Akka fedhakee waaqayyoo

❓
17/02/2023

🤍🤍🤍💚💚💚
09/02/2023

🤍🤍🤍💚💚💚

07/02/2023
Ameen 🤲🙏
06/02/2023

Ameen 🤲🙏

31/01/2023

Hin duune Aralee gooftaadhaan jira nuti ❤️‍🩹

😇
25/01/2023

😇

❤️❤️❤️💙
16/01/2023

❤️❤️❤️💙

10/01/2023
07/01/2023
Fαууιѕααи_Dнαℓαтє▬▬▬▬▬▬▬▬▬Baga ittin isin  gahe Hundumti keessaniDinqii haaraa taheAaga dhageessanii?  ¨¨¨''''''''''''''...
07/01/2023

Fαууιѕααи_Dнαℓαтє
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Baga ittin isin gahe
Hundumti keessani
Dinqii haaraa tahe
Aaga dhageessanii?

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Dhalate iyesus
Nagaa isatu kenna
Merry Christmas
Well come isiniin Jenna

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Gooftaan nudhalate
Ayyaana goofticha
Cubbuudhaf dhumate
Gammada ililcha.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Gurraan kan qabdurraa
Betelehem ililchii
Abdiin barabaraa
Argamee qorichii

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Fayyisaan jireenya
Iyesus dhalateera
Waanjoo cubbuu keenya
Nurraa caccabseera

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Furiin keenya dhufe
Hoolaan kakuu haaraa
Diinni keenya kufe
Ifti nuuf baheera.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Karaa addaaminu
Cubbuun kan nu xaxe
Iyesus nuf dhalannan
Duuni lafa lixe.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Si'oolin salphiftee
Yaa Addaam lamaffaa
Baguma nudhufte
Gara biyya lafaa.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Burqituu abaarsa
Situu nurra gogse
Golga dukkaanessa
Situ tatarsaasee.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Laga cubbuu sana
Situ nurraa dabse
Maal kan akkana
Addunyaa araarse.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Duuni hin dhaabatu
Anaafi si dura
Kakuun kan jiraatu
Iyesus nu fureera.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Gara keenya dhufte
Ilma waaqa Iyesus
Balbala si'ool cufte
Salphifte daabiloos.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Erga nudhalattee
Karaa arganneera
Ati nu jaallattee
Bilisa baaneerra.

¨¨¨'''''''''''''''''''''''''''''¨¨¨

Homtu nun ittisuu
Karaakeen nigalla
Baasii nun baasiisuu
Tsihoonin nidhaalla (××)

Baga guyyaa yaadannoo dhalachu gooftaa keenya fi fayyisa keenya Yesuus_Kristoos nagaan geessan!

🎄Merry_Christmas🎄
🎁Αууααиα Gααʀιι!🎁

🔥
👉Ani Wangeelatti hin yeella'u!
Share💥💥

02/01/2023

Guutuu isaa Dhageefadhaa 👂 link 🔗 gadii kanan👇 ://youtube.com/

Nama Ebbaa
01/01/2023

Nama Ebbaa

Ijoollee Ebbifamoo❤️❤️
01/01/2023

Ijoollee Ebbifamoo❤️❤️

01/01/2023

Bayyeessuuussiim

23/12/2022
''እግዚብሔር ስለ አናንተ ይዋጋል''የተረት ተረት ትምህርት የትዉልድን አይምሮ ያሳወረ የማዕዘን ድንጋይ የሆነዉ ክርስቶስን እንዳይመለከቱ የከለከለ ትምህርት ነዉ ጌታ ማስተዋል ጥበቡን ይጨምር...
21/12/2022

''እግዚብሔር ስለ አናንተ ይዋጋል''

የተረት ተረት ትምህርት የትዉልድን አይምሮ ያሳወረ የማዕዘን ድንጋይ የሆነዉ ክርስቶስን እንዳይመለከቱ የከለከለ ትምህርት ነዉ ጌታ ማስተዋል ጥበቡን ይጨምርልህ John.
Barnoota jette jetteen sammuu dhalootaa kan hadooche gara ifaatti akka dhufan barsiisuun kee amantaa diiga jirta jedhamuun isaa si hin leyyaasisiin. hundee fayyina uummamaa kan ta`e fannifamuu isaan du`a mo`ee nus kan fayyise maalif labsita jedhamtee himanni sirratti banamuun siif carroomudha. mana murtii biyyattii mitii maaliif mana murtii addunyaatti si hin himanne. Homaa gochuu hin danda’an sababani isaa wa`ee keessaniif waaqayyootu dubata jedha wangeelli.
በመጨረሻው ዘመን ወንጌል በሀይል ይሰበካል ይላል መጽሐፍ ቅዱስ ብዙ የሲኦል በር የሆኑ የሀይማኖት ድርጅቶች ከዚህ በኋላ ህዝቡን እያሳቱ አይቀጥሉም.

Lamaanuu ba'aadha!
18/12/2022

Lamaanuu ba'aadha!

18/12/2022
🛑HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nam...
17/12/2022

🛑HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.

❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.

❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.

❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»

❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»


fedhakee waaqayyo @

. Don't forget Follow and share

Haaceekoo🥹😢😭😭
12/12/2022

Haaceekoo🥹😢😭😭

Address

Amman

Telephone

+962796212739

Website

https://youtube.com/@biliseekuubii2347

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Akka fedhakee waaqayyoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Akka fedhakee waaqayyoo:

Videos

Share

Nearby media companies