Mohammed Awwal Aliyyii

  • Home
  • Mohammed Awwal Aliyyii

Mohammed Awwal Aliyyii Obsi Dawaa Waahundaati

15/04/2024

“waan namni irratti si arguu jibbitu yeroo kophaa taatuu hin dalagiin.”

Ergamaa Rabbii (ﷺ)

11/04/2024

Nagaafii Rahmanni Rabbii Ergamaa Keenya Nabi Muhammadirra haa jiraatu

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN Aalimaa fi Jaarsa Biyyaa,akkasuma Abbaa Nama maraa kan turan Haaji ShAAFII Yaas...
07/04/2024

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN

Aalimaa fi Jaarsa Biyyaa,akkasuma Abbaa Nama maraa kan turan Haaji ShAAFII Yaassin ( Jimmaa ) Gara Ganda Aakhiraa Godaanan.

April 7/2024
Nuuralhudaa

Haaji Shaafii Yaassin Jireenna isaanii guutuu Hawaasa islaamaa tajaajiluu irratti kan dabarsan yoo ta'u Hoogganaa koree Imaamotaa Magaalaa Jimmaa,Miseensa Majlisa Oromiyaa fi Magaalaa jimmaa akkasumas Imaama Masjida RAHMAA ta'uun tajaajilaa kan turan hardha bakka Eennufuu hafa hin qabne fuula Rabbii deemanii jiran.

Aalimoota Godinni jimmaa Biqilchite keessaa tokko yoo tahan Haaji shaafiin Jaarsa Biyyaa, furmaata barbaadaa yeroo Rakkoo Hawaasa kanaa ta'uun jireenna isaanii dabarsaa turan.

Aalimni Du'uudhaan Biyyatu miidhama waan ta'eef Ummata Islaamaa guutuu akkasuma firaa fi ahlii isaanitii Sabrii Jamiila Rabbiin haa kennu.!

Nuur Al Hudaa
Soora Qalbii Muslimaa

25/03/2024

Ramadaan 15

Hadiisa Abuu Hureyraa fi Abuu Sa'iid al-Khudriin odeysaniin ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "halkanii fi guyyaa hunda Rabbiin warra ibiddarraa bilisoomsu qaba. Gabrichi (warra bilisoome) kanniin irraa tahe hundi kadhaa Qeebalamtu qaba." ja'an.
[Sahiihul-Jaami' 2169]

- Ramadaana keessa Rabbiin gabroottan hedduu Ibaadaa isaanii irraa jaalatee ibiddarraa bilisoomsa. Kaayyoon guddoon Muslimni qabsaawuuf addunyarratti jaalala Rabbii arkatee Aakhiratti Jannataan badhaafamuudha. Gammachuun guutuun tana. Hadiisa kanarraa kadhaan qulqulluun ibiddarraa akka nama fageessitu garra. Kanaaf warri Soommantan kadhaatti jabaadhaa.
Nuur Al Hudaa

23/03/2024

••

❍ في الخبر: «إن للصائم عند فطره دعوة لا ترد»، جاء في ذلك جملة من الأحاديث عن النبي صلى الله عليه وسلم, من ذلك ما رواه ابن ماجه في كتابه السنن قال: «إن للصائم عند فطره دعوة لا ترد»، هذا الحديث يرويه ابن ماجه في كتابه السنن من حديث إسحاق بن عبيد الله عن عبد الله بن أبي مليكة عن عبد الله بن عمر عن رسول الله صلى الله عليه وسلم.

وجاء ما يعضد هذا الحديث من حديث عبد الله بن عمرو بن العاص أيضاً، وهو عند أبي داود الطيالسي من حديث عمرو بن شعيب عن أبيه عن جده، وجاء أيضاً عند البيهقي في كتابه السنن من حديث عبد الله بن عمر قال: «إن للصائم عند فطره دعوة لا ترد»، وفي إسناده محمد بن إسحاق البلخي، وقد تفرد بهذا الحديث وهو ضعيف، وجاء أيضاً في السنن من حديث أبي هريرة عليه رضوان الله تعالى، ومن حديثه أيضاً جاء عن أبي سعيد الخدري وغيرها.

