.
9.Taphni cimaan Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaa guyyaa kaleessaa Arsenaalii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatame olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
OROMIA11: Walhaabarruu- Shahaab Suleeymaan
OROMIA11: Walhaabarruu- Shahaab Suleeymaan