Hamzaa show

Hamzaa show Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hamzaa show, Video Creator, Harar.

Wel come baga nagayan gara page kana dhuftan video babbareedduu isin biraan gahuuf kan qophaa.eedha hanga followers 10000 gututti suraa vidio gaggabadduu dabarsina follow godhaa share hiriyyoota

05/06/2024
04/06/2024

Ammmiiin yaa rabbii 🤲🤲🤲

14/02/2024

Bayhlake maancawwe koflaan nu fixe mee laa

– I just got recognized as one of their top fans! 🎉 Fafirruu ilallah With
14/02/2024

– I just got recognized as one of their top fans! 🎉 Fafirruu ilallah With

28/12/2023

vs

17/11/2023

Guyyaa juma.a kana kessatti wanni ati niyyayyatte siif haa taatu

HARMEEN TEE WAGGAA 1000 SII HAAF JIRAATTU!❤🙏Anis, atis yoo gaafatamne gootota hedduu tarreessuu dandeenya. Ijoolleenshee...
12/11/2023

HARMEEN TEE WAGGAA 1000 SII HAAF JIRAATTU!❤🙏
Anis, atis yoo gaafatamne gootota hedduu tarreessuu dandeenya. Ijoolleenshee garuu goota ishee caalu hin beekani. Looking in her face makes me wanna redefine the word "HERO" ❤️👏🙏

20/10/2023

The State of Oromia
05/07/2023

The State of Oromia

Ijoolleen baadiyaa kootii hundisbee haadhoo kootii, Jirtuu ijoolleen baadiyaa❤❤
05/07/2023

Ijoolleen baadiyaa kootii hundisbee haadhoo kootii, Jirtuu ijoolleen baadiyaa❤❤

05/07/2023

Metan, aappii twiitara fakkaatu kamisa dhufu hojiitti akka galchu beeksise

Abbaan Feesbuukii fi Inistaagram, Meta, appiin isaa haaraan morkataa tiwiitaraa ta'a jedhame kun Kamisa dhufu guutummaatti hojii akka eegalu beeksiseera.

Aappiin, Threads, jedhamu kun Inistaagraam waliin kan walitti hidhamu ta'a.

Fuula aappii kanaa agarsiisuuf suurri ka'e tiwiitara waliin waan wal isa fakkeessu qabaachuu agarsiisa. Meettaan aappiin isaa haaraan kun, ''ergaa barreefamaan walitti dubbachuurratti kan hundaa'e'' akka ta'e ibseera.

Aappiin haaraan morkii hogganaa Meta, Maark Zuukerbargiifi kan tiwiitar Eeloon Maaski gidduu jiru ittuu hammeessa jedhamee amanama.

Hoogganootni lameen ji'a darbe qaamaan walii bahanii wal-loluuf waliigalanii ture. Lameen yoo kana jedhan nii qoosuufi dhugaa jedhuun hin mirkanoofne.
https://bbc.in/3D3vqhK

05/07/2023

Barataa jenereetara itti bilbiluun banuuf cufuun danda’amu kalaqe
*************
Barataa Fedhasaa Shuumaa jenereetara bilbilaan saaqamee cufamu akka kalaquuf kaka'umsa kan taheef rakkoo elektiriikii magaalaa Dambi Doollooti.

Jenereetarri kun hanga ampuuliiwwan 100 bobeessuu kan danda’u akka ta’es himeera. Boba’a malees annisaa maddisiisa jedha.

Seenaa barataa kanaa asii dubbisaa: https://bbc.in/44u7qQH

💪💪💪✅✅♥️🥰🥰
05/07/2023

💪💪💪✅✅♥️🥰🥰

🇨🇦 Alii Ahimad jedhama. Abbaafi haati isaa lammiilee Itoophiyaa, dhalootaan Oromoodha. Inni garuu achuma Kanaadaatti dhalatee guddate.

Torban darbe ture Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Kaanaadaaf filamee yeroo jalqabaaf kan taphate. Taphataa kanaaf sadarkaa kana gahuun waan guddaadha.

BBC'n waa'ee taphataa kanaa iyyaafataa ture. Harmeen isaa Aadde Muntahaa Aliyyii waa'ee Alii, akkaataa guddate, gargaarsa godhaniifi waan hawwaniif mara BBC'tti himaniiru. Dhihaadhaa!
Suuraa: Getty Images
↪️ https://bbc.in/3NXZQaD

🤔
05/07/2023

🤔

Akkam bultan?

Har'a mammaaksa kanaan eegalla, hiikasaa nuuf barreessaa!

Mammaaksa biraallee nuuf ergaa!

bbc.com/afaanoromoo marsariitii keenya.

05/07/2023

Address

Harar

Telephone

+251963523751

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamzaa show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hamzaa show:

Videos

Share

Category