Gurachoo.online

Gurachoo.online Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gurachoo.online, Media/News Company, Metu.

08/11/2021

Uummanni Oromoo sadarkaa Amma irra geenye kanaatti fulduratti qofa adeemudhaan qabsoo rarraaga bilisummaatti dhiyaate furgaasuun gahee ofii bahachuun dirqama.
Dhaamsa Hoggaana WBO zoonii kibbaa cibraa 30-boroo irraa.

waraanni Bilisummaa Oromoo godinaalee Oromiyaa guutuu keessatti duula "imala gara Finfinnee' jedhuun bobbaa bal'aa biyya isaa dhuunfachuu gaggeessaa jiraa. Kanumaan walqabatee WBOn zoonii kibbaa cibraa 30-Booroos duuluma kana jalaatti bobbaa jabaa taasisuun magaalaa guddittii godina Gujii Bahaa Nageellee marsuun Lola jabaa gaggeessaa jiraa. Lollii Kunis lolaa xumuraa Kan of duuba deebii hin qabnee Kan qe'ee keenya itti dhuunfannuu tahuun hubatamuu qabaa.

kanaaf Qeerroon Bilisummaa Oromoo naannoo sanaa, uummanni bal'aan Godinichaaf naannoo sanaa, akkasumaas ilmaan Oromoo seektaraa garaagaraa irra niirtaniif murnii hawaasaa hundi waan qabdaniin duula bittaa alagaa cabsuun qe'ee ofii Oromiyaa dhuunfannaa kanaatti Akka hirmaatan waamicha irraa maayii isiniif dhiheessina.

Uummanni Oromoo bittaa alagaa jalaatti kolonummaan waggoota 150 oliif turee yeroo dhumaatiif Kan biyya isaa itti harka ofiitti deebifatuu amma tahuu hubachuun waan isinirraa eegamuu bahachuun dirqama keessan tahuu hubattanii duula WBOn godhaa jiruu kanaatti akka waan qabdaan qabachuun akka waraana keessan WBO waliin hiriiruun diina kana ofirraa buqqiistaan waamicha isiniif dhiyeessina!.

Gama kaaniin ilmaan Oromoo moonaa diinaa keessa jirtan dogooggora kalee osoo waamichi siniif dhiyaatuu uumaa turtaan irra deebiin dalaguu irraa of qusaattanii WBO waliin Oromiyaa dhuunfachuu irraatti Oromoof humna taatan waamicha isiniif dhiyeessina. kana malees waraana Bilisummaa Oromootti makamuun waanjoo diinaa Oromiyaa irraa buqqisnuu ammaas irra deebiin waamicha keenya isiniif dhiyeessina.

Dabalataan uummanni keenyaa naannoo Sana jirtaan tumsa kana dura gochaa turtaniif wareegamni yeroo dheeraaf isiin baastan yeroo itti firii isaa argitaan amma waan taheef aarsa feesisuu kamiyyuu baasuun akka

07/11/2021

"Duula kana dargaggoonni hin dhaqiin; maanguddoonni haa dhaqan. Araara haa buusan."
hiriira Finfinneerratti

OLA and TDF help GLF/A for free, but we considered as it's debt which must be paid back either directly or indirectly ev...
07/11/2021

OLA and TDF help GLF/A for free, but we considered as it's debt which must be paid back either directly or indirectly event if they offered without expectations of return !
Your true brother, is a someone who stand with you during your difficult time, not someone who want to joins you only after you are already successful over your difficult situation.
Thanks to OLA and TDF for your unconditional help and cooperation 🙏
In victory we believe 💪
Victory for Eth 🙏 federalist and confederations forces

GLF

Injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo...
03/11/2021

Injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo injifannoo

Oduu injifannoo
Guyyaa har'a lola cima Godina Gujii lixa aanaa Garbattii gaggeefameen irree fi gaachanni uumata Oromoo WBOn diina dhukkee irraa kaasun Aanaa garba guutuma guututtii dhunfatuun abdi uumatatti horeera.Gadaan gada xumura gabrummaat..

03/11/2021

Araddaaf Onaalee Oromiyaa hundarratti Galmeen Warra Qeerroo ajjeesaa bahee jalqabamuu qaba amma osoo hin bulin

Eessattuu baatan

01/11/2021

Breaking
Qellem Wallaggaa Aanaan Gidaamii to’annaa
Waraana Bilisummaa Oromoo jala erga galteen
booda Ajajaa olaanaan Waraana Bilisummaa
Oromoo Jaal Marroon haasaa isaanii Istaadiyoomii
Gidaamii keessatti uummata walitti qabameef
godhan irratti,
Waraanni adda bilissumma Oromoo kalatti maraaan
akka gara Finfinnee imalan waamicha taasiseera
jechuun Odaa Tarbii fuula Twitter isaanii irratti
barreessanii jiru!
Daballataf
👇👇👇👇👇👇

01/11/2021

Baqqalaa fi Jawwees Qawwee
WBOtu hiika
Kana amanaa!

