JūMāS

JūMāS Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from JūMāS, Media, Riyadh.

Permanently closed.
27/09/2024
30/05/2024

Dargaggeessi kun islaamawuu dura wallisaa koriyaa ture, ammas youtuber beekkamaadha, ifiifuu xiqquma dura islaamawe garuu naannoo kibba kooriyaa ta masjidni hin jirretti, lafa bitee, nama gurmeessee masjida guddaa jaaree tajaajila kennaa jira.

Khanuma islaamummaaf haarawaa garuu hojii akkana fakkaattu hojjachuun saa hedduu na dinqisiise, Rabbiin irraa haa jaalatuu!
Jiddumaanuu; koriyaa fi japanittis amantiin islaamaa akkaan baballataa akka jirtu gabaafamaa jira. Rabbiin haqarratti isaan haa raggaasisu!

06/12/2023
01/12/2023






25/11/2023

Addunyaan jijjiiramaa jirti, nuti immoo isa waliin jijjiiramuu qabna. Umuriin industirii dhumeera, akkasumas umuriin odeeffannoo bakka hin daballetti deemaa jira. Seerota durii qarshii fi invest gochuu kana booda hin hojjetu. Addunyaa haaraa keessatti milkaa’uu yoo barbaanne, karaa haaraa yaaduu f...

24/11/2023
23/11/2023

JMN
Jumas Media News

Address

Riyadh
12211

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when JūMāS posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category