Egeree Oromiyaa

Egeree Oromiyaa Be Yourself! Afaan keenya guddisu dagagsuun dirqama keenya.

14/06/2024

Akka Yuusen Naman Nyaatu!

12/06/2024
Haacaaluu
04/03/2024

Haacaaluu

Dacheen Afrikaa kan dachee jennatatti deebitu gaafa darsii/kosiin kitaaba kanarra margee dhabama ta'ee!
22/02/2024

Dacheen Afrikaa kan dachee jennatatti deebitu gaafa darsii/kosiin kitaaba kanarra margee dhabama ta'ee!

Lafuma dhaqxaniin lafa keenya jedha! Biyyuma dhaqxaniin biyya keenya jedha!Manuma keessummaa bultaniin mana keenya jedha...
22/02/2024

Lafuma dhaqxaniin lafa keenya jedha!
Biyyuma dhaqxaniin biyya keenya jedha!
Manuma keessummaa bultaniin mana keenya jedha!
Waanuma sinitti bareede hundaan keenya jedha!
🇮🇱

Yeruman baradhuun hin qalbeefatin moo ergan xumuree booda akkas ta'ee?
22/02/2024

Yeruman baradhuun hin qalbeefatin moo ergan xumuree booda akkas ta'ee?

22/02/2024

''Anamoo himattoota kootu yakkamtoota?''
*****
Barattoota Yuunvarsitii Finfinnee teessoon Mootummaa Naannoo Oromiyaa Finfinneerraa Adaamaatti geeddaramu mormanii barnootarraa ariyataman keessaa tokko Gaaddisaa Hirphasaa ture.
Mormii barattootaa qindeesse jedhamee mana hidhaa Maakalaawiitti hidhamuun sababuma kanaan lubbu dhabe.
Barreeffamni dhaaba mana hidhaa Maakalaawii gubbaarraa argame 'Anamoo himattoota kootu yakkamtoota?’’ jedhu seenaasaa namoota heddu yaadachise.
Gaaddisaan eenyu?
↪️ https://bbc.in/49m0yb0

Intalli namicha keenyaa guddattee laata?
22/02/2024

Intalli namicha keenyaa guddattee laata?

Osoon Afaan lafaaf lafee tanaa, biyyaaf biyyoo tanaa Afaan Oromoo jiruu Afaan Amaaraa Afaan hojii Gamtaa Afrikaa hin tah...
15/02/2024

Osoon Afaan lafaaf lafee tanaa, biyyaaf biyyoo tanaa Afaan Oromoo jiruu Afaan Amaaraa Afaan hojii Gamtaa Afrikaa hin tahuu!
Afaan Oromoos yoo Abbaa tahee malee diqaalan Afaan hojii gochuu hin dandeessuu.
"Ooftee ooftee harree tanaa abbumaaf galchita" jedhe namichi!

Nama moo Sareetu Amantii qaba Jenna?MooAmantichumtuu kan Namaati moo kan Sareeti?
15/02/2024

Nama moo Sareetu Amantii qaba Jenna?
Moo
Amantichumtuu kan Namaati moo kan Sareeti?

Subscribe Hiree Entertainment
28/11/2023

Subscribe Hiree Entertainment

Address

44
Holeta
HIREE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Egeree Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Egeree Oromiyaa:

Videos

Share