Oromia Horizon

Oromia Horizon Our vision is to be a catalyst for positive change.

Oromia Horizon exists to serve the public, and its mission is to inform, entertain and empower people with accurate, in-depth and compelling content that upholds the value of truth.

27/10/2021
Oduu AmmeeWoraanni bilisummaa Oromoo fi humni ittisa Tigray (TDF) woliigaltee woliin hojjachuu mallattessuun isaanii ibs...
11/08/2021

Oduu Ammee

Woraanni bilisummaa Oromoo fi humni ittisa Tigray (TDF) woliigaltee woliin hojjachuu mallattessuun isaanii ibsame. Hogganaan woraana bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa bilbilaan Asoosheetid Pireesif akka himetti torbaanota darban keessa humni TDF yaada woliin tumsuu erga nuuf dhiheesse booda itti yaadne waan nu baasa jedhu irratti woliif galleerra jedhe. Mootummaa kana jigsuun kan danda'amu humna woraanaan qofa kan jedhe Jaal Marroon. Woliigalteen taasifame kun, odeeffannoo woraanaa woliif qooduu, wal cinaa loluu fi mootummaa kana humnaan jigsuudha jedheera.

Qabxiilee dabalataa kan irratti woliifgalame ilaalchisee wonti ibsame hin jiru.

NAIROBI, Kenya (AP) — The leader of an armed group that Ethiopia’s government has designated a terrorist organization says his group has struck a military alliance with the Tigray forces who are now pressing toward the capital, as the conflict that erupted in the Tigray region last year spreads ...

Polisiin humna addaa Oromiyaa lola Tigray irratti hirmaachuuf karaa Affaar deemaan hedduun booji'aman. Lola baatilee sad...
20/07/2021

Polisiin humna addaa Oromiyaa lola Tigray irratti hirmaachuuf karaa Affaar deemaan hedduun booji'aman. Lola baatilee saddeettan darban geeggeeffameen mootummaan federaalaa moohamuun naannoo Tigray gad lakkisee kan bahun waamicha dhukaasa dhaabuu labsee ture. Haa ta'uu garuu lolichi bifa haaraan kan itti fufe yoo ta'u yeroo ammaa kanatti lolicha abbummaan kan lolaaru naannoo Amaaraa akka ta'es beekkameera. Guyyoota muraasa dura poolisoonni addaa naannoolee gara garaa irraa gama daangaa Tigray kan duulaan yoo ta'u poolisoonni humna addaa Oromiyaa lakkofsaan hedduu ta'an TPLF-itti harka kennachuun isaanii gabaafameera. Lola irratti booji'amuu fi ufii isaaniitii harka kennachuu ilaalchisee wanti beekkame hin jiru.

17/07/2021

"እኔ የምለው አገኘሁ ተሻገር ወታደራዊ ሪፖርት ለከያኒ ታማኝ በየነ ነው እንዴ የሚያቀርበው? ለማንኛውም "ሰዉ ይፎክራል ወደ ተጨባጭ ተግባር ስታስገባው ግን የለም ሚሊሻው ወደ ቤቴ መልሱኝ እያለ ነው" ብሏል አገኘሁ። አርሶ አደሩን አልፈርድበትም። የፖለቲካ ልሂቁ ነው እንጂ ይህ ህዝብ በየገደሉ መዋደቅ ስልችቶታል። ለዚህም ነው ጦርነት ይብቃና ሁሉን አቀፍ ውይይት ይደረግ የምንለው።

አገኘሁ "ጎንደር ጀግና ነው። ጎጃምና ወሎ ፈሪ ነው" ያለው ነገር ግን ገራሚ ነው። የለየለት ጦርነት ውስጥ ተገብቶም ጎጥ አይተውም ለካ። ጠሚው ግን ሁነኛ አመራር አጋሮች ናቸው ያሉት! ወታደራዊ መረጃው እንዳለ ፌስቡክ ላይ ተሰጥቶ የለም እንዴ?"

Finfinne Intercept Station

Update:   and   states Security Forces joining national army and   state security forces in fresh offensive against   fo...
14/07/2021

Update: and states Security Forces joining national army and state security forces in fresh offensive against forces ( Addis Standard )

Oromia regional state communication bureau head Getachew Balcha has confirmed to Al AIN news portal that Oromia security forces are dispatched “as part of law enforcement” measures and “to defeat” Tigrayan forces. He further said security forces and the people will both take part to “fend off the danger on the country.”

Similarly, President of the newly constituted Sidama regional state Desta Ledamo told Ethiopia Check that members of the regional state spacial forces will be dispatched as of tonight in a ceremony which will be attended by local media. The President disputed social media reports that members of the Sidama state special forces left camps refusing to participate in the war in Tigray.

Pictures: Oromia and Sidama Special forces/Archives/Social media

Qondaaltonni ABO Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa bakka duraan itti hidhamanii turan Mojoo irraa baafamanii essa akka ge...
12/07/2021

Qondaaltonni ABO Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa bakka duraan itti hidhamanii turan Mojoo irraa baafamanii essa akka geeffaman kan hin beekkamne ta'uun ibsame. Hidhamtoonni siyaasa kun yeroo garagaraatti manni murtii bilisaan gad lakkisus, humnoota nageenyaa mootummaan seeraan ala bobbaaseen butamanii hidhatti deebi'uun isaanii kan yaadatamuudha.

