Daa'imtu Media

Daa'imtu Media Daawitii Uummata

Boorana Bahaa Bulchiinsa Magaala Nageellee Booranaa keessaa, Nama guddaa Nama Jaba tokko dhabne.Jaarsii jabaan warra lii...
22/02/2025

Boorana Bahaa Bulchiinsa Magaala Nageellee Booranaa keessaa, Nama guddaa Nama Jaba tokko dhabne.
Jaarsii jabaan warra liiban Ilmi Qabsaa'a Moluu Soraa Gobbeessa , Aabba Usumaan Moluu Soraa Hardha Fulaa dhugaati gale!
Boorani Ballaan fira fiixaan jajjabaadha irra hafa!
Abba keenna rabbiin rahmatinaaf!

20/02/2025

Qoommii Qorqortii
Nageellee Boorana
Daa'imtu Media

Boorani Jila qaba! Daa'imtu Media
20/02/2025

Boorani Jila qaba!
Daa'imtu Media

Godina Boorana Bahaa Magaala Nageellee Booranaatiif Aanaa Waacilleettii Mariin Sosochii Baallii Walharkaa fudhiinsa Gada...
19/02/2025

Godina Boorana Bahaa Magaala Nageellee Booranaatiif Aanaa Waacilleettii Mariin Sosochii Baallii Walharkaa fudhiinsa Gadaa Boorana 72ssoo Haroomsaan asi marii irra oolan.

Waktiin nu jila as qabnu gabaabdu waan taateef nami keenna cufa yaadaaf hujiilleen gar Jila ha deebinu.
Warra Jila Oofu!

15/02/2025

Seena Aabba Godaana Tuniittiif
Eebba khitaaba Abbaa Gaaddisa
Nageellee Boorana!
Daa'imtu Media

Khitaabi Abba Gaaddisa jedhu kha Seena Gooticha Aabba Godaana Tunii Kha Qorataa Aadaaf Seena Aabba Jaatani Diida Haroott...
15/02/2025

Khitaabi Abba Gaaddisa jedhu kha Seena Gooticha Aabba Godaana Tunii Kha Qorataa Aadaaf Seena Aabba Jaatani Diida Haroottiin bareefame Guyyaa hardha Godina Boorana Bahaa Magaala Nageellee Booranaatti Eebbifamuut jira!
Daa'imtuu miyyuun walitti dachaana!
Daa'imtu Media

Boorani Jila qaba! Guraandhala 26-30Areero Gooroo, Ardaa BadhaasaDaa'imtu Media
14/02/2025

Boorani Jila qaba!
Guraandhala 26-30
Areero Gooroo, Ardaa Badhaasa
Daa'imtu Media

13/02/2025

Qoommii Daa'imtu Median Hayyuu Boorana, Yaa'aa Khura Jaarso Aabba Diida Galgaloo waliin Tolchite itti Dhiyaadha.

Daa'imtuu media
Nurture The Culture!

11/02/2025

Jila Galma Dhawa Dhaamsa Yaa'a Arboora!
Qoomii Daa'imtu Media

11/02/2025

Jila Galma Dhawa dhaamsa Daa'imtu Media waan kurfeefate qaba.
Nu eega!

Yaa'i Gadaa Arbooraa Godina Boorana Bahaa Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Guutotti Galma Dhawaa Dhaamsaa Dongoruun Jilachuu Ja...
09/02/2025

Yaa'i Gadaa Arbooraa Godina Boorana Bahaa Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Guutotti Galma Dhawaa Dhaamsaa Dongoruun Jilachuu Jalqabee Jira.

Jilti Tunin Yoo Diqqaatte Bultii Kudhaniif Ka Gargari Hin Cinnee Yoo taatu, Aduu Guyya Ardha Galma Dhawa Dhaamsa Dongoruun Jila Jalqabanii Jiran.

Ballinaan Vidion Walitti Dachaana.
Daa'imtu Media

Horaa Bulaa Deebanaa!
Warra jilaa Oofuu!

08/02/2025

Khitaabi mata dureen isaa 'Abbaa Gaaddisaa' jedhu barreessaafi Qorataa Aadaafi seenaa Abba Jaatanii Diidaa Harootiin barreeffame guyyaa hardhaa Dira finfinneeti eebbifamee jira.

Daa'imtu Media Barreessa Khitaaba Aabba Jaatani Diida dubbise jira itti dhiyaadha!

07/02/2025

Oduu Daa'imtu Media
Ammajjii 30/2017

Boorani Nama Abba Gadaa Ta'u Guyya Baallii Hin Filatu!Ammajji 29/2017 'imtu Media Raaba Ilmaan Boru MadhaaRaabi Ilmaan B...
06/02/2025

Boorani Nama Abba Gadaa Ta'u Guyya Baallii Hin Filatu!
Ammajji 29/2017 'imtu Media

Raaba Ilmaan Boru Madhaa

Raabi Ilmaan Boru Madhaa Sirna Gadaa Oromoo Boorana Keesatti Haaromsa Asi Abba Gadaa 73sso Ta'e Eegata. Amma wagga 8tiin Boodaa Madhaa Boru Madhaa Abba Gadaa 73sso Taha.

Boorani Nama Abba Gadaa Tahu Gaafa Nami Sun Sadarka Gammee keesa jiru Filata. Gamme Ta'e Khuusa Ta'e Ganna Saddeettan Khuusa Khuusoma Sun Jilata Tura. achirraan Raaba Ta'e Jiloota Yeroo Raabaa Jilata. Doorii Ta'e Jila Darrabba Geeggessa, Raaboma Sirba Dhokisuu Geggeessa, Kan Jechuun Akka Nami Kun Aadaa Tan Keesatti Guddate, Aada Tana Baratee Muxaanno Gargara Horatu Godhuuf Jechu.

Yeroo Gammee Sunitti Yoo Filatamuu Abbootiin Adulaa Ja'aan Galata Itti Barbaadde Booranaa Guutu Cufa Irra Fedhatani. Adula Sun Ja'aan Bokku Abbaan Booranaa ta'een Waan Abbaan Bara Bulchiinsa isaa sun Keesatti Boorana Hojjateen mucaan Isa Sun Abbaa Gadaa Ta'a, malee Ganamuma Tokko Lafa Kaye Abba Gadaa hin Ta'u

Daa'imtu Media
Narthure the Culture
Warra Jilaa Oofuu

05/02/2025

Raaba Ilmaan Boruu Madha!

Ammajjii 28/2017
Raabi amma Ilmaan Boruu Madhaati. Abba Gadaa Haaromsa asi 73sso/ akka wali galaati 167esso Madha Boruu Madha waliin turtii Daa'imtu Media godhe itti dhiyaadha!

Daa'imtuu Media
Nurturing the culture!

04/02/2025

Good Morning From Areero Gooro!
Ammajjii 27 /2017
Daa'imtu Media

02/02/2025

Muuda Qaalluu!
Ammajji 25/2017
Daa'imtu Media

Address

Moyale

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daa'imtu Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share