فمنهم من يحسن هذه الأحاديث بمجموع الطرق, وهي لا تخلو من ضعف، ولكن أصل الدعاء عند الفطر عليه عمل السلف، وقد جاء عن بعضهم في ذلك فجاء عن الربيع بن خثيم كما رواه ابن فضيل في كتابه الدعوات أنه كان يدعو عند فطره، فالدعاء عند الفطر مشروع، ولكن صيغته لم تثبت , ولعله إنما أضمر ذلك حتى يدعو الناس بما يحتاجون لتباين أحوالهم وحاجاتهم.

[ شرح كتاب الصيام من منار السبيل (الدرسـ²) ].

••┈┈┈┈┈┈┈┈┈┈┈••
✦ T.me/Altarefedrr

23/03/2024

اللهم إني أعوذ بك من يوم السوء ، ومن ليلة السوء ، ومن ساعة السوء ، ومن صاحب السوء،ومن جار السوء في دار المقامة.



22/03/2024

تذكر دائما ، لن يتخلى عنك الله
Always remember, God will not abandon you.
Manquul.

كان النبي ﷺ أجود الناس🌙  #رمضان 🌙💎خدمــة الحـويني الدعـوية على التلجرامhttps://t.me/Alheweny
21/03/2024

كان النبي ﷺ أجود الناس
🌙 #رمضان 🌙
💎خدمــة الحـويني الدعـوية على التلجرام
https://t.me/Alheweny

20/03/2024

‏«الفُتور أمر طبِيعي، لكن احَذر أن يكون فتُورك في وقت الغنائِم وأزمنة السّباق، إن أحسَنت فزد، وإن بعدت فعُد، وإن فَترت عزِيمتك فَتذكر:

﴿ أَيَّامًا مَّعْدُودَاتٍ﴾
Heysam Al howniyi

20/03/2024
20/03/2024

Abdosh Aliyyi

17/03/2024

اللهم كما بلغتنا رمضان فقبله منا وأعنا فيه على الصيام والقيام.

17/03/2024

Umraa Soomana arraa Tana Hawweetiin jiraa
Yaarabbi Sumaatu Dureeysaa Umraa gaarii nuwaffaqi.

15/03/2024

Osoo akka jabaa dhukkubsattuu Soommanuun hin tahu. Lubbuu ifii eeguun Soommana dursiti. Namni miidhamee jiru, kan yoo Soommane lubbuun isaa gaaga'amtu furuu qaba, hayyamni isaaf ni godhama. Ammoo didee Soommanee yoo lubbuun baate, akka nama if ajjeesetti lakkaawama. Namni if ajjeese ammoo badii guddoo raawwate, irratti hin Salaatan.
Nuur Al Hudaa

14/03/2024

Yaarabbi Ji'a kabajaa ji'a Ramadaanaa kana keysa barkaa Nuuf kaahii keyrii as keysaa nuwaffaqi.

12/03/2024

اللهم إني أسألك الثبات في الأمر والعزيمة على الرشد وأسألك شكر نعمتك وحسن عبادتك وأسألك قلباً سليماً ولسانا صادقا وأسألك من خير ما تعلم وأعوذ بك من شر ما تعلم وأستغفرك لما تعلم.



12/03/2024

Ramadaan 2

Hadiisa Abuu Hureyraan odeyseen ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Soommana nyaataa fi dhugaatii irraa if qabuu qofaa miti, Soommana taphaafi waan fokkottuu irraahis if qabuudha." ja'an. [Sahiih al Mawaarid : 741]

• Namni Soommanu tokko akkuma soorata irraa if qabu, waan fokkottuu irraahis fagaachuu qaba. Dilii guddoofi xiqqoo irraahis if eeguu qaba. Yeroo isaatis taphaan balleesuu hin qabu.
Nuur Al Hudaa

12/03/2024

Mubaarak.hundi keessaanuu Afoona Lillah...🫂🫂♥️♥️🙏🙏🙏

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Awwal Aliyyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Awwal Aliyyii:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share