Misoomaa waloof

Misoomaa waloof Biloogi dhunfa

21/02/2024

What comes to mind when you think of Ethiopia πŸ‡ͺπŸ‡Ή?

28/11/2023
Aanaa doobbaatti hojiin ”Oestrus Synchronization & Mass Artificial Insemination”( AI) mala Namaan Loon diqaalomsuu hojja...
15/10/2023

Aanaa doobbaatti hojiin ”Oestrus Synchronization & Mass Artificial Insemination”( AI) mala Namaan Loon diqaalomsuu hojjatamaa jiru akkuma itti fufetti jira.
****************************************************
Onkololeessa 4/2016 Doobbaa
Godina Harargee Lixaatti Aanaa Doobbaa Araddaa dhaloota fi Araddaa urjiitii inisheetiiviin Aannanii mala Namaan loon diqaalomsuu bifa milkaa'ina qabun hojjatamaa jira jedhan

Oomisha Aannanii dabaluun fayyaa da'imman keenyaattif baay'ee murteessaadha hawaasani keenyaas kana hubachuun, inisheetiivii mala naman loon diqaalomsu kanatti sirnaan fayyadamuu qabdanii jedhan itti-aanaa Bulchaa Bulchinsa Aanaa Doobbaa obbo Ziyaad Haashiim.

Loon babbaredaa qabdan kana irraa Oomisha Aannanii gahaa argachuun ,inisheetiivii mala naman loon diqaloomsuu fi saanyii naannoo foyyessuun nyaata gahaa beeyladaa dhiheessuun baay'ee murteessadha wan ta'eef hawaasanii keenyaa kana hubachuun itti fayyadamuu qabdani jedhan Dr Faaruq Aliyyii Ogeessa Waajjira Qonnaa Godina Harargee Lixaa.

Guddinaa Dinagdee Biyyaa keenya dachaan dabaluu fi badhaadhina maati milkeessuuf ,inisheetiiviin misooma aanaanii kun cimee itti fufu qaba jedhan Bakka Bu'aan Waajjira Paartii fi Ittigaafatamaan Ijaarsa Haayyota Paartii Badhaadhina Aanaa Doobbaa Obbo Mohammed Dinee.

Ittigaafatamaa Waajjira Qonnaa Aanaa Doobbaa Obbo Huseen Ahimad akka jedhanitti Inisheetiivii misooma Aannanii mala naman loon riima'aa qabsisuun jabbilee sanyii foyya'aa oomishu fi oomisha aananii dachaan dabaluuf, inisheetiivii malaa naman loon diqaloomsuu bifa milkaa'ina qabun hojjatama jira.jedhan Obbo Husen Ahimad.!!

06/10/2023
03/09/2023
Guyyaa 28/12/2015Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa Waajjira Qonnaa Aanaa Doobbaa. 🍌🍌🍐🍐πŸ₯¬πŸ₯¬πŸ₯’πŸ₯’πŸπŸπŸπŸ₯πŸ₯Hojii Deeggarsaa fi Hor...
03/09/2023

Guyyaa 28/12/2015
Godina Harargee Lixaa
Aanaa Doobbaa
Waajjira Qonnaa Aanaa Doobbaa.
🍌🍌🍐🍐πŸ₯¬πŸ₯¬πŸ₯’πŸ₯’πŸπŸπŸπŸ₯πŸ₯
Hojii Deeggarsaa fi Hordooffitiif koreen SMS Bobbaafamee jira.
πŸŒ½πŸ‚πŸŒ½πŸŒ½πŸ„πŸ„πŸ„πŸπŸπŸπŸ‹πŸ‹πŸ§…
Hojii Deegarsaatiif SMS Ogeeyyii Seektaraa Qindaawaa Qonna keessaa Waliitii dhufaan Hojiiwwaan Qonna ijoo Hojjatamuu qaban,Hojii Qonnaa Hojjetaama turee irratti fi HMH Deeggarsa Ogguumaa keennuuf Oraanteeshina bal’aa kannuudhan Araddootaa Aanaa keenyaa hundaattii bobbiin Ogeeyyiif kannaame jira.πŸ™πŸ™

Aanaa doobbaatti inisheetiivii misooma maashoo lafa heektaara 2200 irratti facaasuuf ,karoorfame ,sanyii facasuun eegale...
17/08/2023

Aanaa doobbaatti inisheetiivii misooma maashoo lafa heektaara 2200 irratti facaasuuf ,karoorfame ,sanyii facasuun eegalee
Hagayya 10/2015 Doobbaa
Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa Araddaa Jaalalaa tti inisheetiivii misooma ,maashoo lafa heektaara (2200) irratti facasuuf ,karoorfame sanyii facaasuun eegalee jira.

Sagantaa facaasaa kanarratti argamuun kan jalqabsiisa Ittaanaa waajjira qonnaa godinichaa Obbo Ahimad Hasan fi Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Doobbaa obbo Mikaa'il Ahimad.

12/08/2023
12/08/2023

Address

Harargee
Hirna
2500

Telephone

+251935678906

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Misoomaa waloof posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Misoomaa waloof:

Share

Category


Other Media in Hirna

Show All