Dambal Media

Dambal Media "Your Trusted Media Partner"
(1)

Injinar  Takele Uma Banti hojii gaggeessaan daandii baabura Itiyo-Jibuutii  Suuraan xaa’oo adeemsa fe’uu fi buusuu agars...
02/08/2025

Injinar Takele Uma Banti hojii gaggeessaan daandii baabura Itiyo-Jibuutii Suuraan xaa’oo adeemsa fe’uu fi buusuu agarsiisuuf Miidiyaa hawasummaa koo irratti qoode haala Xaa'oon amma jiru kan hin calaqqisiifne waan ta'eef dogongora uumameef dhiifama jechuun Miidiyaa hawasummaa isaanii irratti maxxansanii jiru.

Eebba Fiilmii afaan Oromoo  🎬 𝐀𝐁𝐁𝐀A MALKAA 🎬 jedhu. 📅 Guyyaa Eebbaa: Gurraandhala 16, 2017 E.C. (February 23, 2025)📍 Bak...
02/07/2025

Eebba Fiilmii afaan Oromoo 🎬 𝐀𝐁𝐁𝐀A MALKAA 🎬 jedhu.

📅 Guyyaa Eebbaa: Gurraandhala 16, 2017 E.C. (February 23, 2025)
📍 Bakka: Galma Tiyaatiraa Biyyoolessaa
⏰ Sa’atii: 7:30 (Local Time)

Ammumaa sagantaa keessan qixxeeffadhaa irratti argamaan afeerraakoo kabajaati!

ከብዙ ጊዜ ልፋት በኃላ የመጀመርያ ፊልሜን “አባ መልካ” ይዤ ቀርቤአለሁ።

📅 የምርቃት ቀን: የካቲት 16, 2017 ዓ.ም (February 23, 2025)
📍 ቦታ: ኢትዮጵያ ቤሄራዊ ቴአትር
⏰ ሰዓት: 7:30(local time)

ካሁኑ በምርቃት ዝግጅቱ ላይ ለመታድም እንድትዘጋጁ የክብረ ግብዣዬን አቀርባለው!አመሰግናለሁ!

After much dedication and hard work, I am thrilled to present my debut film!

📅 Inauguration Date: Yekatit 16, 2017 E.C. (February 23, 2025)
📍 Venue: Ethiopian National Theatre
⏰ Time: 7:30 PM (Local Time)

Mark your calendars and be part of this unforgettable event! Your presence and support mean the world to me!

Pirezidaantiin Ameerikaa Donald J. Trump “Gaazaa ni fudhanna" fi Falasxiinota achii buqqisnee bakka dhibii qubsiifna jed...
02/06/2025

Pirezidaantiin Ameerikaa Donald J. Trump “Gaazaa ni fudhanna" fi Falasxiinota achii buqqisnee bakka dhibii qubsiifna jedhe mormii cimaa guutuu addunyaa irraati akka ka'u taasise. Gamtaan Awurooppaa garuu fudhatama dhabsiise.

Injinar Amaanoo Xennoo Weellisaa Bashiir Gammaadoo  (Dargaggoo)tiif qarshii 2000 arjome.Bankii Daldala Itoophiyaa 100067...
02/05/2025

Injinar Amaanoo Xennoo Weellisaa Bashiir Gammaadoo (Dargaggoo)tiif qarshii 2000 arjome.

Bankii Daldala Itoophiyaa
1000676455958
Usman, Abdulazizi fi Dadafoo

02/05/2025

Weellisaa Bashiir Gammaadoo (Dargaggoo) Album lama fi sirboota qeenxee 5'ol kan qabu yoo tauu. Yeroo amma kana rakkoo xiinsammuu isaa mudateen ija hawaasa ykn ummata duraa erga badee wagga 6 oli darbe jira.
Artisti dandeettii addaa qabu kana gargaruun akka hojii jaalatu isaati akka deebi'u haa taasifnu isinin jenna.

Bankii Daldala Itoophiyaa
1000676455958
Usman, Abdulazizi fi Dadafoo

Weellisaa Bashiir Gammaadoo  (Dargaggoo) Album lama fi sirboota qeenxee 5'ol kan qabu yoo tauu. Yeroo amma kana rakkoo x...
02/05/2025

Weellisaa Bashiir Gammaadoo (Dargaggoo) Album lama fi sirboota qeenxee 5'ol kan qabu yoo tauu. Yeroo amma kana rakkoo xiinsammuu isaa mudateen ija hawaasa ykn ummata duraa erga badee wagga 6 oli ....kaleessa weellisaa kana ijan arguuf nama hedduutti isa hawwa har'a garuu namni durii isaa beekuus hojii isa akka gariitti beeku hundinuu irra fagatanii jiru ....itti kolfuu ....ni maraatee jedhun hawaasni inni keessa jiraatuu hundinu.
Namni kun kaleessa namoota baay'ee akka gargaara ture isumaaf hiriyoota
magaalaa finfinneetti isa beekanii irraa odeeffadheerra. Safuu namni kaleessa hirkoo namaaf tauu har'a gargarsa dhabe ,mana keessa ciisu dhabe ....Yanni kun har'a rakkoo sammuuf isa saaxile jira.

Bankii Daldala Itoophiyaa
1000676455958
Usman, Abdulazizi fi Dadafoo.

