24/01/2023
https://www.facebook.com/100065105619193/posts/544435541069962/?mibextid=gkx3sN
📖
1. Don't wake up with the regret of what you didn't accomplish yesterday. Wake up while thinking about what you will achieve today.
Waan guyyaa kaleessaa hin raawwatin hafteef jecha Gaabbiidhaan hirribarraa hin dammaqin, milkaa’ina har’a fiduu qabdu yaadachaa hirribaa dammaqi
*********
2. You can spend your time wishing for a better life, but it’s very important to you if you spend your time working on a better life.
Yeroo tee jireenya fooyya’aa Osoo Hawwituu fixuu ni malta. Garuu jireenya fooyya’aaf yoo dalaguun Baay’ee barbaachisaa dha.
*********
3. Family isn't always blood. It's the people in your life who want you in theirs. The ones who accept you for who you are. The ones who would do anything to see you smile, and who love you no matter what.
Maatii jechuun yeroo hunda fira dhiigaa jechuu miti. Namoota jireenya kee keessa jiran, kanneen jireenya isaanii keessatti si barbaadanii dha. Isaan Kanneen eenyummaa kee wajjiin ofitti sifudhatan, gammachuu kee arguuf Waan kamiiyyuu taasisan fi kanneen yeroo kamiiyyuu Sijaallatan hunduu maatii dha.
Waan dubbise irraa!! 📖✍🏽
NB: ufumakoo ergaa isaa hiike malee Kan Ogeessaan hiikame miti 🙏