Maya Time

Maya Time ░▒▓█►─═ Μ𝕒үα 𝕥ί𝓂𝑒 ═─◄█▓▒░ kabajamtoota hordoftoota Kenya page Oro oduu ispoortii kana share fi like gochudhaan odeyfanno walbiraa gaha.
(1)

20/06/2024

Half Time
Denmark 1 - 1 England

👉t.me/T_ispoortii

19/06/2024

Scotland give themselves hope with a hard-earned 1-1 draw against Switzerland 🙌

17/06/2024
17/06/2024

A HUGE result for Slovakia, and a HUGE shock for Belgium!

03/06/2024

Time for Kylian to join the party... 😎🏆

02/06/2024

BREAKING : Kylian Mbappé jijjiirraasaa gara Real Madrid taasisu mara xumureera. Kan hafe kilabichi ifatti beeksisuu qofa. Bara dhufus waancaa UEFA Champions League kana fudhachuuf jechuudhaa ?😂

01/06/2024

Carlo Ancelotti: the first coach to win 5 titles 🧠

01/06/2024

Vini goal, Jude assist 📸

01/06/2024
01/06/2024
01/06/2024
01/06/2024

DORTMOND Vs R MADRIDII የቀጥታ ስርጭት በአራዳ ኤፍ ኤም 95.1 ከCD sport ጋር

31/05/2024
31/05/2024

.
✔️Muhammad Kaamaaraa dardara ganna 24 lammummaa Maalii qabuufi liigii Faransaay kilaba Moonaakoof taphachaa jira.
✔️Tibbana hojii dinqii taphatichi hojjeteef Liigiin Faransaay har'a taphoota afur akka hin hirmaanne itti murteesse. Sababni isaa.
✔️Liigii Faransaay torbee dhumaa irratti uffanni taphattoota kilaboota hundaa marti mallattoo[LGBT] qaba. Inni garuu bakka san balleessuuf uffata biraa irratti hodhee gara dirree seene.
✔️Taphaan booda 'Ani amantiin kiyya Islaamaa. Waan dhoorkamu jajjabeessuun itti gaafatamummaa jalaa nama hin baasu'
✔️'Waan amantiin kiyya na dhoorku uffadhee gara dirree hin seenu jedhee mala kanatti fayyadame. Adabbii karaa kanaan na mudatu kamuu nan fudha' jedhe.
Yaa Muhammad Big Respect ❤️


⚽The Beautiful Game



30/05/2024

SO CLOSE 😮‍💨

🇪🇹's Hagos Gebrhiwet runs 12:36.73 to rule the 5000m at the 👀

Second fastest 5000m in history ✅
Ethiopian record ✅

27/05/2024

🔚
𝐅𝐔𝐋𝐋 𝐓𝐈𝐌𝐄
4 🆚 2

‏صافـرة النهايـة! 💛

‏النصر 4 - 2 الاتحاد
‏⚽️⚽️ كريستيانو رونالدو
‏⚽️ عبدالرحمن غريب
‏⚽️ مشاري النمر

‏هاردلك لأشقائنا نادي الاتحاد 🙏
‏⁧‫ ‬⁩ | ⁦‪ ‬⁩

16/05/2024

It’s been 20 years 😳

Kenenisa Bekele has been announced as part of the Ethiopian marathon team for Paris 2024 🫡

Bekele won his first of three Olympic golds in Athens 2004 and will turn 42 next month 🤯

12/05/2024

Arsenaal Yunaayitidiin 1-0n injifate.
Morkii jabaa Old Tiraaforditti godhame gooli Tiroosaard boqonnaa dura galchetu gargar baase.
Eenyu waancaa liigichaa akka fudhatu beekuuf hanga daqiiqaa dhumaa, guyyaa dhumaatti eeguun dirqama ta'eera.
Arsenaal Dilbata dhufu dirreessaatti Evertan morkata.
Siitiin tapha walqixxeessituu Kibxata dirree Tootenhaamitti mirkatee Dilbata ammoo Etihaaditti Weestihaamiin falmata.
Taphni hafe eenyuuf salphata?

12/05/2024

What a final day we will have in store.

Arsenal or Man City? Only one can prevail. 🏆

12/05/2024

The dream is still alive for Arsenal! A win at Old Trafford means it goes to the final day… 🏆

12/05/2024

FT Scores: Man United 0 - 1 Arsenal

I no believe say na only one goal Arsenal go score for this match but at all at all na im bAd, atleast dem use am collect three points.

Although Arsenal win but dem go still dey pray make Man City drop points because anything wey make Man City win all their remaining matches wey remain dem don win league oo.

Man City get two more matches to play while Arsenal get only one.

My people shey hope dey for Arsenal abi make dem try against next season?😄

Address

Harar
251

Telephone

911557

Website

https://www.facebook.com/sportnews2021?mibextid=ZbWKwL

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya Time posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Nearby media companies