Fayyinaa TV

Fayyinaa TV Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fayyinaa TV, TV Channel, Nekemte.

 === Isa Waaqayyoo si bira ka'e Ulffinichaa Egadhuu.πŸ“–Isa 62 -1 Qajeelummaan ishee akka biiftuu ganamaa hamma ol ba'utti,...
27/01/2025


=== Isa Waaqayyoo si bira ka'e Ulffinichaa Egadhuu.
πŸ“–Isa 62 -1 Qajeelummaan ishee akka biiftuu ganamaa hamma ol ba'utti, fayyinni ishees akka guca bobba'uutti hamma ibsutti, ani waa'ee Xiyooniif calluma hin jedhu, waa'ee Yerusaalemiif hin boqodhu. 2 Sabni lafa irraa qajeelummaa kee, mootonni hundinuus ulfina kee in argu; maqaa haaraa isa Waaqayyo ofii isaatii siif kenneen in waamamta;

3 ati akka gonfoo miidhaginaa fi akka marata mootiin mataatti maratuutti harka Waaqayyo gooftaa keetii keessatti in eegamta; 4 Ati si'achi, "Ishee gad dhiifamte" hin jedhamtu, ati, "Ishee ani jaalladhu" biyyi kees, "Ishee abbaa manaa qabdu" in jedhamti; Waaqayyo si jaallata'o, biyyi kees abbaa manaa in argatti.

20/01/2025

 ===Hin Sodaattin Isa Siin Mormudhaaf Ba'ee Yesus Irraa EjeteraπŸ“–Mar 6:45-52  45 Achumaanis Yesus hamma ofii isaatii tuut...
24/12/2024


===Hin Sodaattin Isa Siin Mormudhaaf Ba'ee Yesus Irraa Ejetera
πŸ“–Mar 6:45-52 45 Achumaanis Yesus hamma ofii isaatii tuuta sana gad dhiisutti, bidiruu yaabbatanii isa dura gama Betsayidaatti akka ce'an bartoota isaa giddisiise. 46 Tuuta sanatti erga nagaa dhaamee immoo kadhachuudhaaf gara gaaraatti ol ba'e.

47 Yommuu galgalaa'e bidiruttiin ciisa bishaanichaa walakkaa jirti; Yesus garuu kophaa isaa bakkee ture. 48 Bartoonni isaa bidiruudhaan utuu adeemanii qilleensi gara isaaniitti qilleensa'uu irraa kan ka'e, rakkachaa akka turan arge. Gara iyya indaanqoo isa lammaffaatti bishaan gubbaa adeemaa gara isaanii dhufe; isaan bukkee darbuus in barbaade.

49 Bishaan gubbaa utuu adeemuu yommuu arganis ekeraa dha se'anii iyyan. 50 Hundumti isaanii isa arganii sodaatan. Inni garuu achumaan isaanitti dubbatee, "Jabaadhaa, innoo anaa, hin sodaatinaa!" jedhe.

51 Isaanii wajjinis bidiricha yaabbate; qilleensichis dhaabannaan waanuma jedhan wallaalan. 52 Sammuun isaanii amma iyyuu duudee waan tureef, isaan dinqii inni buddeenan sanaan hojjeteen iyyuu hubachuu hin dandeenye.

 === Isa Waaqayyoo Siif Qophese  Ulffinnaa Sana Biraa Ga'uudhaf  Ogummaan Dadeebi'aaπŸ“–2 sna 20-30 Waaqayyoon isaa karaa h...
18/12/2024


=== Isa Waaqayyoo Siif Qophese Ulffinnaa Sana Biraa Ga'uudhaf Ogummaan Dadeebi'aa
πŸ“–2 sna 20-30 Waaqayyoon isaa karaa hundumaa boqonnaa waan isaaf kenneef, mootummaan Yoshaafaax nagaa qaba ture.
πŸ“–2 sna17-10 Yommus Waaqayyo mootummoota naannoo biyya Yihudaa jiran hundumaa waan sodaachiseef, isaan Yoshaafaaxitti lola kaasuu hin barbaanne.

