Y/M

Y/M biyyaaf du'i biyyaaf duuli

Finfinnee city๐ŸŒ†
09/07/2024

Finfinnee city๐ŸŒ†

28/06/2024

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜"BAACOO"๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Gaaf tokko Abbaa Manaati fi Haati Manaa galgala osoo Ibidda irra taa'anii waliin mari'ataa jiranii, Abbaan Manaa dhuufuu godhe, Haati manaa dogoggora jettee hin dubbanne inuma cal'ifte, ammas otuma taa'anii haasa'aa jiranii Haati Manaatis taraa ish*tti dhuufuu gootee, Abbaan manaa xiqqo cal jedhee taajjabeetuma itti dhiise, ammas otuma taa'aa jiranii haati manaa irra deebiin dhuufu goote yeroo kana abbaan manaa akkas jedheen.
Har'a Guyyaa Meeqa? Jennaanin haati manaatis deebiftee, atis irraa kaasii hisaabadhu gaa jetteen jedhama.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Jummaa mubarak ๐ŸคŽNabiyyii keenyarra nagaafii raahmanni rabbii isaanirra haa jiraatu salawaata buusuu hin dagatiinaa โค๏ธ
28/06/2024

Jummaa mubarak ๐ŸคŽ
Nabiyyii keenyarra nagaafii raahmanni rabbii isaanirra haa jiraatu
salawaata buusuu hin dagatiinaa โค๏ธ

26/06/2024
Dr Aslii yeroo chayinaa keessatti baratu san
26/06/2024

Dr Aslii yeroo chayinaa keessatti baratu san

Reefu hordoftoota 2K bira gaheera!  Deeggarsa itti fufiinsa qabu nuuf gootaniif galatoomaa.   ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰
26/05/2024

Reefu hordoftoota 2K bira gaheera! Deeggarsa itti fufiinsa qabu nuuf gootaniif galatoomaa. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

Hard workโค๏ธ๐Ÿ˜ฎ
26/05/2024

Hard workโค๏ธ๐Ÿ˜ฎ

I've received 100 reactions to my posts in the past 30 days. Thanks for your support. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰
21/05/2024

I've received 100 reactions to my posts in the past 30 days. Thanks for your support. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

15/05/2024

Bird of feathers flock together ๐Ÿ˜‚

Follow my page Oromticha kamisee page ๐Ÿคโคโคโคโคโคโค
10/05/2024

Follow my page Oromticha kamisee page ๐Ÿค
โคโคโคโคโคโค














Akeektee warantaaDubbattee dhugaa baaftaSodaa du'aa hin qabduuLammii kee as-ol kaafta.Har'aa garuu dhokatteeLammiin si d...
10/05/2024

Akeektee warantaa
Dubbattee dhugaa baafta
Sodaa du'aa hin qabduu
Lammii kee as-ol kaafta.

Har'aa garuu dhokattee
Lammiin si dheebotaa
Beeka qalbii fagoo
๐—žudhamaa dhalootaa.

Lapheen lammii soqee
Sumaan iyyafataa
Yaa kudhamaa ummataa
Essum jirtaa laataa?

Follow my page ๐Ÿ‘‰ Oromticha kamisee page โคโคโคโคโคโค
09/05/2024

Follow my page ๐Ÿ‘‰ Oromticha kamisee page
โคโคโคโคโคโค














Muka qajeeltoo muruuWaleensuu laga keessaaSinyaada xiqqoon turuuYaa hacee ilma hundeessaa!~~
09/05/2024

Muka qajeeltoo muruu
Waleensuu laga keessaa
Sinyaada xiqqoon turuu
Yaa hacee ilma hundeessaa!
~~

08/05/2024

Efireem Mokonnen yookiin TikTok irratti Ephat jedhamuun beekama, yeroo baay'ee seenaa, Duudhaafi Aadaa Oromoo Afaan Amaraatiin kan barsiisudha. Respect Bro๐Ÿฅฐโค๏ธ๐Ÿ™

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! ๐ŸŽ‰ Abaduramann Yasiinn, Maru Arga, Formandi...
06/05/2024

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! ๐ŸŽ‰ Abaduramann Yasiinn, Maru Arga, Formandi Haji Abdela, Ahmad Nuur Jamaal

Iccitii shamarranii
30/04/2024

Iccitii shamarranii

Address

Muscat

Telephone

+96871160270

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Y/M posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Y/M:

Videos

Share