Madi Eyman

Madi Eyman Oduu Amma Nu Gahe
View The Latest Breaking News And Daily News For Oromia, Ethiopia, World, Entertai

27/11/2023
31/08/2020

Hiriiraa Dubartootaa Keenya Guyyaa arraa Magaalaa Awwadaayitti

Dubartoota Oromoo Awwadaay!

OROMIYAAN NI BIILISOMTII
31/08/2020

OROMIYAAN NI BIILISOMTII

Marroon ilma oromoo baay'ee bilchaataa ta'e dha! Gama barnootaan nama kutaa 1_12 sadarkaa (1.3 ) xumuredha marroon yuuni...
24/08/2020

Marroon ilma oromoo baay'ee bilchaataa ta'e dha! Gama barnootaan nama kutaa 1_12 sadarkaa (1.3 ) xumuredha marroon yuuniiveersiiti finfinnee kiiloo 6 seene

Gama qabsoon marroon qabsoo kan eegale gaafa kuta 6 jirudha Dhakaa gurraacha fi albuuda biroo mootummaan wayyaanee guura turte mormuun daai'mummaa isaan qabsoo oromoo A jechuun eegale

Gaafa jaal marroon qabsoo eegale kaadireen kan akka fi 'aa oromoo ta'uu isaaniyyuu of hin beekan gaafa Sana hundi oromumman isaanittu ni qaanfatu ture

Adda durummaan qabbeenya oromoo saamsisaa turan kaadiree xobbeen amma watwaataa jirtu immoo inumaayyuu hin dhalanne

Jaal marroon gaafa kutaa gadaanaa jiru dandeetti addaa waan qabuuf qabsoo isaa bifa walaloon fakkii kaasuun fi aarti biroon ibsachaa ture Marroo keessaa beekumsaa qofa osoo hin taa'in onnee isa mukuukkula caalaa boba'uti jira onnee oromoo Sana isa kabaja malee sodaa hin beekne!

Gaafa guddatee dergaggoomu fincila diddaa gabrummaa jaalleewwaan isa hundeessuun qabsoo finiisuu eegale jaal marroon cunqursaa ilma oromoo irraa gahaa turee fi jiru oromuun biyyoota akka itoophiyaa keessaatti hidhaa fi gidiraa biyyoota akka yugaandaa keeniyaa fi Ertiraa keessatti rakkoolee ulfaatoo damdamachuun as gahe

Jaal marroon nama oromummaan dhiiga isaa keessaatti marge dha silaa garaaf bulee akkuma warra xawalwaallee kaanii karaa keeniyaa ykn karaa yuugaandaa Sana bana ture haqatu nama baasa malee ololli oromummaa namatti hin horu

Egaan nama akkasii ofitti fiddee waliin hiree oromoo irratti kan hojjechuu maltu MAQAA meeqa itti maxxansaa oolti
Maal godha titisarraa damma hin eegan

Hayyengaa akka Seenaa fii gootummaa marroo irraa bartattan abdiin qaba ITU barreessaa ollee bullee Seenaa fii gootummaa nama kana yeroonu nun ga'uu seenaaf gootummaan isaa kanaan hin dhumu kanugaa sinu ni bettuu hayyen sagalee isaa yeroo dhiyooti ni dhageessu

!

Adunyaan takkaa hin raafnee numa wajin Qabsoti jirti Sher
22/08/2020

Adunyaan takkaa hin raafnee numa wajin
Qabsoti jirti
Sher

22/08/2020

Wan nama Ajaibu Vidio kana guutu isaa dawwadhu
Afaan Motumma Naanno Oromiya Afaan Oromoo Qofaa malif tahee jedhe warri Nafxanya
Deebii isaa Akkas jedhe deebise Vidiyo dawwadhu hiriyya kef sher
Tokkumma kennef wan Dinni yaduu bekuun
Barbachisadha
Pej Follow godhi

19/08/2020

Shane Shane mal jatu hacaaluu abiyitu nyaate
Joharis isumatu itti jiraa
Ya orommo nafxanyan nufixuuf demti iyya iyyaa dabarsa manati hin gaalina hanga johar manati galchitani manatile eggadhaa..

  Gaddaa!Kibba Oromiyaa Godina Gujii Aanaa Liiban fi Gumii Eldallootti RaayyanIttisaa Mootummaa Itiyoophiyaa nama 8 ajje...
12/08/2020

Gaddaa!

Kibba Oromiyaa Godina Gujii Aanaa Liiban fi Gumii Eldallootti Raayyan
Ittisaa Mootummaa Itiyoophiyaa nama 8 ajjeese.
Ajjeechaan kun guyyaa kaleessaa hagayya 9/2020 Raayyaan Ittisaa
Godina Gujii bakka Qalqallacha Boobaa jedhamutti lubbuu nama 4
batalumatti galaafachuun guyyaa har'aa hagayya 10/2020 immoo Aanaa
Gumii El-dalloo nannawa ganda Bulbul jedhamutti namoota biroo 4
galaafachuu jiraattota naannicharraa mirkaneeffannee jirra.
Namoota guyyaa kaleessaa ajjeefaman saddeettan keessaa kan maqaan
isaanii nu dhaqqabe
1. Dalloo Halakee abbaa ijoollee 4,
2. Hukkaa Halakee barataa kutaa 10nii , 3.Dooyyoo (Burgallee kooraa )
nama jedhamu abbaa joollee 3 fi
4. Usmaa'il Usmaan kanneen jedhamaniidha
Kan nama gubu immoo namoota ajjeesan kana reeffa isaanii hawaasni
akka hin awwaallanne ugguranii hanga ammaatti awwaalcha malee
teessisaa akka jiran gaafan odeeffadhu nan shororkaawe. Yaa Oromoo
bakkayyuu ibidda qabsiifnee, diddaa finiinsinee hatattamaan
mootummaa kana yoo ofirraa hin fonqolchine lubbuun teenya yoomuu
akkuma baala mukaatti harcaati!

09/08/2020
09/08/2020
09/08/2020

Address

Pamba Road
Nairobi
00100

Telephone

+254796660053

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madi Eyman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

“OUR STORY”

I'm View The Latest Breaking News And Daily News For Oromia, Ethiopia, World, Entertainment, Politics

SUBSCRIBE:

https://www.youtube.com/channel/UCE8t-96VJtltlhaZjX5WN7A