Mootummaan amma jiru hidhamtoota siyaasa mana hidhaarra baasuun kan ajjeesa turee fi itti jiru waan ta'eef, Oromoon bakka jiruu tokkummaan ka'ee waa'ee hidhamtoota siyaasaa bakka buuteen dhabamee kana gaafachuu qaba jedhameera.

Paartiin Koongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) miseensa isaa humna mootummaatiin mana butamee ajjeefamee ilaalchisee Ko...
12/07/2021

Paartiin Koongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) miseensa isaa humna mootummaatiin mana butamee ajjeefamee ilaalchisee Komishinii Mirga Namummaa Xoophiyaatiif xalayaa barreesseera.

"Komishinii Mirga Namummaa Xoophiyaatiif

Finfinnee

Miseensa paartii keenyaa, Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) fi miseensa koree KFO aanaa Bakkoo Tibbee Godina Shawaa Lixaa, akkasumas dhalataa aanichaa kan ta’e Obboo Mallasaa Caalaa Goobanaa, mana jireenyaasaa Magaalaa Burraayyuu iddoo Gafarsa Noonnoo/Ashawaameedaa jedhamuu gaafa Ebla 13, 2013 ALHtti halkan keechaa naannoo sa’aa 6:00tti humnoota mootummaatiin butamee fudhatamuu waajjirri keenya mirkaneessee ture. Yeroo caqafame kanaan boodattis Obboo Mallasaan eessatti akka fudhatame odeeffannoon ibsu dhabamee otoo jiruu, tibba kana namootni waliin hidhaman jedhaman hiikkamanii gara maatiisaaniitti yemmuu deebi’an, Obboo Mallasaa Caalaa Goobanaa garuu tokkoon hiniikamne yookanimmoo maatiinsaafi paartiin keenya iddoo inni jiru beekuu hindandeenye.

Haata’u malee odeeffannoon gama miidiyaalee hawaasummaatiin ba’an akka ibsanitti, Obboo Mallasaan akkuma human mootummaatiin butameen lubbuun darbuusaafi maatiinsaas Adoolessa 04, 2013 ajjeefamuusaa akka dhagahan mirkaneeffanneerra.

Odeeffannoowwan armaan olitti caqafaman haajiraatan malee, Obboo Mallasaa Caalaa Goobanaa maaliif akka qabame, lubbuun kan jiru yoo ta’e essa akka jiru, ajjeefameera yoo ta’emmoo eessaatti akka du’eefi reenfisaa eessa akka jiru; maatiisaatiif, paartii keenyaafi saba bal’aadhaaf akka ibsamuuf akka nu gargaartan deeggarsa keechan gaafanna.

Nagaa Wajjiin

Mararaa Guddinaa (Prof)
Dura Taa’aa KFO
( Oromo Federalist Congress - OFC)
___
( Oromo Federalist Congress )
___

13/12/2020
08/12/2020
20/11/2020
13/11/2020

Oduu ammee
Magaalaa guddoo naannoo amaaraa kan taate Bahirdar keessatti kaampiin raayyaa ittisa biyyaa fi daandiin qilleensaa rookkeettiidhaan rukutameera. Magaala Gondarittis haalli walfakkaataan akka jiru himama. Haala amma jiruun lolli finfinnetti dhihaachuu mirkaneessa.

Hordoftoota Oromia Horizon, guyyaa boruu haala yeroo irratti keessummoota 2 qabannee isiniif dhihaanna. Sa'aatii 10pm UK...
06/11/2020

Hordoftoota Oromia Horizon, guyyaa boruu haala yeroo irratti keessummoota 2 qabannee isiniif dhihaanna. Sa'aatii 10pm UK/4pm MN irratti nu eegaa.

05/11/2020

ባለፈው ማክሰኞ ሌሊት (Nov 3) አቡሽ አህመድ ትግራይ ውስጥ የፈጸመው ጀብድ ምን ነበር?
እውነታው ሲነገር....

የአቡሽ ኮማንዶዎች በአንቶኖቭ (ትልቁ የጦር አውሮፕላን) አመሻሹ ላይ ገብተው፣ የሰሜን እዝ መቀሌ ግምዣ ቤት የሚገኘውን “የጦር መሳርያ በአንቶኖቭ ተጭኖ ይውጣ ወይም አቃጥሉት” የሚል ትእዛዝ ይዘን መተናል አሉ...

*****

እዛ የሚገኙ የሰሜን እዝ ወታደሮች ግን “ይሄን ለማድረግ ለኛ ከመከላከያ ትእዛዝ ስላልመጣ አንጭንም” በሚል አተካራ ይፈጠራል። በምሽቱ በነበረው አታካራ መሃል በአንድ የቀድሞ የኢትዮጵያ ጦር መሪ በነበረ ከፍተኛ ጀነራል የሚመራና ከፍተኛ ስልጠና ያለው የትግራይ ልዩ ሃይል ጦር ደርሶ፡ “እንኳን መሳርያው አንቶኖቯም አትሄድም” ብለው ሲነግሯቸው ኮማንዶዎቹ የነበረውን ተጨባጭ ሁናቴ ለማስረዳት አቡሽ ጋር ይደውላሉ....

