Huzeefa page

Huzeefa page .

23/10/2020
Obbo Jawar Mohammed fi obbo Baqalaa Garbaa har'aa mana murtitti dhiyatuu Rabbii gammachuu nuu haa dhageessisuu Rabbii ni...
15/09/2020

Obbo Jawar Mohammed fi obbo Baqalaa Garbaa har'aa mana murtitti dhiyatuu Rabbii gammachuu nuu haa dhageessisuu Rabbii ni kadhafii ๐Ÿ™

As wr wb Konkolaattonni 650 bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin bitaman, guyyaa har'aa dirqamni addaa kennameefii naan...
14/09/2020

As wr wb
Konkolaattonni 650 bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin bitaman, guyyaa har'aa dirqamni addaa kennameefii naannoo Oromiyaa kallattii hundatti hojii nageenyaatiif bobbaa'anii jiru.

Konkolaattonni kun Konkolaachiftoota Miseensa Poolisii ta'anii yeroo dheeraadhaaf Kolleejii Poolisii Oromiyaattii leenjii addaa fudhataniin kan konkolaachifaman ta'a!

14/09/2020

Qalloo Mudhii Maarree lafattiin si darba๐Ÿ™„๐Ÿ˜......

Masha Alla umurii nuf dheradhaa๐ŸŒปsheka kenyaa๐ŸŒทAtis ilma Abaa caalu Rabbi siha.godhu๐ŸŒปnuf gudadhu โค ilama zabana kana iasa ...
13/09/2020

Masha Alla umurii nuf dheradhaa๐ŸŒปsheka kenyaa๐ŸŒท
Atis ilma Abaa caalu Rabbi siha.godhu๐ŸŒปnuf gudadhu โค ilama zabana kana iasa tik tok keessa fiigu Rabbi sin godhin๐ŸŒทmasha Alla jedhii yo sigamachise ๐ŸŒน

Suraan kun Buraatoo jedhama nyaata dhiiraati. Gumaata B๐•’๐•’๐•๐•–๐•–๐•ฅ๐•š.  Baalee Magaalaa Danbal gaafa eebba Masjiidaatiif deemnu...
13/09/2020

Suraan kun Buraatoo jedhama nyaata dhiiraati. Gumaata B๐•’๐•’๐•๐•–๐•–๐•ฅ๐•š. Baalee Magaalaa Danbal gaafa eebba Masjiidaatiif deemnu Haadhotiin keenya kennaa hagana baayyatu nuuf gumaachan. Ani harka duwwaa dhaqus harka duwwaa hin galle. yeroon kennaa isaanii kana yaadadhu ummata kanaaf"maal haata'u" na jechisiisa.
Ummata kana Rabbummaan bira nuuf hadhaabbatu

22/08/2020
22/08/2020

Namni Abiyii hindeeggare Jimmaa keessaa jiraachuu danda'a hinjiru ajaโ€™ibaa kan barana kun wallaahi gaafa Wayyaanee sana waayaa
Godinaa Jimmaa keessaatti qofaa yoo xiqqaate namni 2,800 olii mana hidhaa keesattii gidirfamaa jira yakkaa qabatee osoo hintaane sababaa Abiyii deegaruu didee qofaafi kaadiree fii milishaa ganda keesattuu Qeerroo fii saboontota hiisisaa jirti kuullootu
Ilmaan Abbaa Jifaar Abiyii fi nafxanyaa wajjiin hiraarsaa jirti

Adha saudi Arabia nannoo makkah jorana baki jedhamitu akasiti olite
18/08/2020

Adha saudi Arabia nannoo makkah jorana baki jedhamitu akasiti olite

Uuufi    abshir rabi si fayise nu ha gamachisu inshalla
18/08/2020

Uuufi abshir rabi si fayise nu ha gamachisu inshalla

22/07/2020

๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ

๐Ž๐๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š ๐ƒ๐š๐Ÿ๐š๐š๐ญ๐ข ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐Ÿ ๐ ๐จ๐๐ก๐š๐š๐…๐š๐œ๐ž๐›๐จ๐จ๐ค๐ข๐ง keessan ๐๐š๐ฌ๐ฌ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐ข Namni biroo Akka isin Waliin fayyadamaa hin jirr...
31/05/2020

