Aliyii Hussein Boru

Aliyii Hussein Boru facebook good by

17/10/2023
Gumbii BordoddeeInisheetivii xasfii
04/10/2023

Gumbii Bordoddee
Inisheetivii xasfii

  _Guyyaa kanaan si gahee Bro koo!Guyyaan kun anaf guyyaa gammachuu addaatti Gammachuu kana qaaman si biratti argamuu ko...
23/09/2023

_Guyyaa kanaan si gahee Bro koo!
Guyyaan kun anaf guyyaa gammachuu addaatti Gammachuu kana qaaman si biratti argamuu koof natti dhagahamus Gammachuun koo baay'ee olaanadha.
Guyyaan kun guyyaa ati ifaajee waggoota baay'ee booda bu'aa bahii hedduu keessa dabartee baga guyyaa kan geesse
Obboleessa koo baga rabbiin guyyaa kanaan si gahee.
Gammachuun kee gammachuu kooti.

ጠንካራና ቅቡልነት ያለው ሀገረ-መንግስት በጽኑ መሰረት ላይ ለመገንባት የሚያስችል ሀገራዊ መግባባት እንፍጠር!ብልፅግና ፓርቲ የሚከተለውን  የፖለቲካ ፕሮግራም ግቦችን  በግልጽ አመላክቷል፤ ግ...
23/09/2023

ጠንካራና ቅቡልነት ያለው ሀገረ-መንግስት በጽኑ መሰረት ላይ ለመገንባት የሚያስችል ሀገራዊ መግባባት እንፍጠር!

ብልፅግና ፓርቲ የሚከተለውን የፖለቲካ ፕሮግራም ግቦችን በግልጽ አመላክቷል፤ ግቦቹን ለማሳካት የሚከተሉ ዋና ዋና ተግባራትን አበክሮ ይሰራል፤

1. የብልፅግና ፓርቲ የቆመላቸው የፖለቲካ ዓላማዎች እንዲሳኩ ፓርቲው ትኩረት ሰጥቶ ከሚሰራባቸው ነገሮች አንዱ የሀገራዊ መግባባት ጉዳይ ነው። ህብረ-ብሔራዊ አንድነታችንን ለማጠናከር፣ ለዴሞክራሲ ስርዓቱ ምቹ መደላድል እንዲኖር ለማድረግ፣ የሀገረ-መንግስቱን ቅቡልነትም ከፍ ለማድረግ የብልጽግና ፓርቲ ሀገራዊ መግባባትን ለማዳበር በጽኑ ይሰራል።

2. የብልፅግና ፓርቲ በሀገሪቱ ልሂቃን መካከል የሚታየው ዋልታ-ረገጥነት እና እጅግ መሰረታዊ በሆኑ ጉዳዮች ሳይቀር ያለው ቅራኔና አለመተማመን ጤናማ እንዳልሆነ ይገነዘባል። ፓርቲው የሃሳብ ልዩነቶች እንዲሁም የጥቅምና የፍላጎት አለመጣጣሞች ተፈጥሯዊ መሆናቸውን ይረዳል። እንደዚህ ያሉ ልዩነቶች አይቀሬና በዴሞክራሲ አግባብ ሊስተናገዱ ቢችሉ ጠቃሚና ገንቢ ናቸው ብሎም ያምናል። ነገር ግን ሀገራዊ ህልውናን እና ህብረ-ብሔራዊ አንድነታችንን አጠያያቂ የሚያደርጉ፣ የሀገረ መንግስቱን ቅቡልነት የሚሸረሽሩ የከረሩ አለመግባባቶች ግን አሉታዊ ተጽዕኗቸው ከፍ ያለ እንደሆነ ይገነዘባል። በመሆኑም የብልፅግና ፓርቲ እጅግ መሰረታዊ በሆኑና ለሀገረ-መንግስቱ ቅቡልነት ወሳኝ በሆኑ ጉዳዮች ላይ ሰፊና ጠንካራ ሀገራዊ መግባባት እንዲዳብር ይሰራል።

3. ፓርቲያችን ሀገራዊ መግባባትን ለማዳበር በሚያደርገው እንቅስቃሴ ቅድሚያ ሰጥቶ ከሚሰራቸው ተግባራት አንዱ በሀገራችን የቂምና የጥላቻ ታሪክ ምዕራፍ እንዲዘጋ ማድረግ ነው። ይህን ለማሳካት ባህላዊና ዘመናዊ የዕርቀ-ሰላም ግንባታ አማራጮችን በመጠቀም ዕርቀ-ሰላምን ለማምጣት በቁርጠኝነት ይታገላል። ለቀጣዩ ትውልድ ቂምና ቁርሾ ሳይሆን ሰላም፣ ወንድማማችነትንና እህትማማችነትን ለማውረስ የዕርቀ-ሰላም አማራጮችን ሁሉ አሟጦ ይጠቀማል።