*****

ጀብደኛው አቡሽ አህመድ ይሄን ከሰማ በኋላ ተናዶ... ከሪፖብሊካን ጋርድ ኮማንዶ ተጨማሪ ሀይል በአንቶኖቭና እና በሄሊኮፕተር አስጭኖ በመላክ በፓራሹት እየወረዱ ለማስፈራራት በሚመስል መልኩ ኦፕሬሽኑን ለማሳካት ጥረት ሲያደርጉ ሳለ... በትግራይ አለ የተባለ.... በዚሁ የቀድሞ ከፍተኛ የጦር ጀነራል የሚመራው የአልሞ ተኳሽ ስኳድ አቡሽ ከፊንፊኔ የላካቸውን ተጨማሪ ኮማንዶዎች ሰማይ ላይ እያሉ እየቀለበ ቆላቸው — መሬቱም በባለ ቀይ ቆብ ወታደሮች ሙት እና ቁስለኛ ሳይሞላ አልቀረም ...

———-

ከዚሁ በኋላ በነበረው ትርዕት፣ በሁሉም አከባቢዎች የነበረው ተኩስ ወደ ሰማይ ሆኖ...ከነዚህ ቅልብ የሪፖብሊካን ጋርድ ኮማንዶ ሙት እና ቁስለኛ በስተቀር የተጎዳ ወታደር አልነበረም ባይ ነው የዚህ መረጃ ምንጭ። ከዚህ በኋላ ነበር በዛ ውድቅት ሌሊት አቡሽ አህመድ በፌስቡክ ላይቭ ወጥቶ፣ “ወያኔ መከላከያ ሰራዊቱ ላይ ጥቃት ፈጸመች” በሚል ጦርነቱን ያወጀው...

*****

ጀብደኛው አቡሽ ይሄን ሲያደርግ የትግራይና ታማኝ አይደሉም የተባሉ የሌላ ብሄር ጀነራሎች ስለ ዘመቻው እንዳያውቁ ተደርጎ መሆኑ ሊሰመርበት የሚገባ ወሳኝ ነጥብ ነው። ከመቐለው ድል በኋላ መላ የትግራይ ልዩ ሃይል ጦር ትእዛዝ ተሰጥቶት ቁልፍ ቁልፍ ቦታዎች ተቆጣጥሮ በሁሉም ድንበሮች ዝግጁ እንዲሆኑ መደረጉም ይሄ የመረጃ ምንጫችን ገልጿል።

*****

በዛው ምሽት ግማሽ ሰዓት በማይሞላ በዚህ ዓይነቱ ግብግብ (skirmish)፣ 400 ታንኮችን ጨምሮ ኢትዮጵያ አለኝ ከምትለው መካናይዝድ መሳሪያዎች ውስጥ ሰማኒያ በመቶ (80%) የሚሆነው ያህል በትግራይ ልዩ ሃይል ጦር እጅ መግባቱን መረጃዎቹ አመልክተዋል።
———-

ይሄንኑ ተከትሎም የግዙፉ የሰሜን እዝ አብዛኛው ወታደሮች የአቡሽን ትእዛዝ ተቀብለን ህዝብ ላይ አንተኩስም በማለት መሳርያቸውን አውርደዋል። ከዚሁ ጋር ተያይዞ፣ በቀደምለታ በአቡሽ አህመድ እሱን እንዲተካ በተላከው ጀነራል መሃመድ ከመቀሌ ኤርፖርት መመለሱን ተከትሎ ከቦታው ሳይነሳ የቀረው የዕዡ ምክትል አዛዥ ጀነራል (ኽፍሌ) ዛሬ በሚዲያ ቀርቦ እንደገለጸው፣ ይህ ግዙፉ የመከላከያ ሰራዊት ዕዝ ያቡሽ አህመድን ትዛዝ ተቀብሎ የትግራይ ህዝብ ላይ እንደማይተኩስ ገልጿል። ባጭሩ ከነደብረጽዮን ጋር ነን ማለቱ ነው....
Girma Gutema