๐Ž๐๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š ๐ƒ๐š๐Ÿ๐š๐š๐ญ๐ข ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐Ÿ ๐ ๐จ๐๐ก๐š๐š
๐…๐š๐œ๐ž๐›๐จ๐จ๐ค๐ข๐ง keessan ๐๐š๐ฌ๐ฌ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐ข Namni biroo Akka isin Waliin fayyadamaa hin jirre beekuuf Jecha ๐—๐Ž๐—๐Ž Jedhu ๐‚๐Ž๐Œ๐Œ๐„๐๐“๐ˆ jalatatti barreessa yoo Mallattoo ๐ƒ๐ˆ๐ˆ๐Œ๐€๐€ Isiniif kenne sirriidha gurraacha taanaan Namni biroo akka sin wajjiin fayyadamaa jiru beeku qabdu ittii fayyadamaa.

๐’๐ก๐š๐ซ๐ž Waliif Godhaa!
Page ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ฌ ๐‹๐ข๐ค๐ž Godhaa!

20/05/2020

As wr wb
_________// sheri godhii achin like godhi page kana

07/05/2020
Mashala ijar hafi
05/05/2020

Mashala ijar hafi

Al hamdulillaah kan harraan na
Geessee qaamaan Yoon fagaadhes
Yaanni koo si bira harmee
ishee na deesse.

Ayii yaa baranaa bulee
Maalin argee bara beekaan
dhumee
Wollaalaan ol Marge

Bara dhiiraaf dhalaan hunduu
Wol makatee bara namni hedduun
Safuusaa dagate.

Bara qabaataan daaree
Inni hin qabne uffattu
Bara beekaan callisee wollaalaan
Waa dubbatu.

Bara soogiddi goodee hadhawaan
Filatame bara dhadhaan dhiifamee
Waa dhoqqeen dibatame.

Kan nu balleessuu deemu
ofuma keetii badi
nuti worra sanyii Mootii
Eenyutu eenyuu gadii?

03/05/2020

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Keriya Kamal  mashala tabarakal sanyii ko ijar hafi
03/05/2020

Keriya Kamal mashala tabarakal sanyii ko ijar hafi

Obbleetti Kiyyaafii Gaazexeessituu Gibee Media Network Ija diinaa Sirraa haqabu Obboleetti kiyya

02/05/2020
02/05/2020
02/05/2020
02/05/2020
01/05/2020

Jabbilootii Abbaa jifaar Nuun Jedhani Aadde Nadia Kemal Disasa Subhaana Wotaala Sistochi kiyya Rami Jima& Keriya Kamal Jecha Kanaan maal jettu Abdii Sigimoo Atiif Mubarik MusamaJabbiloota Abba jifaar Ta,uu keenya Mallatteessa Booda Isintu fala fidaa
kutaa biraa Xabaafan jedhaa ilaalcha biraa keessa in galchinaa

30/04/2020

Tokkumma Humna Waadaa guuttadheera Lamuu Waan tokko Natti Erginaan Waa beekkadhu ๐Ÿ™„

Linaa Wallagga Atimmo sher gochuu dhabnaab waa ๐Ÿ™„

28/04/2020

Woyi ya lammi ko ani malin sif taha lata ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ sheri achin duhayi godhif rabin ilmani oromo hunida rako kesa jiranu hunida kesani basi inshalha ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

26/04/2020

Odeeffanno haara
Saudi Arabiyaa Guyyaa dilbata/har'a irraa eegalee labsiin sochii dhorguu labsame ture akka adeemsaa keessan ka'u ajajaaniru.
29 hanga may 13 irra eegale moolliin,Suuqiin akka banamu.
Magaala Saudi Arabiyaa Jiraatan,Makkaa Malee sa'aati 9am hanga 5 pm bayu akka danda'an eeyyamameera.
Ofeegannoo Cimsadhaan dhamsaa kiyyaa

23/04/2020

Nashiida kana copy gochuun seeraan dhorkaadha namni nashiida kana YouTube irratti deebisee post godhe seeraan itti gaafatama rabbin sodaadha.

23/04/2020
Ana uma
16/01/2020

Ana uma

1234
16/01/2020

1234

01/01/2020

Muca kan nami beku jira

31/12/2019

Puppy

Address

Mecca
HUZEEFAPAGE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Huzeefa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category


Other Media Agencies in Mecca

Show All