 === WAAQAYYOOF JIRACHUUπŸ“– Mar 5:1-61 Kana booddee isaan ciisa bishaanii gama, gara kutaa biyya Gergeesaa4 dhufan. 2 Akku...
10/12/2024


=== WAAQAYYOOF JIRACHUU
πŸ“– Mar 5:1-61 Kana booddee isaan ciisa bishaanii gama, gara kutaa biyya Gergeesaa4 dhufan. 2 Akkuma Yesus bidiricha irraa bu'een, namni hafuurri hamaan keessa ture tokko iddoo awwaalaa keessaa ba'ee isatti dhufe.

3 Namichi kun awwaalota gidduu jiraate; homtinuus funyoodhuma sibiilaatiin illee isa hidhuu hin dandeenye. 4 Inni yeroo baay'ee funyoo sibiilaatii fi hidhaa harkaatiin hidhameera, garuu funyoo sibiilaa of irraa in kukkutaa, hidhaa harkaas in caccabsa ture. Kanaaf namni tokko illee gad isa qabuu hin dandeenye.

5 Namichi kun yeroo hundumaa halkanii fi guyyaa awwaalota gidduutti, tulloota irrattis argamee in iyya, dhagaadhaanis of in rukuta ture. 6 Inni fagootti Yesusin argee, gara isaatti fiigee jilbeenfatee Yesusiif sagade.

04/12/2024

Balbala Haaraa Siif Banamera | Abbaa mul'ata Alemu Banti | Yeroo Kadhataa
Youtube keenya Link Kanan argatu πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰Fayyinaa Tv http://www.youtube.com/

  === WAAQAYYOOF JIRADHUU INNI CUFAAME FUULA KE DURATTI BANAMAπŸ“– 7 "Gara ergamaa waldaa Filaadelfiyaatti', 'Ergaan kun is...
02/12/2024


=== WAAQAYYOOF JIRADHUU INNI CUFAAME FUULA KE DURATTI BANAMA
πŸ“– 7 "Gara ergamaa waldaa Filaadelfiyaatti', 'Ergaan kun isa qulqulluu, isa dhugaa, isa banaa Daawit of harkaa qabu, isa wanta inni banu namni tokko illee cufuu hin dandeenye, wanta inni cufus; namni tokko illee banuu hin dandeenye sana biraa dhufe' jedhii caafi!

29/11/2024

Yeroo Bishaan Dibataa | Abbaa Mula'ata Alemu Banti | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu
Youtube keenya Link Kanan argatu πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰Fayyinaa Tv http://www.youtube.com/

Waaqayyoo Waan Si Barbaduf Qaba Hin Danda'uu Hin Jedhiin | Lallaba Abbaa Mula'ata Alemu Bantilink kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https:/...
18/11/2024

Waaqayyoo Waan Si Barbaduf Qaba Hin Danda'uu Hin Jedhiin | Lallaba Abbaa Mula'ata Alemu Banti
link kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/HWMUCfBT_X0

Hafuraa Kessaa Dhabee | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga batiAjaa'ibsiisa link kanan argatu πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/Uvo...
07/11/2024

Hafuraa Kessaa Dhabee | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga batiAjaa'ibsiisa
link kanan argatu πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/UvoMMD9lAjo

Araada Irraa Bilisa Bahera | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga batiAjaa'ibsiisalink kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/...
29/10/2024

Araada Irraa Bilisa Bahera | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga batiAjaa'ibsiisa
link kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/Y4Bzkp8j9JM

Tajaajila_Sagantaa_Dilbataa___Sunday_Program_ServiceπŸ“– Mat. 26:27-28 Xoofoos fudhatee Waaqayyoof galata galchee, isaaniif...
28/10/2024

Tajaajila_Sagantaa_Dilbataa___Sunday_Program_Service
πŸ“– Mat. 26:27-28 Xoofoos fudhatee Waaqayyoof galata galchee, isaaniifis kennee, "Hundumti keessan kanattii dhugaa!
28 Kun dhiiga koo ti, dhiigni kun kakuu dhaabate sana cimsuudhaaf, dhiifamuu cubbuu namoota baay'eetiif dhangala'a.

Youtube kenyaa link kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰http://www.youtube.com/

Hiriyaa Dhugan Dhabe | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga bati Ajaa'ibsiisa | link kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/kK...
13/10/2024

Hiriyaa Dhugan Dhabe | Namni Hundinuu ilaaluu kan qabu dhuga bati Ajaa'ibsiisa |
link kanan argatuπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰https://youtu.be/kKNsh7e5CcU

Address

Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayyinaa TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category