02/11/2020

"ትናንት በወለጋ ጉሊሶ ተፈፀመ የተባለው እጅግ ዘግናኝ ነገር ነው። ያሳዝናል። ለሞቱት ንፁሀን ዜጎች ነብስ ይማር፡፡ የኦነግ ጦር ሰራዊት መሪ ጃል መሮ በሰጠው ቃለ ምልልስ " እኛ ችግራችን ከመንግስት ጋር ነው። የምንዋጋውም ከመንግስት ጋር ነው። እኛ ህዝብን ነክተን አናውቅም። እኛ ችግራችን ከህዝብ ቢሆን ኖሮ ወለጋ ጫካ ውስጥ ቡና ለመልቀም ከጎጃም የመጡ ብዙ ሰዎች አሉ። ነገር ግን እነሱ በሰላም እየኖሩ ለብዙ አመታት ቆይተዋል። በኛ ስም መከላከያ ብዙ የሽብር ተግባራትን እንደሚፈፅም እናውቃለን። እውነት ከኛ ጋር ስለሆነ ለወደፊት ሁሉም እውነቱን ያውቃል። የኦነግ ወታደር ከአንድ አመት በፊት ቄለም ወለጋን ሙሉ በሙሉ ተቆጣጥሮ ሲያስተዳድር እንደነበር የሚታወስ ነው። በዛን ጊዜ ያልተገደሉ ንፁሀን ዛሬ ምን ተፈጥሮ ይገደላሉ? ከሟቾቹ የሚጠቀመው ብልፅግና ብቻ ነው።" ብሎል። በአንድ ወቅት የኦሮሚያው የፀጥታ ቢሮ ሀላፊ የነበረው ብ/ጀ/ል ከማል ገልቹ በLTV ላይ "ደብዳቤ ፅፎ ባንክ ሲያዘርፍ የነበረው ራሱ ኦዴፓ (ኦህዴድ) ነው" ብሎ እንዳጋለጠ ይታወሳል።
የጉሊሶ ዜና እጅግ ብዙ ጥያቄ የሚያስነሱ ነገሮች አሉት:-
1 ) ከ200 አማራወችን ዛሬ በለሊት የጨፈጨው ብልፆግና ላለመሆኑ ምን ማረጋገጫ አለን?
2 ) መከላከያ ጥቃት ከመፈፀሙ ጥቂት ሰአታት በፊት ለምን እንዲወጣ ታዘዘ?
3 ) ኦነግ የአካባቢውን ነዋሪዎች ለስብሰባ የመንግስት ትምህርት ቤት ውስጥ ጠርቶ እንደረሸናቸው ነው ዜናው የሚገልፀው። በመንግስት ት/ትቤት ውስጥ ያውም በቀን በጠራራ ፀሀይ ነዋሪዎችን በየሰፈሩ እየዞረ ስብሰባ ከጠራ ዞኑ አነግ የሚያስተዳድረው ነፃ ግዛት ሆኗል ማለት ነው?
4 ) በአካባቢው ምንም አይነት የመንግስት ወታደር የለም ማለት ነው?
5 ) ኦነግ የጠራውን ስብሰባ ለመካፈልስ ከ 200 በላይ ነዋሪዎች (ያውም ብሄራቸው አማራዎች) እንዴት ሊገኙ ቻሉ?
6 ) ኦነግ ምን ብሎ ነዉ የመንግስት ት/ቤት ዉስጥ ስብሰባ የሚጠራዉ? ህዝቡስ ቢሆን ስብሰባ የጠራዉን አካል ሳያዉቅ ነዉ ሄዶ የተሰበሰበዉ?
የኦሮሞ ህዝብ ትግል ከስረዓቱ ጋር እንጂ የአማራን ህዝብ ጨምሮ፣ በየትኛውም ህዝብ ላይ ያነጣጠረ አይደለም። ሆኖም አያውቅም። ይህ ልክ እንደ ሃጫሉ ግድያ ፣ የፖለቲካ ቁማረተኞቹ ስራ ነው። መንግስት የፓርክ እንጅ የዜጎችን ደህንነት መጠበቅ አልቻለም። ኦነግ ሙሉ በሙሉ ተደምስሷል ያለው መንግስት አይደለም እንዴ? ኦነግ ከተደመሰሰ አሁን እየገደለ ያለው መንግስት ነው ማለት ነው። የኦነግን ስም ለማጠልሸት ከምስረታው ጀምሮ እስቲ ምን ያልተባለ ነገር አለ? የኦሮሞ ህዝብ እንደዚህ የዘቀጠ ስብዕና ቢኖረው ኖሮ 11 ሚልዮን አማሮች እና ሌሎች ብሔሮች ቤታቸውን እና ኑሮአቸውን ኦሮሚያ ውስጥ አያደርጉም ነበር:: ይህ የኮ/ል አብይ መንግስት እኩይ ስራ ሌላ መዘዝ በሕዝቦች ላይ እንደተሸረበ ያሳያል:: አማራ ህዝብ ምን ስላጠፋ ነው ኦነግ ሰብስቦ የሚገድላቸው?? ብዙዎቹ እኮ ዝቅተኛ ኑሮ የሚኖሩ ድሃ ገበሬዋች ናቸው። ስሜታዊ ከመሆን ቆም ብሎ ጥያቄ መጠየቅ ያስፈልጋል።
ለሞቱት ንፁሀን ዜጎች ነብስ ይማር"

ፈልመታ ቢያ

Guyyaa boruu marii addaa qabna.Keessummaan: Aliye Geleto
31/10/2020

Guyyaa boruu marii addaa qabna.
Keessummaan: Aliye Geleto

Marii Hayyootaa guyyaa boruuMata duree marii: Gatii Oromummaaf Kafalamee fi haala yerookeessummoonni: Ifaa Adamo fi Butt...
27/10/2020

Marii Hayyootaa guyyaa boruu
Mata duree marii: Gatii Oromummaaf Kafalamee fi haala yeroo
keessummoonni: Ifaa Adamo fi Buttaa Dafii

26/10/2020

Lalisa Hussein

Haala yeroo ammaa Bilxiginnaa fi keessa jiran. Kunooti!

1/ Biyyattiin kufaatii hamaa keessa jirti. Waraanni sabaan qoodameera, ummata irraatti hin dhukaasnu jedhee kan dhiitee bahaa jirus hedduudha. Kan haadhaa fi abbaa isaa rasaasan waxalus hin dhibne.

2/ Qoqqoodamiinsi ajajoota humna addaa, waldhabdeen Caasaa tika biyyoolessaa (Dahaninatii) fi abiyyii ahmadin hoogganamu jidduu jiru guyyarraa guyyatti dabalaa jira.

3/Jarri amaaraa Abiyyitti madaa qubaa taatee jirti.
Kaadireen pp Amaaraa fi Oromoon gola keessatti wal fataffataa jirti.

4/Bilxiginnaan naannoo amaaraa fi paartin ABIn lachanuu ilaalcha wal fakkaataa qabu, somba tokkoon harganu waan taheef waliif galanii hiriira balaaleffannaa mootummaa abiyyii ahmed maqaa jedhuun waamaa jiru.

