Tamem Umer pages

Tamem Umer pages Creaters

14/01/2025
12/12/2024
10/12/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Badhasa Wara Abaxaafaa, Nugusee Simee Wajire, Musxafaa Odaa Bultii

08/12/2024

Ergaa Nagaa

31/10/2024

Safuun Hidda Dhiiga Qaroominaati Ummata Qaroomee Safuu Beeku Ijaaruun Murteessaadha🙏

28/10/2024

ህልም በጊዜና በቦታ አይወሰንም!!!!

Godina  Baalee  Bahaa A/Daawwee QaachanGanda Bakkee KoraattiInisheetivii Muuzaa fiPaapayyaa Gammoojjiin Tan itti Baqatan...
26/10/2024

Godina Baalee Bahaa A/Daawwee Qaachan

Ganda Bakkee Koraatti
Inisheetivii Muuzaa fi
Paapayyaa

Gammoojjiin Tan itti Baqatan Malee Tan irraa Baqatan akka hin Ragaan kana Caale hin jiru.

Nu Milkeessi Yaa Rabbi Suphaa Soolaarii Boolla BGF Magaalaa Mioo
20/10/2024

Nu Milkeessi Yaa Rabbi Suphaa Soolaarii Boolla BGF Magaalaa Mioo

AlhamdulillaahiYaa Rabbi Galanni Keeti.Deddeebii Ji'a Afurii booda Guyyaa Hardhaa Haadha Manaa too Yaalii Baqaqsanii Yaa...
19/07/2024

Alhamdulillaahi
Yaa Rabbi Galanni Keeti.

Deddeebii Ji'a Afurii booda Guyyaa Hardhaa Haadha Manaa too Yaalii Baqaqsanii Yaaluutiin Doktoroonni Hospitaala Goobbaa አሞት ጣጣር isa jedhan San Xaaxarii Hadhooftuu Guubbaa Baayyinni Isaa 9 ol ta'e Guyyaa Hardhaa Karaa Milkii ta'een Keessaa baasanii jiru.

Ogeessota Kutaa Baqaqsanii Yaaluu
Namoota Bilbilaa fii Yaadaan Nu Wajjii Ciinqamtan hunduma keessanuu Galata Dachaatu isiniif Mala.

Ammas Du'aahii Nuuf Godhaa.

Dr. Kaasahun Goofe Baallami Congratulations
06/07/2024

Dr. Kaasahun Goofe Baallami

Congratulations

Sagantaa Eebba Pirojektota Aanaa Daawwee Qaachan........... ...........
05/07/2024

Sagantaa Eebba Pirojektota Aanaa Daawwee Qaachan........... ...........

Address

Bale

Telephone

+251910759518

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tamem Umer pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tamem Umer pages:

Videos

Share