Meyra shahab

Meyra shahab art gallary baga nagayaan dhuftaan seena!

Permanently closed.
06/10/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

RAKKOO FI FURMAATA DALDALA JIMAA Ummata Harargee ummata jiruu fi jireenya isaa guutuu Oomisha Jimaa gurgurachuu fi dalda...
05/27/2023

RAKKOO FI FURMAATA DALDALA JIMAA Ummata Harargee ummata jiruu fi jireenya isaa guutuu Oomisha Jimaa gurgurachuu fi daldaluun gaggeeyfatuuf Jimaan lafee duuydaa jiruu fi jireenya isaati. Kana malees Jimaan oomisha qonnaa sharafa alaa biyyattiif argamsiisan keeysaa oomisha sadarkaa duraati. Hariiroon Ummata Harargeetii fi jimaan waliin qaban akkuma Qurxummii fi Bishaaniiti. Jiruu fi jireenya isaaniitii fi oomishni jimaa walitti rarraati. Rakkoolee Daldala Jimaatiif ka'umsaa fi bu'uurri IMAAMMATA DABAATI....

RAKKOO FI FURMAATA DALDALA JIMAA Ummata Harargee ummata jiruu fi jireenya isaa guutuu Oomisha Jimaa gurgurachuu fi daldaluun gaggeeyfatuuf Jimaan lafee duuydaa jiruu fi jireenya isaati. Kana malees…

04/10/2023

Assalamualeykum waa rahmatulahi waa barakatuhu ilmaan Oromoo kan muslima baga ji'a kabajamaa ji'aa RAMADANATTIN issin gahe ramadan Kareem! Akkasumas ilmaan Oromoo kan amantii biraa hordofuun hundi keeysan Ashamaa harka fuune issinin jechaa. Baga jirataan🙏♥️💚♥️. Itti aansee yaa obboleeyyan kiyyaa wan dandeysamin na gargaarsa?

IYYAAFANNOO
HAATI TENYAA TAN SUURAA ISSI ARMAN GADITTI ARGAMTU TUN
MAQAAN ISAANI RADIYAA BORUU YKN HAADHA ADAM ALIYII DAWID JEDHAMTI BAKKI DHALOOTAA FI JIREENYA ISAANI GODINA HARARGEE LIXAA AANAA DAARO LAABBU ARRADA HAARO ADII GANDA WAAQOO BAKKA JEDHAMU IRRA AKKA LAKKOOFSA AWUROOPPAATTI GAFA EBLA 5/4/2023 GANAMA SA'AATII 4:00TTI MAGALAA DHAQACHUUF ERGAA MANA BATEE MANATTI HIN DEBBINEE. HAATI TENYAA TUN NAMA UMRII 65 TILMAMAN NI TAATI. AKKASUMAS HAATI TENYAA TUN SABABA DHIBBEETIN AFFANIN DUBACHHUU WAN HIN DANDENYEEF NAMOONNI NAMA KANA ARGITAAN BAKKUMAA AGARTANITTI NUF QABA LAKKOOFSA 0932634699 YKN 0920455903 irratti nuf bilbilaa ???
Galatoma ulfaadhaa ♥️💚♥️🙏!

I have reached 200 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉
03/26/2023

I have reached 200 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

01/16/2023

Nama waldhabdeen tokko daftee waa jechuunii irraa uf qusadhu,cal’istee gumgumaa ooluu irraallee uf tiksi,haala laalii ijjannoo qabaadhuu,murtii fudhadhu, yeroo dubbachuun kee si miidhuufi,yeroo cal’isuun kee qabrii qotee si awwaalu,adda baasii beeki!

ila
Galmee jechootaa,jumlaan qabattee deemtun sana ufirraa harcaasi,jechoota sifayyadan qofa keessaa filadhuu irratti xiyyeeffadhu,duuchumatti,namni namaaf qorsa jettee hin xumurin,dhukkubas tahuu dandahaa beeki,walitti qabdee,nama amanuun hin barbaachisus hin jedhin,namni walkeessa jiraa beeki, nama maleellee hin jiraatanii hubadhu,,ija qofa mitii qalbiinis waa argi!

Jaaloo
Dhiira alaa jajjabaa taatee,abbaa manaa laafaa tahuu dandeettaa walitti araarsi,haadha ilmaanii bareedduu taatee,niitii jajjaba tahuu dandeettaa taajjabi,waan tokko guuttee,waan biraa hanqachuu dandeessaa walitti uf deebisii uf hodhii,nama qaamaafi yaadni tokkoo tahuu yaali,duuchumatti walitti qabdee abaaruufi walitti qabdee eebbisuu irraa uf qusadhu!

Obbolaa
ilmi namaa rakkoo isaa yeroo gabaabatti irraanfataa beeki,nama kabaja isaa gadi buuse garuu,yoomuu hin dagatuu laali,nama gatii kee hir’isuuf deemu carraan ati kennituuf hinjiruu beeki,atis gatii namaa tiksaa socho’i,waan boru si qaanessu hin dalagin,murtii sirrii yoo fudhatte immoo tasa hin gaabbin!!!