5/Warri Tigraayis lola banuuf qophii tahuu bira dabranii ajajoota waraanaa olaanoo karaa kaabaan jiranii fi humna tikka biyyoolessaa jidduu biyyaa jiran hunda of harkatti galfataniiru.

6/Caasaan mootummaa gandaa hanga federaalaa jiru ciccitaa jira. Caasichii gandaa hanga olii jiru hundi wal wallaaleera, hunduu ofiidhuma waan barbaade murteessa. Biyyi ciniinsuu hamaa keessa jirti. Biyyattiin akka soreessa hiyyoomee hagoogguu baddee taatee jirti.

7/Diinagdeen, siyaasnii fi jireenyi hawaasummaa biyyattii keessatti mana citaa dulloome taheera.

8/ Hariiroon biyyoota alaa waliin jiru laamsha’eera! Deeggarsi dhaabbilee maallaqa mootummaa fi miti-mootummaa idil addunyaa irraa citeera. Trump karaa biraan gibxii akka xoophiyaa rukkuttuuf lallabaa jira.

9/ Muddamnii fi walitti bu’iinsi Sabaa fi sablammii xoophiyaa keessa jiranii qarree hamaa irra jira. In short there is no well structured government administration system all over country.

Hubadhaa:
Hayyoota fi beektota rakkoo amma biyyattiin keessa galte kana furuu danda’an hunduu mana hidhaatti ugguramanii jiru. Abiyyi gaafa aangootti dhufee eegalee gorsa maakiveeliin biyya bulchaa ture. Jalqaba Tigraay miidhuuf Oromoo fi Amaaraa qabate. Lammata amaara keessaa namoota barbaadu boqachiisuuf Oromoo waliin ragade. Sadaffaa Amaara qabatee oromotti as deebi’ee, laphee fi ija oromoo gaggalaafachise, kaan mana hidhaatti darbate. Miidhama tokkotiin tokko gammachuun wuski walitti facaasaa ture. Amma garuu shiraa fi daba Abiyyi hunduu hubateera! Abiyyi amma kophaa isaa taheera!
Kanaaf amma wanti inni gochuu danda’u Jawar Mohammed fi hidhamtoota siyaasaa nan hiika jedhee as deebi’ee oromootti washaakachuu qofa. Abiyyi muddameera! Waan qabee gadhisuu wallaleera! Noobeelii nageenyaa argachuun isaa ammoo caalaatti isa qaanesseera!

Ummanni oromoo immoo ibidda amma qe'ee Bilxiginnaa keessatti qabatee jiru kanatti bishaan osoo hin taane naquun daran dubbii bareechuu qaba.
Guutuu oromiyaatti falmaa wal irraa hin cinne gaggeessuuf of qopheessuu qaba.

24/10/2020

Marii Guyyaa hardhaa: Namni maaf waa komata ykn himata?
Keessummaa: Aliye Geleto

Marii Haala Yeroo IrrattiDilbata Sa'aatii 17:00 MN/ 11PM UK
18/10/2020

Marii Haala Yeroo Irratti
Dilbata Sa'aatii 17:00 MN/ 11PM UK

Akkaataa heerri biyyattii jedhutti yeroon aangoo mootummaa itoophiyyaa guyyaa hardhaa irraa kaasee xumuramuun wol qabate...
05/10/2020

Akkaataa heerri biyyattii jedhutti yeroon aangoo mootummaa itoophiyyaa guyyaa hardhaa irraa kaasee xumuramuun wol qabatee hidhamtoonni Siyaasa Oromoo xalayaa gara abbaa alangaa federaalatti barreessan. Qabiyyeen xalayichaas, mootummaan amma jiru yeroon aangoo isaa kan irra darbe waan ta'eef mootummaa ceehumsaa amma ijaaramu keessatti qooda akka fudhannuuf hidhaarra akka nu hiiktan jechuudhaan gaafataniiru. Xalayicha irrattis kan mallatteessaan Jawar Mohammed, Baqqalaa Garbaa Shamsaddiin Xahaa fi Hamzaa Booranaati.

Karoorri Oromoo woggaa kumaaf cabsuuf baafame bifa nama ajaa'ibuun hojitti hiikkameera.
04/10/2020

Karoorri Oromoo woggaa kumaaf cabsuuf baafame bifa nama ajaa'ibuun hojitti hiikkameera.

01/10/2020

Irreechaa bara darbe finfinnetti kabajjame irratti Jawar uffata bareedaa kanaan faayamee, boottii qonnaan bultoota keenyaa godhachuun ayyaaneffate. Jawar nama hidhamuun hin malleef!

26/09/2020

By Tsegaye R Ararssa

In the light of the impending power vacuum as of the 10th of October 2020, all political parties, traditional leaders, and concerned citizens ought to start negotiating with a view to setting up a 'transitional government' of a sort that, based on a minimalist framework agreement, can organize a competitive, free, fair, and credible election on a short order. In the mean time, the military (I am not saying Berhanu Jula and co!) needs to be alert to defend sovereignty of the country until such time as a democratically elected constitutional government is set up and ensconced.

The military should also be mindful of its responsibility to create conditions necessary to ensure the return to constitutionalism, the restoration of dignity to public offices, and the advent of integrity to public service. Perhaps this is the time we need the soldiers "who have seen the light," as Professor Ali Mazrui used to say. Soldiers with constitutional conscience.

