23/08/2024
የዛሬ ጀምበር ወጥታ እስክትጠልቅ ስድስት መቶ ሚሊዮን ችግኞችን ልንተክል ኢትዮጵያውያን ሁሉ አቅደን ነበር። ያሰብነውን ሳናሳካ ጀምበር የሚጠልቅብን አይደለንምና በአንድ ጀምበር 615.7 ሚሊዮን ችግኞችን መትከል ችለናል።
ህፃናት ተስፋቸውን ተክለዋል። ወጣቶች ጽናተቸውን አሳይተዋል። አረጋውያን ውርስ አኑረዋል። ኢትዮጵያውያን ከሊቅ እስከ ደቂቅ ከቤታቸው ወጥተው የማይደበዝዝ አሻራ አኑረዋል። በማበራችን እና በመጽናታችን በአለም በሌላ ስፍራ በአንድ ጀምበር ያልተደረገውን እኛ ኢትዮጵያውያን አድርገነዋል። ዛሬ ለአየር ንብረት ለውጥ ሚዛን ጥበቃ ቆመን ውለናል። የአፈር መራቆትን ለመመከት ተሰልፈን ውለናል። የምግብ ዋስትና ለማረጋገጥ ስንደክም ውለናል። ምድራችንን አረንጓዴ ለማልበስ ልምላሜን ለመመለስ ሳንበገር ሰርተናል። ፈጣሪም ረድቶን ለዛሬዋ ጀምበር ያሰብነውን አሳክተናል።
ዛሬ 29.1 ሚሊዮን ዜጎች በ318.4ሺ ሄክታር በጂኦስፓሻል መረጃ በተገኘባቸው ስፍራዎች ላይ ችግኞችን ተክለዋል። እስካሁን በመረጃ ቋት ከተመዘገበው ውጭ የተተከሉ ችግኞች መረጃ በተከታታይ የሚገለፅ ይሆናል።
ለአስደማሚው የኢትዮጵያውያን ኅበረት እና ጽናት እነሆ ምስጋና። ለስኬታችን የእቅድ፣ የክትትል እና የመረጃ አውታር በመሆን በትጋት የሰራችሁ አመራሮች ባለሞያዎች እና የሚዲያ ተቋማት ምስጋና ይገባችኋል። ምኞት ተግባራችን ሁሉ የተሻለች ኢትዮጵያን በኅብረት ገንብቶ ማቆየት ነው። ይኽንኑ እንቀጥላለን።
Itoophiyaanonni hundi hamma aduun har'aa baatee dhiitutti biqiltuuwwan miliyoona 600 dhaabuuf karoorfannee turre. Warra waan yaanne utuu hin milkeessiin aduun nutti dhiitu waan hin taaneef guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miliyoona 615.7 dhaabuu dandeenyeerra.
Daa'imman abdiisaanii dbaabaniiru. Dargaggoonni ciminasaanii agarsiisaniiru. Maanguddoonni dhaala keewwataniiru. Itoophiyaanonni xinnaa guddaadhaan manasaaniitii bahanii ashaaraasaanii hin dimismisne keewwataniiru. Walta'uu keenyaafi cimuu keenyaan addunyaarratti iddoo kanbiraatti waan guyyaa tokkotti ta'ee hin beekne nuti Itoophiyaanonni raawwanneerra. Har'a jijjiirama qilleensaaf madaallii taanee dhaabbataa oolleerra. Golgolaa'uu biyyoo qolachuuf hiriirree oolleerra. Wabii nyaataa mirkaneessuuf dhama'aa oolleerra. Dachee keenyatti magariisa uwwisuuf lalistummaashee deebisuuf utuu hin sarmiin hojjenneerra. Uumaanis nugargaaree waan guyyaa har'aatiif yaanne milkeessineerra.
Har'a lammiileen miliyoona 29.1 bakkeewwan hektaara kuma 318.4 odeeffannoon ji'oo ispaashaal itti argametti biqiltuuwwan dhaabaniiru. Biqiltuuwwa kuusaa odeeffannoo hamma yoonaatti galmaa'een ala dhaabaman ilaalchisee ittifufiinsaan kan ibsamu ta'a.
Gamtaafi cimina Itoophiyaa ajaa'ibsiisaa ta'eef galanni kunoo. Hooggantoonni, ogeessonniifi dhaabbileen miidiyaa milkaa'ina keenyaaf karoora, hordoffiifi burqaa odeeffannoo ta'uudhaan hojjettan hundi galatatu isiniif mala. Hawwiifi gochi keenya hundi Itoophiyaa wayyitu gamtaadhaan ijaarree tursuudha. Kanuma itti fufna.
All Ethiopians set out to plant 600 million saplings from sunrise to sunset today. Refusing to let the sun set without achieving our goal, we surpassed it, planting an astounding 615.7 million saplings by the end of the day.
Children have planted their hope. Young people have demonstrated their resilience. The elderly have left a legacy. From one corner of the country to another, Ethiopians stepped out and made their mark. With our unwavering spirit and perseverance, we accomplished overnight what has never been done anywhere else in the world. Today, we stand for climate balance, line up against soil degradation, and commit to ensuring food security. We have worked relentlessly to restore the prosperity of our land. With the Creator's help, we achieved what we set out to do by today's sunset.
In total, 29.1 million citizens planted saplings across 318.4K hectares of geospatially mapped locations. The planting efforts outside the registered database will continue to be reported.
This is a testament to the incredible solidarity and perseverance of Ethiopians. Our gratitude goes out to the leaders, professionals, and media institutions who played key roles in planning, monitoring, and ensuring the success of this initiative. Together, our ambition is to build and sustain a better Ethiopia, and our efforts will continue.