Share gochuun maatii ishee akka argattu taasisa.Maqaan ishee shumashe likessa Jedhamti.Umuriin ishee waggaa 40-45 gidduu...
02/05/2025

Share gochuun maatii ishee akka argattu taasisa.
Maqaan ishee shumashe likessa Jedhamti.Umuriin ishee waggaa 40-45 gidduudha. Godina shawaa lixaa jaldutti dhalatte. waggaa 20 dura Ambo jiraachaa turte yeroo kanas tasa Daa'ima godhatte.

Haalli isheen keessa jirtu Mucaa ishee guddisuuf waan hin mijanneef Daa'ima ishee Mana namaa duratti gattee xalayaa "An gara jalduutti deebi'eera daa'imako naaf guddisi Adaraa " jette barressitee Deemtee.
Namichi daa'imni biratti gatamtes Daa'ima san arge poolisif dawwalee, isaanis dhufani finfinnee Mana 'guddifacha'*/childcare/ tti geessan.

Adeemsa dheera booda mucaan sun amma switherland jirti intala suuraa ishee agartan kanadha. Kinoo guddattee jirti.Jaalala Abbaaf haadha osoo hin argatiin guddate. Harmee ishee argachuuf bu'aa ba'ii baayyee keessa dabarte, garuu argachuu hin dandeenye. Wanti nama gaddisiisu ammoo maqaa harmee ishee malee fotoo ishee hin qabu hin beekus.jetti keessan

Adaraa Keessan Namni Maqaa dubartii maqaan ishee shumashi likessa jedhamtu umuriin ishee 40-45 gidduu jirtu beektan Karaa bilbila 09.12. 20.52.79. Nu qunnamaa jechaa jiru!

Intalli illee keessan na qunnamtee jirti adaraa na barbaadi nan jette Barbaadafi share taasisuun warreen maxxansi keessan Nama hedduu bira ga’u🙏

Abdaches Abera

02/05/2025
Motummaan Ameerikaa deegarsa Dhabbata NGO USAID yeroodhaaf dhaabu hordofee biiroon fayyaa Oromiyaa hojjattoota kontiraat...
02/04/2025

Motummaan Ameerikaa deegarsa Dhabbata NGO USAID yeroodhaaf dhaabu hordofee biiroon fayyaa Oromiyaa hojjattoota kontiraata bajata dhaabbata kanatiin qacaramanii hojjattootan guyyaa january 24/2025 irraa eegalee hojii akka dhaaban xalayaan beeksise.

02/03/2025

Aziz Aman taphata qaxalee Pirimeerligii Itoophiyaa keessati ifee muldhata jiru.
Ethiopian Premier League Share Company
Ethiopian Football Federation



TotalEnergies Africa Cup of Nations

DStv

Tapha Piriimeer Ligii Itoophiyaa guyyaa hardha sa'aatii sagal irratti gaggeeffamen Kilabiin bulchiinsa magaalaa Adaamaa,...
02/03/2025

Tapha Piriimeer Ligii Itoophiyaa guyyaa hardha sa'aatii sagal irratti gaggeeffamen Kilabiin bulchiinsa magaalaa Adaamaa, Humna Ibsaan 3 fi 0 Injifatame.

Barattoota Yuuniversiitii qormaataa xumuraa (Exit Exam) fudhatan osoo bilbila galfatanii qabaman Jedhamuun suuraan Isaan...
02/03/2025

Barattoota Yuuniversiitii qormaataa xumuraa (Exit Exam) fudhatan osoo bilbila galfatanii qabaman Jedhamuun suuraan Isaanii maxxanfame.

02/01/2025

Magaalaa Baatuu giddugala Tuurizimii taasisu keessaatti hoggansi Ahmedin Usmael Jiru hojii magaalaa biraatiifis fakkeenya ta'u hojjatan.

02/01/2025

Namoonni Ramadaanaf maati fira fi namoota harka qalleeyyi soomsisuu barbaadan dhaabbata ETiyo All rayyaan qunnamaa.

  for Simbo Birhanu!Haqa Simboo Birhaanuutiif!
01/31/2025

for Simbo Birhanu!
Haqa Simboo Birhaanuutiif!

Namichi Qur'aana gube 'rasaasaan ajjeefame'Biyya Siwiidiinitti Namni umrii waggaa 38 Salwaan Momikaa mana jireenyaa wali...
01/30/2025

Namichi Qur'aana gube 'rasaasaan ajjeefame'

Biyya Siwiidiinitti Namni umrii waggaa 38 Salwaan Momikaa mana jireenyaa waliinii (appaartimantii) magaalaa Istookoolmi keessatti ajjeefame.

Bara 2023 namni kun Masjiida giddugala magaalaa Istookhoolm fuulduratti erga Qur'aana gubee booda mormiin uummataa dhohee ture.

Magaalaa Jimmatti namoota misooma Koriidariin qe'ee isaanii irraa ka'aniif manneen jireenyaa ijaaramaniidha.
01/28/2025

Magaalaa Jimmatti namoota misooma Koriidariin qe'ee isaanii irraa ka'aniif manneen jireenyaa ijaaramaniidha.

Address

Katy
Katy, TX

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dambal Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dambal Media:

Videos

Share

Category