Keruu Awal

Keruu Awal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Keruu Awal, Digital creator, Pag.

Permanently closed.
16/11/2022
09/11/2022
08/11/2022
08/11/2022
19/08/2022

DUBBII FINFINNEE !

Finfinneen guutuun ishee lafa oromooti. Kana sirriitti walitti himaa deemuun gaariidha!
Sobaafi sossobaan furmaata hin tahu yoomiyyuu!
Nuti sabni biraa irraa haa buqqa'ani hin jenne, qe'een kan oromoo tahuu isaa beekanii;saba keenya kabajanii haa jiraatani jenne. Tuffatamuufi qe'ee isaa irratti rakkatee jiraachuun oromoo irraa hin bareedu... Kabajamee bashadee jiraachuu qaba sabni keenya lafa isaa irratti.. Lafa daangaan finfinnee kanadha jettanii asiif achi ciruu dhiisaa. Guutuun isaayyuu handhuura oromiyaati Finfinneen... Akkasitti hubaadha!

Sababni isaa Gondar akkuma kan Amaharaa taate, Maqalee fi addagiraat kan Tigireeti.
Finfinneen guutuun ishee lafa oromooti jettanii yoo mirkaneessitan maaltu dhufa? Maaf sodaattu?

Kaleessawoo Warra saamuu Baretu Saamichaaf jecha Akka Isaaniif Ta'utti Daangaa ka'ani.
Yoo isin Har'a guutuun finfinnee kan Oromooti jettanii seera hin tumne gatii guddaa dhaloota Kaffalchiisuu danda'a.
Garuu Dhaloonni kun haa turus Malee inuma qe'ee isaa Akka Tahe Guyyaa tokko inuma Mirkaneeffata.

Ifa itti himaatii diina abdii kutachiisaa! Oromoo Miliyoona 60 ol qabattanii maaliif ofitti Amanummaa dhabdu? Lafti kan oromooti. Dachiitu garagala yoo lafa oromoo tahuu mirkaneessitan?
handhuura oromiyaa!
Ani anuma!. August 2022...

19/08/2022
01/05/2022

Eid Mubarak

02/02/2022

"የዛሬ ዕውነታዎች የትናንት ህልሞች ነበሩ፤ የዛሬ ህልሞችም የነገ እውነታዎች ናቸው።"

ምስጋና ሁሉ ለኃያሉ ፈጣሪ አላህ የተገባ ነው።
الحمد لله أولاً وآخرا.
© Engr/Ustaz Bedru Hussein - በድሩ ሁሴን

23/01/2022
13/01/2022

Goota ija Barbdaa
Nuuf jiraadha🇪🇹🐅❤

Baga Nagaan batantokkummaan furmaata👏
07/01/2022

Baga Nagaan batan
tokkummaan furmaata
👏

07/01/2022
01/01/2022

👍❤

01/01/2022

👍

31/12/2021
Jagnaa🇪🇹❤
31/12/2021

Jagnaa🇪🇹❤

24/12/2021

Address

Pag

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keruu Awal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share


Other Pag media companies

Show All

You may also like