Galamso Sport Show

Galamso Sport Show Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Galamso Sport Show, Media, Asebe Teferi.

17/09/2023

Olmayaa ebba nafyad magalaa daalotii sagalee ummata kenyaa ummata walagaaf kan tahan dawadhaa mee

Karaa dugdaa lukku isinif haa godhuu obboleyan kiyya isin sadeenuu nagayan dhaqaa carraa gaarii isinif hawwa❤❤❤::
12/09/2023

Karaa dugdaa lukku isinif haa godhuu obboleyan kiyya isin sadeenuu nagayan dhaqaa carraa gaarii isinif hawwa❤❤❤::

Kabajamtoota fi hordoftoota kenyaa tanaa duraa sababa garaa garaatin filmii mata duren isa Qorii jaalalaa jedhuu isinif ...
09/09/2023

Kabajamtoota fi hordoftoota kenyaa tanaa duraa sababa garaa garaatin filmii mata duren isa Qorii jaalalaa jedhuu isinif dhiyyeesina jene turee amma qophii.waa humdaa fixanee dhufaa jiraa Baraa Haarawattii bagaa geesan jechaa hundii keesaan youtube kenyaa subscribe gochun nuu biraa ejadhaa nuu jaajabeessa filmiin part shaanii Baatii Fulbannaa keessa imshaallaha qophiin nu egga::❤❤👇👇👇👇👇👇👇👇https://www.youtube.com/

08/09/2023

Kabajamtoota kenyaa gurbaa qaxalee kanaa naf ebbisa mee na abdii hin kunee mucan kun baradarbee akka maleetii baala konkolaatatin milli isaa cabee isportii dhowame ture amma garu raareeti galee bakka inii jiru laala mee sahiban # #@❤❤

07/09/2023

Egaalii koorsii baraanaa akkana fakkata turee # #

04/09/2023
24/08/2023

Mee laalaa rabbi isiin ummee soodadhaattii amrii rabbi gudda subhaanaallahaa # # # #!!@@!!

22/08/2023

Barsisoota oro kan wal-dorggoomi kilo 4 keessatti gageefamtee irratti Aadaan fayyamanii hirmatanii heddu heddu aadaa tenyaa callaqissaa turan rabbin umrii naf hadheerrasuu # # # # # #!!!@@

21/08/2023

Habron waan hundan demee jira kuno!

17/08/2023

Habron itti cabsaat oltee guyyaarrantanaa kanaa fakkata hanqa xumuratii dawadhaa!!

16/08/2023

Wal argaan dorgomirratti bro facayyii amma boodaa!

13/08/2023

Wayyo baabuurii nan kufee nan qabaa

04/08/2023

Lal sagalee!

01/08/2023

Aswrwb dawatoota kenyaa akkumaa argaa jirtan akkoo tiyya hadhaa umma tiyya wajjin wal baraa achummanuu namnii bishan lagaa bashaa dhugaa gudatann mee komentti jalaa kayya !!

28/07/2023

Jijjiiramaa Ariifachisaa Magaallaa Galamsoo kan kantiban kenyaa nuf fidee dhagefadhaa Hamma dhummattii!!!😍😍

28/07/2023

Mee dhuguumatti finfineen nuuf maliii jaara kenya nuf hima dhugumatti mucca kichuu kana nyatee me llaala ya ummata😭😭😭😭😭

17/07/2023

Waay jinjaanaa baranaa

15/07/2023

Lamafaa buharaa

Yaaddamtan dhugaa!!
12/07/2023

Yaaddamtan dhugaa!!

NAGAYAN WALIITII NUHAA DEBBISUU SAHIBAAN QAQALLII!!
11/07/2023

NAGAYAN WALIITII NUHAA DEBBISUU SAHIBAAN QAQALLII!!

11/07/2023

Jolle remedialii

30/06/2023

Badhee jaalalaa dawadha mee!!

Fananoota waliinin dabarsa olle akkatti kuno sahiban qalii!!
30/06/2023

Fananoota waliinin dabarsa olle akkatti kuno sahiban qalii!!

28/06/2023

Fayee qalii tokkicha arsiin qabduu misensa galamso sport show kan unversity oda bultum keessa jabaa kenyaa naf jajabeessa like itti robsatti sha naf godhaf me!!

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Galamso Sport Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category


Other Media in Asebe Teferi

Show All

You may also like