Bilisuma Bilisuma Oromiya

Bilisuma Bilisuma Oromiya Oromiyaa

25/03/2024
22/03/2024

Yaa Rabbi nura fudhi duyai tana

14/11/2022

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 ❤️💚❤️

Abba boti kanaa betuu
28/09/2022

Abba boti kanaa betuu

27/05/2022

Bohaartiif
-
Mucaa dubbachuu hin dandeenye tokkotu maatii tokko keessa ture. Gaaf tokko garuu adaadaa jedhee dubbatee ,adaadaan isaa duute. Guyyaa birammoo eessuma jedhe, innis gaafasuma duunaan awwalani. Maqaa nama mucichi waamee hundi ni du'ani. Gaaf tokko galgala osuma ta'anii mucaan ammas dubbachuuf hidhii sochoosutti ka'e . Har'ammoo eenyuun waamuufi jedhanii utuu eegani mucaan , "Ababbaa "jedhe. Abbaan mana sanaa halkan guutu amman du'a jedhee eegaa bulee, baayyees dhiphate garuu homaa hin taane. Haati mucaa abba manaatiin jedhi hin dhiphatinii abbaan isaa si mitii jetteen. Ganama yeroo ka'an namichi ollaa tokko du'e. Abbaan mana mucaa isa du'e kana ta'uusati. Namichi baga mucaan kun kan koo hin ta'in jedhee jedhaan😃😄

Chidha bareda kani akka malee namti toluu mashallha jedhaa abban argitani hora bula jedha ebisa
16/02/2022

Chidha bareda kani akka malee namti toluu mashallha jedhaa abban argitani hora bula jedha ebisa

11/02/2022
28/01/2022

BBM: ODUU [ Amajjii, 27/2022 ]

Itoophiyaatti Dhabbanni Gargaarsaa Ameerikaa [USAID’n] Inveestimentiwwan haaraa lama guutuu Oromiyaatti Namoota kuma 400 ol fayyadamoo taasisu Birrii Biliyoona 10.2 hojjachiisuu beeksise.

Investimentiiwwaan lameen kunneenis, ‘USAID Ifaa fi USAID Strengthening’ kan jedhaman yoo ta’u, Dhaabbilee fi Hojiiwwaan rakkoo dandamachiisu Sagantaa Oomishaa Seeftineetii (Productive Safety Net Programme) 5 kan Mootummaa Itoophiyaatiin Hogganamuti jedhame.

Investimentiiwwaan haaraan USAID lameen kunneen Lammileen kuma dhibbatti lakkaa’aman jireenya isaanii akka fooyyessani fi rakkoon hammaataan akka hongee yookan ammo weerara hawwaannisaallee yoo muudate meeshaalee fi dandeettii mula’ata isaani milkeffachuuf isaan dandeessisu akka horatan kan taasisuu ta’uunille himameera.

Hojiiwwaan kanaanis Eegumsi Biyyoo fi Bishaanii, Leenjii Dargaggoota ga’uumsa hojiif isaan qopheessuu akkasumas, Lammileen akka of danda’anii fi Nyaata fooyya’aa argatan irratti dhaabbilee deggartoota biroo waliin ta’uun kan hojjatumu ta’uu ibsamee jira.
Maddi: AS

21/01/2022

karte kufu wakumcmik afanii chanati

OROMIYAA●Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa  kan sarare namaa maqaan isaa "Luws Craft...
30/11/2021

OROMIYAA
●Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa kan sarare namaa maqaan isaa "Luws Craft" jedhamudha bara 1837 hanga 1850 tti osoo baha Afriikaa naanna'ee maqaa moggassu.
¤ Bara sanas Oromiyaa har'aa kana "Ormaaniyaa" jedhee moggaasee ture!
¤ Bara 1970 keessa immoo "biyya Oromoo "jedhamee moggaafame.
¤ Bara 1976 tti ammoo "Oromiyaa" jedhamee moggaafame.

● Afaan Oromoo Afaanota Afriikaa keessatti dubbataman 1000 ol ta'an keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama.
¤ Afaanota Kuush 40 dubbataman keessaa Afaan Oromoo 1ffaa dha.
¤ bara 1934 hanga 1966tti Afaan Oromoo Itiyoophiyaa keessatti akka hin dubbatamne akka badu taasifamee ture.

●Biyyoota Afriikaa 56 keessaa bal'inaan kan Oromiyaa caalu Biyyoota 17 qofadha.
¤ Oromiyaan bal'ina lafaatiin Faransaayiin ni caalti, akkasumaas Itaaliiti dachaa lama tatti.
¤ bal'inni Dachee Oromiyaa biyyoota akka Kuubaa, Bulgaariyaa, Biritaaniyaa wajjin wal qixadha.
● baay'inni Uummata Oromoo baha Afriikaa jiraatanii yeroo amma Miiliyoona 40 olidha.
● Mootiin yeroo jalqabaatiif Kuush ykn Oromoo hoogganaa turan "Amarraanaa Asiisii (Ateetee) fi Osiriis jedhamu.
● Oromoon jaarraa 16ffaa dura sirna adda ta'e kan ittiin bulu sirna Gadaa kan yuneeskoo irratti galma'e qaba!!!
● Oromiyaan Godinoota 21 fi aanolee 350 qabdi.

Maddii Kitaaba Kuushii fi Oromoo Luwiskraft 1846. fi seenaa dubbisnee irraa.

29/09/2021

Address

Nairobi
Nairobi
01

Telephone

+254798140311

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bilisuma Bilisuma Oromiya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bilisuma Bilisuma Oromiya:

Videos

Share

Category