Hey
Gaafa sadarkaa namoomaa geette,dagattee,sadarkaa duraan irra turte,kan bineensummaa san hin harkisinii irraanfadhu,kophaafi adda tahuu har’aa qofa laaltee, karaa sirrii irraa hin maqin,bishaanuma guutee dhufe hunda duuka hin dhangala’in,wanti kophaa si taasisu yoo jiraate,kophaa tahi,adda bahi malee,namni maal naan jedha jettee uf hin gatin,ati nama addaa,nama ijjannoo qabu tahuu kee ufitti himii mataa kee galatoonfadhu malee uf hin abaarin!!

Yes
Nama uf moggaa dhabdu,kan nama uumetu jiraa ol jedhii laali,atumti daandii sirrii irra jiraadhu malee,si bohaarsa,si abdachiisa,si qajeelcha,si bareecha,si tolcha,si jaalachiisa,alaa manaa nagaa siif kenna, saahiba cimaa irraanfattee,ol jedhii isa samii gubbaa jiruun”Abeet”jedhii,achi garagalii dharaa fi soba dura dhaabbadhu raajii argitaa!!!

01/16/2023
01/16/2023

Dirreen Dirra Oromiyaati; Qoosaa Rifarandamii Dhiisaa
_
Sababa hin jirre uumanii shiraan Heerafi seeruma biyyattiin ittiin bultu cabsanii magaalota keenya takka takkaan Oromiyaa jalaa baasun bara cehumsaa keessa eegale. Dirre Dhawaan, hanga jala bultii filannoo bara 1992 kan ABOn keessaa dhibame bahe saniitti, kallattiidhaan Oromiyaa jalatti bulaa turte. Chaartara Cehunsaa duras taanaan Dirre Dhawaan biyya Oromoo tahuutti beekamti. Biyya Alii Birraa faa.

Hogganoonni bara san magaalattii bulchaa turan 'Dirre Dhawaan' filannoo bara 1992 san keessaa rarraafamuudhaan hanga ibsi biraa bahutti mootummaa federaalaa jalatti akka bultu murtaa'uusaa 'Sabbarzeenaa' ETV'rraa dhagahuusaanii bara 2020 keessaa odeeffadheen ture. Ega gaafa saniitii eegalee kunoo magaalaan Dirre Dhawaa, handhuurri aartii Oromoofi jiddu galli Afran Qalloo, Oromiyaa jalatti hin deebine. Caaseffama Heera biyyatti cabse (unconstitutional city) taatee argamti.

Ammammoo biyyuma Oromoorratti orma waamanii 'rifarandamii' gaggeessina jedhu. Gaaffii Naannoon Somaale kaasera jedhamu 'shira' WBUT/TPLF fi OPDO dhaabbilee maqaa qofaan turan kan ' Gurgura & Issa Liberation Front' jedhamutti fayyadamanii ofuma kaasani malee gaaffii ummaticha miti, gaaffii ONLF/ABBO's miti.

Dubbiin ijoon ajandaan kun barbaadameef ammoo waan waraana amma Oromiyaa keessatti deemaa jiruun walqabatu fakkaata. Waraana dalga Oromiyaafi Ogaadeniyaa jidduutti uumuudhaan bu'aa siyaasaa irraa shaqaxachuufi. Rifarandamichaan hawaasa lameen walitti ega diraanii siyaasa shaqaxatanii boodammoo magaalatti Naannoo Ofdandeesse gochuuf malee hawaasa lamaaniifuu yaadanii miti. Akeeka as duuba jiru hubachuun dansa. !

Wanni ummata Oromiyaafi Ogaadeniyaaf nageenya waaraa fidu, Dirre Dhawaa Oromiyaa jalatti deebisuu dha.
!
_
Ibsaa Gammadaa
Finfinnee, Oromiyaa

08/31/2021

Congratulations bro!

06/23/2021

Eyewitnesses told the BBC that the Ethiopian air force struck a market near the region's capital.

Congratulations baga rabbi issin jaare bultii hawwa fi adaam issinif haa godhuu!! Barakadhaa.
06/01/2021

Congratulations baga rabbi issin jaare bultii hawwa fi adaam issinif haa godhuu!! Barakadhaa.

Congratulations bro baga gamadan umrii wajiin dheeraadha!!
06/01/2021

Congratulations bro baga gamadan umrii wajiin dheeraadha!!

06/01/2021

Jabadhuu lencaa koo

05/25/2021

Lele yaa lelee yaa leelee yaa Lele
Yaa kaa dinnaaf firaa saa walalee!

01/12/2021

MM abiy dhaabamee kkkkkkkkk oduu dhugumattii wlh!

12/02/2020

We need justice!

Eid mubarak
07/31/2020

Eid mubarak

06/21/2020

Hayyuu sirna gadaa oromoo callaa carcar!

Address

Cairo, GA
MADI

Telephone

+201127918155

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Meyra shahab posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Meyra shahab:

Videos

Share


Other Social Media Agencies in Cairo

Show All

You may also like