!

  is coming soon
26/09/2020

is coming soon

26/09/2020

ሠራዊቱና ሕገ-መንግሥቱ
==================
በኢትዮጵያ ሕገ-መንግሥት አንቀጽ 87 መሠረት፣ የመከላከያ ሠራዊቱ አሠራርና የኢትዮጵያ የመከላከያና ደህነት ፖሊሲ የሚመራባቸው መርሆዎች የሚከተሉት ናቸው፦

1. ሕዝባዊነት (87(1)):
------------------------------
ሠራዊቱ፣ ከኢትዮጵያ ሕዝቦች ሁሉ የተውጣጡ አባላት የሚገኙበት ተቋም በመሆኑ የእራሱንና የአገሪቱን ሕብረብሔራዊነት ያንጸባርቃል፣ ሊያንጸባርቅም ይገባል። የሁሉንም መብት አክብሮ፣ የሁሉንም ሉዓላዊነትና የሁሉንም የጋራ አገራዊ ጥቅም ለማስከበር በደሙና በነፍሱ መስዋዕት ለመሆን የተሰለፈ አካል ነው። ይሄ ሠራዊት ጥሪው፣ አገርን ከውጭ ጠላት፣ የሕዝቦችን የሥልጣን ባለቤትነት (በሕገ-መንግሥቱ ተቀዳሚ መርህ የሆነውን የብሔሮች ሉዓላዊ ሥልጣን) ከውስጥ አጭበርባሪዎችና ከሃዲዎች መጠበቅ ነው(87(3)))። የኢትዮጵያ ብሔሮች ሠራዊት እንደመሆኑ፣ በውጭም ሆነ በውስጥ እንቅስቃሴው ሁሉ ብሔሮቹን በበቂ ደረጃ የመወከል ቁመና ሊላበስ ይገባዋል። ለዚህም ነው በተቻለ መጠን የሁሉም ብሔር አባላት ተዋጽኦ እንዲታይበት የሚበረታታው። ለዚህም ነው፣ ሠራዊቱ በአንድ ወይም በሌላ ብሔር ላይ ፖለቲከኞች የሚያውጁት ፖለቲካዊ ጦርነት ላይ መሳተፍ የሌለበት፣ እንዲህ ያለውንም ተግባር ለማስቆም፣ በፍጥነትና በብቃት መንቀሳቀስ የሚገባው።

2. ዴሞክራሲያዊ ተጠያቂነት (87(2))፦
---------------------------------------------------
ሠራዊቱ፣ ሥራውን ሙያዊ በሆነ አኳኋን ብቻ የሚፈጽም ቢሆንም፣ ፖለቲካዊ ተጠያቂነቱንም ለማረጋገጥ እንዲቻል፣ ለሚፈጽማቸው ኦፕሬሽኖች ስኬት የሚያስፈልጉ የፋይናንስና የሎጂስቲክስ አቅርቦቶችን ለማቀላጠፍም ሲባል (ለሠራዊቱ አባላት እና ለአስተዳደር ሠራተኞቹ አስተዳደራዊ ፍትህ ለማቀላጠፍም ጭምር)፣ በካቢኔው ውስጥ ሠራዊቱን በሚወክል ሲቪል የሆነ የመከላከያ ሚኒስትር ይመራል። ይህ የሲቪልያን ተጠሪነት መርህ፣ የመከላከያ ሚኒስትሩን ስንሾም፣ ፖለቲካውን ከጦሩ፣ ጦሩንም ከወገንተኛ ፖለቲካ ለመከላከል እንዲያስችል ታስቦበትና ጥንቃቄ ተደርጎበት እንዲፈጸም ግድ ይለናል። ሲቻልም--በአንዳንድ አገሮች እንደሚደረገው--አብዛኛው የመስሪያ ቤቱ ሥራ፣ በቋሚ ምኒስትር ተጠሪዎች (በ Permanent Secretaries) እንዲመራ የሚደረገው፣ ከዚህ መርህ ማዕከላዊነት የተነሳ ነው።

3. የአገር ሉዓላዊነትን የመጠበቅና ሕገ-መንግሥታዊ ግዳጅን የመወጣት ግዴታ (87(3))
--------------------
የሠራዊቱ ተቀዳሚ ተግባር፣ የአገርን ሉዓላዊነት ከውጭ ጠላት መከላከል ነው። አገርንና ወገንን ከጥቃት፣ ድንበርን ከወረራ፣ ብሔራዊ ጥቅምን ከተቀናቃኝ የመጠበቅ ግዴታ ዘመን-ተሻጋሪ፣ ከአገር ውስጥ ፖለቲካው መለዋወጥ ጋር የማይለዋወጥ ቋሚ የሠራዊቱ ግዴታ ነው። ይሄንን ግዴታ ለመወጣት ደግሞ ከየትኛውም የመንግሥት ሥልጣንን ከተቆናጠጠ ፓርቲ አስፈላጊው ፖለቲካዊ-ስትራቴጂካዊ አመራር፣ የፋይናንስና የሎጂስቲክስ ድጋፍ፣ እና አስተዳደራዊ እገዛ ሊደረግለት ይገባል።

