
09/06/2024
Wallaahi dubbiin akkasii kun heddu nama Ajaa'iba
Suraan kun magaa CIROOTI
hiriira deeggarsa Mumicha Ministeera Dr Abiyyiif ummanni magaalaa Ciroo guyyaa harra bahe keessatti dubartii fakkaate namni dhiiraa kun meeshaa waliin qabame jedha oduun achirraa nugahe.
Rabbiin daba nurratti yaadame mara nurraa hafashalsu.