Wal-argan Oromiyaa

Wal-argan Oromiyaa 0961690021

 Si jechuun qaaliidhajechi kamuu hin ibsujaalala siifqabnuhomtuyyuu hin muldhisu ~Siidaan dhaabbate kunsiif gaheeti miti...
27/06/2021



Si jechuun qaaliidha
jechi kamuu hin ibsu
jaalala siifqabnu
homtuyyuu hin muldhisu
~
Siidaan dhaabbate kun
siif gaheeti miti
waan xiqqaan tunille
yoom siin fakkeeffamti
Ittiin si yaadachuuf
maqaan moggaafame
wanta ati nuuf taate
dubbadhus yoom dhume
~
Galmee seenaa irratti
maqaa guddaa qabda
kabajas siif qabna
oromorraa maal dhabda?

Si yaadnee jirra hacee

Invite gochun nu gargaraSin JaaladhaAkka kophee HaaraaHunduu Bituu FedhuuAkka Lafa WarqeeNamni Marti HaadhuuSin Jaaladha...
23/06/2021

Invite gochun nu gargara
Sin Jaaladha
Akka kophee Haaraa
Hunduu Bituu Fedhuu
Akka Lafa Warqee
Namni Marti Haadhuu
Sin Jaaladha
-
Akka Karaa Haaraa
Akka Jiruu Faaraa
Akka Sammuu Qaraa
Akka Aangoo Jaraa
Sin Jaaladha
-
Akka Ilmoo Ofii
Akka Wayyaa Suuufii
Sin Jaaladha
-
Akka Piizaa Kaaffeee
Akka Marga Caffee
Akka Shayii Danfee
Akka Birraan Dhufee
Sin Jaaladha
-
Akka Mana Viillaa
Konkolaataa koroollaa
Akka Warshaa Biqilaa
Akka Gaara Hilaalaa
Sin Jaaladha
-
Akka isteetii Laas Veegaas
Akka Fincaa'a Laga Hawaas
Akka Moluu Mallas
Sin Jaaladha
-
Akka Qabeenya Daangotee
Akka Facaafannaa Ateetee
Akka Jaamboo jootee
Sin Jaaladha
-
Sin jaaladha Anii
Akka Hundaatittuu
Tarii Tokkoon Gammadda
Garaa hin Jabaattuu



Jaalala keef jechaa
Oliif gadi fiiguu
Fayyaa kan koo dhiisee
Osoo qaamaa dhiiguu
♥️
Jaalalli kee na qabee
Asii achi na irbaa
Dhahaan onnee kootii
Ammaa amma sirbaa
♥️
Osoo hin tahu jedhuu
Jaalala keetin qabamee
Siif jecha osoo jooruu
Lukti koo dhabama

17/06/2021

Amantuus Amanuu battuus akka *810 # fi Chikii Qamisa(gurdii) gabaabaa uffatteetti wanti nama dogongorsiisu hin jiru.

11/06/2021

Gariin Gadaa kunuunsee
Seenaa nu dhaalchisa
Gariin Warqeesaatu
Faayee nu miidhegsa

Gariin Xaafiif boqqolloon
Biyya beela baasa
Gariin loon horsiisee
Aannan nu obaasa

Gariin Garbuu qotee
Nu nyaachisa marqaa
Gariin daangaaf lolee
Diina nurraa dhorka

Maqaan biyya keenyaa
Godinaanis waamamu
Oromoon oromoof
Utubaadha yoomuu

11/05/2021

As wr wb hawwiin tee martinuu galma. Jireenyi kee kulliin gammachuu. Arrabni kee dhugaa . sochiin kee bu'aa qabeesa. Hiriyyaa keetif amanamummaa. Amantii keetif yaqiinummaa. Saba keetif tokkummaa. Maatii keetif jalala. Du'a keetif shahaadaa. Qabrii teetif bal'ina. Galumsa keetif jannata. Nama hawudii rasuula rabbii (s,a,w) dhuguu sihaa taasisuu. Amiiiiin jedhi. Misseejin tolaa waan ta'eef forward godhi hirriyyoota tee muslimaa hundaaf ergii. Anallee ta'uu. As wr wb

☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙:Mata dureewwan lama irratti hundaa'uun barnoota isin fayyadu gaggabaabsinee isiniif qopheessinee...
10/05/2021

☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙:
Mata dureewwan lama irratti hundaa'uun barnoota isin fayyadu gaggabaabsinee isiniif qopheessineerra

irraa

1ffaa«BARNOOTA SEERA ZAKAA FIXRII»

*ZAKAAN FIXRIIDHAA MUSLIMA HUNDARRATTI DIRQAMA Tahuu

*HIKMAAN (FAAYDAAN) ISIIN DIRQAMA
GODHAMTEEF maaliif?

*YEROO ZAKAA FIXRII

2ffaa BARNOOTA SEERA IIDAA

*YEROO SALAATA IIDAA

*NAAMUSA YEROO IIDA SALAATUUF
BAHANII

*AKKAATAA TAKBIIRAAN ITTI GODHAMTU

*AKKAATAA SALAATA IIDAA

*IIDARRATTI WALEEBBISUU

mataduree armaan olii irratti hundaa'uun gabaabsinee barnoota isiniif qopheessineerra isinis waan baay'ee isin fayyaduuf namoonni chanelii hin qabne join godhattanii akka nu hordoftan dhaamsa keenya isiniif dabarsina

Mksee ten nu ebisaa
07/05/2021

Mksee ten nu ebisaa

Wal-argan OromiyaaWal-argan OromiyaaWal-argan Oromiyaa OromiyaaDargageessa funyaan isaa lammaffaa Addaa isaarratti sirre...
07/05/2021

Wal-argan OromiyaaWal-argan OromiyaaWal-argan Oromiyaa Oromiyaa
Dargageessa funyaan isaa lammaffaa Addaa isaarratti sirreefate👇👇👇

Dubbichi akkasi fujian province jedhama dargaggesa biyya chaayinati, dargaggesi kun guyyaa tokko utuu konkolaata konkolaachiisa jiruu balaan cimaa ta'ee irra qaqqaba, balaa sanarratti funyaan isaa bayyee midhamu irraan Kan ka'ee funyaan isaa sadarkaa deebi'u hin dandenyeera ga'e, kana irraan Kan ka'ee doktaronni dargageessa kanaaf funyaan haara hojjachuuf murtessan, haata'uyyu malee gaffii guddaa Kan ta'ee funyaan haara kana qaama isaa kessa essatti akka tolchanif murtessuu ture, xumura irrattis akka suura irratti argitan Adda isaa irratti tolchaniruuf!😳

05/05/2021

invite gochun nuu gargaraa

28/01/2021

Gafaa nama kassee kasee nama dhabaa

20/01/2021

Ergaa sigigib juntan qaqabamee kana qabaa naa gadhisan warraa diasporaa maliif hedumataa?

27/06/2020

Jiradha jirachu keessan fedhaa

Address

Keykey
Hirna

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251961690021

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wal-argan Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category


Other Media in Hirna

Show All