ከዚህም ባሻገር፣ ሠራዊቱ፣ በወረርሽኝ፣ በተፈጥሮ አደጋ፣ ወይም በሕግና ሥርዓት መፍረስ ምክንያት በአገር ውስጥ ችግር ተፈጥሮ፣ ሕገ-መንግሥታዊ ሥርዓት (እና ተቋማቱ) ለአደጋ ሲጋለጥ (በአንቀጽ 93 መሠረት) በፖለቲካ አመራሩ የሚሠጠውን የአስቸኳይ ጊዜ ሥራ እንዲሠራ ይገደዳል። ይሄን ሥራ ሲሰራም፣ ሥልጣኑ፣ በተገቢው መንገድ በሚወጡ የአስቸኳይ ጊዜ አዋጆች የተገደበና ለነዚህም የሚገዛ ይሆናል።

4. ሕገመንግሥታዊነት 87(4)
---------------------------------------
የመከላከያ ሠራዊቱ በማንኛው ጊዜ እና በማናቸውም ሁኔታ፣ ለሕገመንግሥቱ ታማኝ ይሆናል። በመሆኑም፣ ሕገመንግሥቱን ያከብራል፣ ለሕገ-መንግሥቱ ይታዘዛል።

የሠራዊቱ አመራርም፣ ሕገ-መንግሥቱ ፣ የእንቅስቃሴው ሁሉ ማዕከል፣ የመኖሩ ምክንያት፣ እና የህልውናው መሠረት መሆኑን በመገንዘብ ሁኔታዎችን በንቃት መከታተል ይገባዋል።

አመራሩ እንዲፈጽምና እንዲያስፈጽም የሚታዘዛቸው ትዕዛዛትም ይዘታቸውም ሆነ አወጣጣቸው ሕገ-መንግሥታዊ መሆን ይገባቸዋል። በተጓዳኝ፣ አመራሩ፣ Commander's responsibilityን ምክንያት በማድረግ ብቻ፣ በግልጽ ኢ-ሕገ-መንግሥታዊ የሆነ ትዕዛዝን የመፈጸም ግዴታ የለበትም።

የፖለቲካ አመራሩ፣ ሕገ-መንግሥታዊ ሥርዓቱን፣ አገራዊ ሉዓላዊነትን፣ እና አገራዊ ጥቅምን ለአደጋ የሚያጋልጥ ተግባራትን ሲፈጽም (ለምሳሌ፣ በአገር ጥቅም ላይ የሚያሴር የሚስጥር ስምምነት ሲስማማ፣ ክህደት ሲፈጽም፣ የመንግሥት ሚስጥርን አላግባብ በድብቅ እንዲወጣና ለጠላት እንዲደርስ ሲያደርግ፣ የውጭ የጸጥታ ኃይሎችን አስርጾ ወደ አገር ውስጥ ሲያስገባ፣ የውጭ ኃይሎችን በመጠቀም የዜጎችን ህይወት፣ መብትና ጥቅም ለጥፋት ሲያጋልጥ፣ ወዘተ)፣ አመራሩን አለመታዘዝ ብቻ ሳይሆን አስፈላጊና ተመጣጣኝ እርምጃ በመውሰድ የማስቆም ኃላፊነት አለበት።

5. ከወገንተኛ ፖለቲካ ገለልተኛ የመሆን ግዴታ (87(5))
---------------------
ሠራዊቱ ሁል ጊዜም፣ ከወገንተኛ የፖለቲካ እንቅስቃሴ ሁሉ እራሱን ማራቅና በገለልተኛነት መቆም ይጠበቅበታል። የሠራዊቱ አባላት፣ እንደማንኛውም ዜጋ ሁሉ በምርጫ ወቅት የሚፈልጉትን ፓርቲ በመምረጥ የመሳተፍ መብት አላቸው።

ነገር ግን እንደ ሠራዊት፣ እንደ ተቋም፣ በፖለቲካ ፓርቲዎች ፉክክርና ግጭት ውስጥ እጁን በማስገባት ለአንዱ ወይም ለሌላው ድጋፍ መስጠት አይገባውም።

ፓርቲዎቹ፣ ሕገ-መንግሥታዊ ኃላፊነታቸውን በመዘንጋት (ወይም አሁን አብይ እያደረገ እንዳለው፣ ሆን ብለው በመጣስ) አገርን፣ ሕዝብን፣ አገራዊ ደህንነትን፣ እና ሕገ-መንግሥታዊ ሥርዓቱን ለአደጋ ሲዳርጉ፣ በሕገመንግስታዊና ሕጋዊ አግባብ ብቻ ጣልቃ በመግባት ፖለቲካዊ እብደቱን ወደ ስክነት እንዲመለስ ጥረት ያደርጋል። ከዚህ በተረፈ፣ ለየትኛውም ፓርቲ የበላይነት ብሎ የሚሠራው ሥራ አይኖረውም።

በማንኛውም ጊዜ፣ የሠራዊቱ ወገንተኝነት፣ ለሕገ-መንግሥቱና በሕገ-መንግሥቱ እውቅናና ዋስትና ለተሰጠው የሕዝቦች መብት፣ ፈቃድና ጥቅም ብቻ ነው።

PS. ሰሞኑን፣ ብርሃኑ ጁላ፣ ሠራዊቱን፣ ሕገ-መንግስትን በመጠበቅ ሥም የአብይ ጠባቂ ለማድረግ የሚያደርገው ንግግርና እንቅስቃሴ፣ ፈጽሞ ተቀባይነት የለውም። የአብይ ፖለቲካ ሕገ-ወጥ በሆነው መጠን፣ ብርሃኑ ጁላም በሕገ-ወጥና በወንጀል ተግባር እየተሳተፈ እንደሆነ ሊታወቅ ይገባል። በመሆኑም፣ የሠራዊቱ ዋና ኤታማጆር ሹም፣ እና ሌሎች የዕዝ ኃላፊዎች በየደረጃቸው፣ ሠራዊቱ በእንደዚህ ዓይነት የወንጀል ተግባር ውስጥ እንዳገባ የጥንቃቄ እርምጃ ሊወስዱ ይገባል። አሁን ያለው የአብይ ፖለቲካ እብደት፣ የመከላከያ ሠራዊቱን አንድነት በመጉዳት፣ ወደ መከፋፈል እንዳይወስደው መጠንቀቅ ያስፈልጋል።

