Murtii Eenyummaa WBO

Murtii Eenyummaa WBO I'm OLA_Oromo Libration Army

15/07/2022

“Hayyee,Hayyee! Hayyee, Hayyee!
Waaqa Uumaa Waaqa Uumamaa
Waaqa Burqaa Haroo Wolaabuu,
Waaqa Sagaltama Garbaa,
Waaqa Salgan Booranaa,
Waaqa Torban Baarentummaa,
Waaqa Bokkuu Gurraachaa,
Waaqa Ciicoo Gurraattii,
Waaqa Caffee Tumaa,
Waaqa Shanan Gadaa Oromoo,
Nagayaan Nu Olchitee
Nagayaan Nu Bulchii,
Nagayaan Nu Bulchite
Nagayaan Nu Olchii,
Kaa Fantii Lafaan Lolte
Kaa Sammuun loltee fi
Ka Waaqaan Lolte,nurraa qabi,
Irraa-Gora Nu Olchii,
Dogoggora Nu Olchi,
Hamma Nura Qabi
Tolaa Nuti Qabi,
Xiqqaa Nu Guddisi
Gudda Nu Muldhisii
Waan Qabnuun Nu Bulchi
Rooba Nagayaa Roobi
Baraa Nagayaan Nu Basii
Gadaan Roobaa Nagayaa

09/05/2022

Shimallis Waan kaleessa Xuuxe sana Yoo daddabalatee kanas ni amana👺✍✍

Oromo Liberation Army has Liberated Bulbul town,Gumi Eldalo District, East Guji from pp.
16/08/2021

Oromo Liberation Army has Liberated Bulbul town,Gumi Eldalo District, East Guji from pp.

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murtii Eenyummaa WBO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Murtii Eenyummaa WBO:

Share

Category


Other TV Channels in Nekemte

Show All

You may also like