Caffee Jannataa slamic Da'awa

Caffee Jannataa slamic Da'awa
(1)

17/05/2024
14/05/2024

Koonfaransii Markazal muhajir Foundation Biyya Uganda-kampala

04/05/2024

Koonfaransii Markazal muhajir Foundation Biyya Uganda-kampala akka Awuroppaatti may/18/2024 akka nurraa hin hafne

27/04/2024

Koonfaransii Markazal muhajir Foundation Biyya Uganda-kampala Akka Lakkofsa
Faranjitti may/18/2024
Ethiopia. 10/09/2016
Akka islaamatti Zulqida/8/1445
Namuu Share share nuuf godhaa

11/04/2024
Imimmaan miti; dhiigatu dhiigaaf boo'aa jira. Inni tokko madaa'ee dhufee wal'aansarra jira. Inni tokkommoo gaafachuu dhu...
23/03/2024

Imimmaan miti; dhiigatu dhiigaaf boo'aa jira. Inni tokko madaa'ee dhufee wal'aansarra jira. Inni tokkommoo gaafachuu dhufee, madoo argee imimmaan qabachuu dadhabe. Inni wal'aanamaa jirus, imimmaan dhiigaa gaaf argu, imimmaan qabachuu dadhabe. Oromummaatu akkana!🥺

 Raapparii fi oomishtuu Ameerikaa Liil Joon masjiida Ameerikaa Los Anjeelees keessatti argamutti Islaamummaa fudhate.  R...
17/03/2024


Raapparii fi oomishtuu Ameerikaa Liil Joon masjiida Ameerikaa Los Anjeelees keessatti argamutti Islaamummaa fudhate. Rabbiin karaa qajeelaa irratti haa jabeesu.

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUNSheikh Alii Hasan Shuunee gara ganda aakhiraa godaanan. Sheikh Alii Shuunee yero...
08/03/2024

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN
Sheikh Alii Hasan Shuunee gara ganda aakhiraa godaanan.

Sheikh Alii Shuunee yeroo dheeraaf hawaasa Muslimaa diin barsiisuu, kitaabota adda addaa barreessuufi ogummaa wal'aansaatiin beekamu. dalagaa isaanii gaggaarii Rabbiin irraa haa jaalatu. Rabbiin jannataan isaan haa gammachiisu. Maatiifi hawaasa isaan dhabeef Rabbiin obsa haa kennu jenna.

Wallisan beekkamaan Afrikkaa lammii biyya Giinii Kan tahe  P guyyaa har’aa mana Rabbii iddoo khabajamtuu tanatti Umraa g...
16/01/2024

Wallisan beekkamaan Afrikkaa lammii biyya Giinii Kan tahe P guyyaa har’aa mana Rabbii iddoo khabajamtuu tanatti Umraa godhaa jira. Rabbin abba fedhe qajeelcha baga Rabbiin carraa mana isaa ziyaaruu si waffaqe sirraa ha jaalatu Jennaan.

The Most Popular and Well-known Artist Grand P is at the Holy House of Allah to perform the Umrah ritual Masha Allah's My Almighty God ( Allah's) Bless the Rest of Your life.
Allah's ( SW) Give Hidaya For You and Your Family.

Dubbisaa❗️❗️Dhiironni baay'een dubaroota fuudhaaf yeroo gaafatan akka waan oolmaa guddaa oolaniifii fakkeeffamee yaadama...
12/01/2024

Dubbisaa❗️❗️

Dhiironni baay'een dubaroota fuudhaaf yeroo gaafatan akka waan oolmaa guddaa oolaniifii fakkeeffamee yaadama; ilaalamas. Garuu wantota armaan gadii kana yaaddanii beektuu⁉️

✍️Mana ishee gattee si bira dhufti.
✍️Siif jettee maatii ishee dhiistee fagaatti.
Siif ulfoofti/garaatti baatti.
Ilmoo siif deessi.
✍️Yeroo ulfooftu namummaan ishee ni jijjiirama.
✍️Yeroo da'umsaaf miixattu dhukkubbii hamaatu itti dhagahama. Darbee darbees carraan du'aa ishee mudata.
✍️Mucaa siif deesse amma inni of danda'utti
dararama heddu wajjin agarti.
✍️mucaan isheen deesse amma gaafa du'uutti
maqaa keetiin waamama. Kan isheetiin hin waamamu.
✍️Kanaafuu eenyutu eenyuuf oolmaa ooleree?

Yaa firakoo haadha manaa keetiifi haadha ijoollee keetiif kabaja malu kenniif; dubartii ta'uun waan salphaa mitiitii!!!!

❣️ ❣️ ❣️ ❣️ ❣️ ❣️ ❣️ ❣️ ❣️

Haadha manaa collee jechuun:  tan jaarsa isii Akka Daa'imatti taphachiiftu, Akka obboleessaatti kabajju, akka Abbaatti A...
10/01/2024

Haadha manaa collee jechuun:
tan jaarsa isii Akka Daa'imatti taphachiiftu, Akka obboleessaatti kabajju, akka Abbaatti Ajajamtuuf, Akka mootiitti guddiftu, Akka lubbuu isiitti jaallattu, tan yeroo isa bira jirtu dhalaa (Dubartii) taatee, yeroo Inni bira hin jirre Ammoo dhiira taatu (naamusa ofii Eeggattu)

Tan akkanaa tana Rabbiin hundaafuu haa kennu
ربنا هب لنا من أزواجنا وذرياتنا قرة أعين واجعلنا للمتقين إماما

 !Waggaa 45 oliif Qeeysii tahee eega Tajaajilaa ture booda Qeeysiin beekkamaan Australia Gould David guyyaa arraa gara I...
31/12/2023

!

Waggaa 45 oliif Qeeysii tahee eega Tajaajilaa ture booda Qeeysiin beekkamaan Australia Gould David guyyaa arraa gara Islaamummaa dhufaniiru.
Akkasuma maqaa isaatiis Abdurahmanitti jijjiiraniiru.

Gana diin bakka halkanii guyyaan gahe hunda gahuuf taa'a

Address

Caffeejannataa@gmail. Com
Kampala
DACHASABDUREHMAN

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caffee Jannataa slamic Da'awa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Caffee Jannataa slamic Da'awa:

Videos

Share

Category

Nearby media companies


Other TV Networks in Kampala

Show All