Sefu Ahmed

Sefu Ahmed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sefu Ahmed, Digital creator, Sefu Ahmed Gudeta, Jimma.
(1)

10/04/2024

Rabbiin hojii gaarii keenya nuuf haa qeebalu

π™Šπ™™π™ͺπ™ͺ 𝙂𝙖𝙙𝙙𝙖𝙖           π™Œπ™–π™—π™¨π™–π™–β€™π™–π™– π™π™ž π™Œπ™€π™£π™™π™–π™–π™‘π™‘π™ž π˜Όπ™™π™™π™– π˜½π™žπ™‘π™žπ™¨π™ͺ𝙒𝙒𝙖𝙖 π™Šπ™§π™€π™’π™€π™€ π˜Όπ™Ÿπ™Ÿπ™šπ™šπ™›π™–π™’π™ͺπ™ͺ𝙣 π˜½π™šπ™šπ™ π™ π™–π™’π™š.             Qabsaa’aa fi qonda...
10/04/2024

π™Šπ™™π™ͺπ™ͺ 𝙂𝙖𝙙𝙙𝙖𝙖

π™Œπ™–π™—π™¨π™–π™–β€™π™–π™– π™π™ž π™Œπ™€π™£π™™π™–π™–π™‘π™‘π™ž π˜Όπ™™π™™π™– π˜½π™žπ™‘π™žπ™¨π™ͺ𝙒𝙒𝙖𝙖 π™Šπ™§π™€π™’π™€π™€ π˜Όπ™Ÿπ™Ÿπ™šπ™šπ™›π™–π™’π™ͺπ™ͺ𝙣 π˜½π™šπ™šπ™ π™ π™–π™’π™š.

Qabsaa’aa fi qondaalli dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Battee Urgeessaa, guyyaa hardhaa Ebla 10,2024tti, bakka dhaloota isaa Kan taate magaalaa Maqiitti hoteela keessa qubatanii jiran keessaa baafamuun ajjeefamutu dhagahame.

Obbo Batteen nama yeroo dheeraaf baroota hedduuf mana hidhaa keessatti dararamaa turee fi nama karaa sirriidha jedhee amane San irratti ummata isaatiif qabsaawaa ture yoo ta’u, nama Maatii isaa jaalatuu fi Maatiin isaatis Isa jaalatu ta’utu himama.

Maatii, firoottanii fi Hawaasa Isa dhabe hundaaf jajjabina hawwina!

09/04/2024

Yaa Rabbi! Kadhannaa fi Sooma keenya fi Du'aa keenya keessa godhame hunda nurraa qeebali!

Warra Tola kee itti kennite keessatti of nu lakkaa'i !

α†αˆ›αŠžα‰Ή αˆ‹α‹­ α…αŠ•αˆαŠ›α‹‰ α‹αŠ– αŠ αˆ°α‰ƒα‰‚ α‹¨αŒα‹΅α‹« ሽα‰₯ር ፈጸመ!β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬α‰€αŠ• α†αˆ˜α‹ α‹αˆˆα‹α€ αˆ›α‰³ αˆ²αˆ°αŒα‹± αŠα‰ αˆ­  α‹¨α‹αŠ– α‹¨αˆ½α‰₯ር αŒ₯ቃቡ α‹¨α‰°αˆ°αŠα‹˜αˆ¨α‰£α‰Έα‹‰α’ α‹αŠ– α‹¨α‰°α‰£αˆˆα‹‰ α…αŠ•αˆαŠ› α‰‘α‹΅αŠ• ...
09/04/2024

