Sena Habtamu

Sena Habtamu snogals

04/10/2024

BAGA AYYAANA IRREECHAA NAGAAN GEESSAN🥰🥰

  please
27/04/2024

please

22/04/2024

koo kana folloo naa godhaamee🤲🤲

 🙏🙏
05/04/2024

🙏🙏

Egaa ani guyyaa dhaloota koo hin beekuu kanuma namaan kabaja malee  maaliitii mitii waanuma fedheefuu baga dhalatte
29/03/2024

Egaa ani guyyaa dhaloota koo hin beekuu kanuma namaan kabaja malee
maaliitii mitii waanuma fedheefuu baga dhalatte

25/03/2024

Karoora Maatiin Ala malee Karoora Waaqayyoon ala Namni Dhalate hin jiru 🙏👏

23/03/2024

Dura Gaarii hin turre, Garuu Erga ta'ee immoo Gaariidha 🙏

    Baga Dhalatte Keessumaa immoo guyyaa EEBBIFAMAA kanarra Baga Dhalatte 12 Si haa eegu!!!  Ayne     🎂🎂🎂
21/03/2024

Baga Dhalatte Keessumaa immoo guyyaa EEBBIFAMAA kanarra Baga Dhalatte
12 Si haa eegu!!! Ayne 🎂🎂🎂

  Baga nutti dabalamtee aduufi qorra argite Feven
19/03/2024

Baga nutti dabalamtee aduufi qorra argite
Feven

18/03/2024

Always be Unique Don't Follow Others!🙏

16/03/2024

Abbaan FARMLAND Hotel Hin gurguruu Laata naaf gaafadhaamee😉😌

CBE birr

13/03/2024

Nama Tokko Dhiifama kan gaafannu sababa balleessineef qofa utuu hin taane sababa nama biraan nama miidhame sanaaf gadduufidha🙏

09/03/2024

Kaleessammoo qoosaama keessa HARMEE Nama baay'ee barre
Isiniif haa jiraatan malee🙏🫶

08/03/2024

HWM 🙏 baga geessan dubartoonni hunduu👏🫶

07/03/2024

Har'ammoo HBD🎂Ijoollee
Lakkuu tokkoo kabajuu deemnee
Inni dhiiraa waggaa 25 Isheen durbaa waggaa 20🤣🙏

06/03/2024

Utuuma Afaan Oromoo Afaan Federaalaa Ta'eeyyuu Namni barreessuu danda'u muraasadhaam 🫴🫴

01/03/2024

Nan fuudha jedheen wal urgufuuma sana yaadda'een dhiise

20/02/2024

Dhugaan nama lama akka nama tokkootti dubbachiisa Sobni garuu nama tokko akka nama lamaatti dubbachiisa

Address

East Wollega
Nekemt

Telephone

+251933566739

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sena Habtamu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share