Humni addaa Oromiyaa lakkoofsaan 280 TahanWBOti makamani jiru!!💪💪💪💪
01/11/2021

Humni addaa Oromiyaa lakkoofsaan 280 Tahan
WBOti makamani jiru!!💪💪💪💪

01/11/2021

Kamisee akkanattii WBO simattee

Booji’amtoota kol Abiyyi
01/11/2021

Booji’amtoota kol Abiyyi

01/11/2021

.....
Guyyaa 21/2/2014 ALH
Koonkolataan gurgudaa ganama satii 12-4ttii akkaa magalaa finfinnee seennee dhorkuuf mootumaan ajajaa dabarsee jira kanaas quba qabadha....galgalaa immoo satii 10-2ttii galgalaa keessaa akka sochonee dhorkamanii jiru.....WBO Ittii mudii Amalee

"Abiyyi Ahimad harka kennachuu qaba; Eessattuu baqatee hin ba'u" Itti Aanaa Ajajaa WBO Zoonii Giddugaleessaa - Jireenyaa...
01/11/2021

"Abiyyi Ahimad harka kennachuu qaba; Eessattuu baqatee hin ba'u" Itti Aanaa Ajajaa WBO Zoonii Giddugaleessaa - Jireenyaa Rabbumaa.
OMN, Qophii Dhaddacha Dubbiitiin bor galgala Oduu booda nu eegaa! Oromia Media Network

01/11/2021

Osoo nuti TPLF lolluu WBOn haala mijeeffateera TPLFn osoo ummata itti hiriirsinellee WBOn bakka murteessa jira waan ta'eef amma waraana abdachuurra ummata burjaajessinee itti duulchisuudha jedhee Abdii muratee dubbate Abiyyii Ahmad

01/11/2021

(Inbox)

"Har'a galgala
Harargee Bahaa Qobbootti waraabessi Ummata dararaa ture biyyetti dabalamee Jira. Commander Abdallaa/Iliyaas nama jedhamuudha."

01/11/2021

Jaallan Falmaa Dhugaa:
Abiy Ahmad harka kanachu qaba essatuu baqate dura hin ba'u "Itti anaa Ajajaa warraana bilisummaa oromoo WBO Zoonii Giduggalessaa _ jirenyaa rabbumaa .

OMN irrattii hordofaa

Socialmedia irra wacuu dhiisa
Jajjabeef finfinnee gadi dhiisa

QALBIIN DUBBISAA Biyya ofii kan Walaboomsan fi Saba ofii kan Bilisoomsan gaafa lolanii Dirree waraanatti injifatanii Dhi...
31/10/2021

QALBIIN DUBBISAA
Biyya ofii kan Walaboomsan fi Saba ofii kan Bilisoomsan gaafa lolanii Dirree waraanatti injifatanii Dhiichisan miti. Gaafa Masaraa qabatanii Barcuma sirreeffatanii ( ) addunyaa irraa beekkamtii Mootummummaa gonfatanii.
Oromoon Marroo hedduu lolee injifatee akka waan bilisoomeetti dhiichisee addaan galeera. Bariitu Barcumni Qaama biraa harka jira.
Lola Soshalisticha Abbaa Hirree Dargii irratti taasise Injifannoon goolabee osoo hin gahiin Gullalleetti Sirbee Duubatti deebi'e. Dogoggora lolaa fi Loltuu osoo hin taane dogoggora Damee siyaasaaf Dooya ( failures to consolidate and secure power.)
Addi bilisummaa Oromoo finfinnee seenuu Duuba Lafoota Tarsimawoo to'atamuu qaban irratti osoo hin xiyyeeffatiin Wayyanee fi Ertiraan Dafanii saaman. Finfinnee waraanaan seentee 4kilo marsuu caala Lafoota Tarsimoo irratti xiyyeefatamuu qabantu jiru. Lafoota kana as irratti barreessu hin barbaachisu. Qaama fedhuufi ni ilaallata jedhee yaaduuf Kartaa, Argama jiogirafii (Lititudii fi altitudii) isaa Waliinuu qooduufii dandeenya. Dubbii keenya irratti Wayyaaneen Ammallee Lafoota kana Ofiif ijaartee deemte waan ta'eef ni beekti.
Gabaabumatti Humni Oromoo eger finfinnee to'atu Sirbaa fi Celebrity dhaan busy walgochuu dura Bakkoota to'achuu qabu irratti xiyyeeffachuu qaba jechuun fedhe.
Bakkoota Tarsiimoo Kanniin humni Diinaa Ykn humni Hin malle yoo to'ate Akka Filannoo lammataa (PLAN B) tti Maaltu hatattamaan irratti hojjetamuu qaba? SAFFISA CIMAADHAAN LOLTUU MAGAALAA ( ) IJAARUU.
Kitaaba Maxxanuuf jiru keessaa fakkeenya tokko isiniif fudhadha.
Kufaatii Dargii booda Lafoota tarsimoo Ertiraa fi Wayyaaneen to'ataniiru. WBO Lafoota maayii siyaasaf hin baasne qabatee dhichisatti jira. Dameen Siyaasaa (Lencoo fi Hoggansi isaanii) Waltajjii Masaraa towachuu irratti nyaatamaa Akka Jiran kan Hubate, koloneelli Waraana Dargii bittime keessaa Qabsoo Oromoo leellisu tokko ejjennoo mataa isaa fudhate. Kolonela Sana amma Maqaa K

31/10/2021

(Inbox)
=========
The Northern Command of OLA has stepped up its operation to the pursuit of the remnants of Abiy’s soldiers fleeing from South Walloo towards Axaayee.

For the last couple of weeks, the OLA in Walloo, Kamisee (OLA Northern Command) has been engaged with Abiy's military in conventional battles. OLA has now scaled up its operations to include the hot pursuit of the fleeing regiments of Abiy's army in accordance with the framework of the OLA-TDF agreement for collaboration.

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gurachoo.online posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gurachoo.online:

Videos

Share


Other Media/News Companies in Metu

Show All

You may also like