α†αˆ›αŠžα‰Ή αˆ‹α‹­ α…αŠ•αˆαŠ›α‹‰ α‹αŠ– αŠ αˆ°α‰ƒα‰‚ α‹¨αŒα‹΅α‹« ሽα‰₯ር ፈጸመ!
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
α‰€αŠ• α†αˆ˜α‹ α‹αˆˆα‹α€ αˆ›α‰³ αˆ²αˆ°αŒα‹± αŠα‰ αˆ­ α‹¨α‹αŠ– α‹¨αˆ½α‰₯ር αŒ₯ቃቡ α‹¨α‰°αˆ°αŠα‹˜αˆ¨α‰£α‰Έα‹‰α’ α‹αŠ– α‹¨α‰°α‰£αˆˆα‹‰ α…αŠ•αˆαŠ› α‰‘α‹΅αŠ• αˆ™αˆ΅αˆŠαˆ™αŠ• αˆ›αˆ…α‰ αˆ¨αˆ°α‰₯ αˆˆα‹­α‰Ά α‰ αˆ›αŒ₯ቃቡ αŠ αˆ°α‰ƒα‰‚ α‹¨αˆ½α‰₯ር αŒ₯ቃቡ ፈጽሟልፒ

#α‹αŠ–αŒ½αŠ•αˆαŠ›
#α‹αŠ–αŒˆα‹³α‹­
#α‹αŠ–αŠ αŠ­αˆ«αˆͺ
#α‹αŠ–αˆ™αˆ΅αˆŠαˆαŒ αˆ

05/04/2024

Yaa Rabbi Amala, gochaa fi fedhii hin barbaadamne irraa sitti maganfanne!

04/04/2024

Yaa Rabbi Ati rahmata godhaadha araaramaas ni jaallatta badii keenya hundaaf araaramaa kee nuuf kenni!

30/03/2024

Rabbiin jireenya kee yeroo gammachuu dhuma hin qabne ajaa'iba ajaa'ibaa lakkoofsa hin qabnee fi milkaa'ina dhuma hin qabneen haa guutu!

30/03/2024

30/03/2024

21/03/2024

Yaa Rabbi yaaddoo hunda irraa nu fageessii yaaddoo keenya hunda irraa nu boqochiisi, dhiphina keenya hunda irraa nu fayyisi!

18/03/2024

Rabbiin waan isa irraa nu fageessuu hunda irraa nu haa fageessuu!

26/02/2024

Haasaa Aja'ibaa πŸ₯°

21/02/2024

06/09/2023

04/09/2023
03/09/2023

13/06/2023

αŒ…α‰₯ αŠ₯αŠ“ αˆƒα‹« πŸ™„

α‹¨α‰ αˆˆα€αŒˆ αŒ“α‹°αŠ›αŠ• α‹«αˆˆ αˆα‰€αŠαŠα‰΅ αˆ›αŠ­α‰ αˆ­ α‰ αŒ₯ቂቡ αˆ°α‹Žα‰½ α‰£αˆ…αˆͺ αŠα‹!
15/05/2023

α‹¨α‰ αˆˆα€αŒˆ αŒ“α‹°αŠ›αŠ• α‹«αˆˆ αˆα‰€αŠαŠα‰΅ αˆ›αŠ­α‰ αˆ­ α‰ αŒ₯ቂቡ αˆ°α‹Žα‰½ α‰£αˆ…αˆͺ αŠα‹!

πŸ₯΄
17/04/2023

πŸ₯΄

30/03/2023

α‹« αŠ αˆ‹αˆ… αˆ†α‹­ αŠ₯α‰£αŠ­αˆ… αˆ…α‹­α‹ˆα‰΄αŠ• α‰ α‹°αˆ΅α‰³αŠ“ α‰ αˆ΅αŠ¬α‰΅ αˆ™αˆ‹α‹α’
αˆ€α‹˜αŠ”αŠ• αˆαˆ‰ αŠ αˆ΅α‹ˆαŒα‹΅ αˆα‰€αŠ•αˆ α‰ αˆ°αˆ‹αˆαŠ“ αŠ₯αˆ­αŠ«α‰³ αˆ™αˆ‹α‹α’

02/03/2023

 !
06/01/2023

!

Address

Sefu Ahmed Gudeta
Jimma
1000

Telephone

+251934064700

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sefu Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share