Tsegaye Ararsa

05/08/2020

Oromoon qabsoo itti jiru kana jabeessee itti fufnaan hoggantoota, qeerroo fi qarree hidhaman hiiksisuu qofaa miti bilxiginnaas ni buqqisa. Milkaa'ina hanga ammaatti dhufan keessaa muraasa:
1. Mallaqni milliyoona 500 ol kan Oromoo gandaan adda hiruuf ramadame dhumateera. Mallaqicha adda dureedhaan fuudhanii kan hojii diiggumsatti bobba'anis Hailu Addunyaa, Tayyee Danda'aa fi Hailu Gonfaa yoo ta'u karaa olola miidiyaatiin ummata adda diiguuf ammootuu koreen Addisu Areggaa ijaaree turees kasaara guddaadhan diiggameera mallaqichis bu'aa tokko malee dhumateera.
2. Qarshii Miliyoona 40 kan kophatti Hailu Gonfaaf ramadames bu'aa tokko malee qisaasameera. Qarshiin sun kan ramadames Oromoo kutaa tokkoo ijaaranii wol irratti kaasuuf yaadamee ture.
3. Ololli karaa miidiyaa fi diyaaspora biyya alaas bishaan nyaateera. Daniel Areeri fi Hangasa dabalatee miidiyaan tokko banamee itti kennamus jibbiinsa malee bu'aa hin fidne jedhameera. Kunis Kasaaraa biraati.
4. OMN ni cufama, miidiyaa Olola ofuu fi uummata biratti fudhatamu dhaabna jechuun Birhanu Lenjiso mallaqa guddaa fudhatee ture. Miidiyaan Prime jedhamu sunis hanga yaadame hin hojjanne karatti hafe.
5. Gareen dallaala lafaa kan Gudeta Galaalchaatin durfamus kasaareera. Kondominiyeemi muraasa woliif hiranis, uummaticha gowwoomsuu hin dandeenye. Gurgurtaa lafaa woggoota lama kana haalan itti milkaahanis, amma garuu faayidaa irratti nafxanyaadhaan hudhanii wol qabaniiru.
6. Mootummaan miindaa hojjataa kaffaluu hin dandeenye. Kunis ji'oota muraasa keessatti mootummicha adda diiguuf deema.
7. Meeshan ala ergamus ta'ee kan ala irraa seenu sababa Koronaadhaaf hedduu xiqqaatee ture. Sababa mormii Oromiyaa keessatti ka'een walqabatee ammootu daran gadi bu'eera. Kanumaan wal qabatee dhiyeessiin meeshalee fi galiin mootummaa gadi bu'eera. Kun ammo abdii kutannaa guddaa uumeera.
8. Sababa Oromoota adamsuu, hidhuu fi ajjeesuu irraa kan ka'e caasaan mootummaa gara gadii diiggameera. Ummannis dideera. Amma kan jiru humna woraanaa qofa. Humna woraanaatin hanga dhumaa biyya bulchuun waan yaadamu miti.
9. Mallaqni gargaarsaan silaa Ameerikaa irraa argatan yeroodhaaf jalaa qabameera. Diyaaspooraan biyya alaas hojii dipiloomaasii cimaa hojjataara. Inni kunis mootummicha hirribaa dhoorkeera.

Oromoon mudhii hidhadhu, illkan ciniinnadhu, morkadhu mootummaa kana lafaan dhahi.

17/07/2020

Oromo protest against the Ethiopian government, at BBC headquarter, London.

09/06/2020

Ummata Oromoo akka nama tokkootti yoo fudhanne nama dhibee lukaa dhibameeru jechuu ni dandeenya. Dhibeen lukaa kun quba lukaa irraa ka'ee hanga mataatti ol baha. Hanga ammaatti dhibeen kun jilba lukaa bira waan tare fakkaata ummatichi garuu qorichas ta'ee yaala gahaa hin kennineef. Haala amma jiru kanaan kan itti fufu taanaan lukichi ni murama ykn dhibeen sun gara kaanseriitti jijjiiramuun qaamicha guutuu balleessa. Halkan tokko adaduma bultuun carraan dhibeen sun babalachuu fi qaama guutuu dhuunfachuu dabalaa deema. Erga dhibeen sun qaama guutuu keessa faca'e booda akka nama hirribaa dammaqeetti ol utaaltee kan fiiguuf yaaltu yoo ta'e gatii hin qabu. Jawar Mohammed dabalatee hoggantoonni Oromoo hundi dhibee kanaan miidhamaaru. Callisuun isaanii isaanuma nyaachuudhaaf deema.

Bullee ilaalla!

Address

London

Opening Hours

Monday 9am - 11pm
Tuesday 9am - 11pm
Friday 9am - 11pm
Saturday 9am - 11pm
Sunday 9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Horizon posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Horizon:

Videos

Share

Category

Nearby media companies


Other Media in London

Show All