4. የሃሳብ ልዩነቶችን ለማጥበብ እና ቅራኔዎችን ለማስወገድ ፓርቲያችን በጥናት ላይ የተመሰረተ ውይይቶችን እና ህዝባዊ ተዋስኦዎችን የሚያስቀድሙ ድርድሮችን በተከታታይና በቀጣይነት እንዲካሄዱ በማድረግ ሀገራዊ መግባባትን ለማዳበር ይሰራል። በነጠላ ጉዳዮች ላይ የጠለቁ ውይይቶች እንዲካሄዱ በማድረግ ቅራኔዎችን ደረጃ በደረጃ እየፈቱ ለመሄድ በትጋት ይንቀሳቀሳል።

5. የብልፅግና ፓርቲ በሀገራችን የምንፈጥረው የፖለቲካና የኢኮኖሚ ማህበረሰብ ህብረ-ብሔራዊ አንድነትን የጠበቀና የሁሉም ማንነቶች ነፀብራቅ የሆነ፤ የብሔር ብሔረሰቦችና ህዝቦችን ባህልና ማንነት የጠበቀ መሆን እንዳለበት በጽኑ ያምናል። ስለሆነም የምንገነባው ማህበረሰብ ህብረ ብሔራዊና በአጠቃላይም ህብረ-ማንነታዊ እንዲሆን፣ ዜጎችም ብዝሃነትን የተረዱና የሚያከብሩ እንዲሆኑ አበክሮ ይሰራል።

የብልፅግና ፓርቲ ፕሮግራም (2014) ገፅ 15-16

Baga Bara Haaraa 2016 isin gaheeGootota Raayyaa Ittisa Biyyaa Baga Ittiin isin gahee
12/09/2023

Baga Bara Haaraa 2016 isin gahee
Gootota Raayyaa Ittisa Biyyaa
Baga Ittiin isin gahee

ሜዳ ላይ የቀረው ፋንታሁን ሙሃባበፋንታሁን ሙሃባ ስር ያሉ 20 አባላቶች ትጥቃቸውን ፈተው መጥፋታቸው ተሰምቷል፤ አሁንም በእሱ ስር ያሉ በርካታ ወጣቶች ለመጥፋት እቅድ እንደያዙ አውቀናል። ፅ...
22/08/2023

ሜዳ ላይ የቀረው ፋንታሁን ሙሃባ

በፋንታሁን ሙሃባ ስር ያሉ 20 አባላቶች ትጥቃቸውን ፈተው መጥፋታቸው ተሰምቷል፤ አሁንም በእሱ ስር ያሉ በርካታ ወጣቶች ለመጥፋት እቅድ እንደያዙ አውቀናል።

ፅንፈኛው ፋንታሁን የፖሊስ አባል ገድሎ አስክሬን መሬት ለመሬት በመጎተት ፀያፍ ታሪክ አስቀምጦ እንደነበር ይታወሳል፤ አባለቶች እከእሱ ማምለጥ የፈለጉት ከመንግስት ጋር ባለው ግንኙነት ላሊባላን አሳልፎ ሰጥቷል ተብሎ በብድኑ ስለሚታመን ነው፤ እንዲሁም በስሩ ያሉ ልጆችን በስድብ እና በመንቋሸሽ ስለሚማርራቸው እንደሆነ አረጋግጠናል።



የጃዉሳዉ ታሪካዊ ስህተቶች  ⚠️‼️ጃውሳው በአማራ ክልል የቀሰቀሰውን ጦርነት ወደ ኦሮሚያ ክልል ለማስፋት ፍላጎት እንዳለው ታውቋል። በዚህም ፅንፈኛው ኃይል   እና   አቅጣጫ ሾልኮ በመግባት...
22/08/2023

የጃዉሳዉ ታሪካዊ ስህተቶች ⚠️‼️

ጃውሳው በአማራ ክልል የቀሰቀሰውን ጦርነት ወደ ኦሮሚያ ክልል ለማስፋት ፍላጎት እንዳለው ታውቋል። በዚህም ፅንፈኛው ኃይል እና አቅጣጫ ሾልኮ በመግባት በንፁሃን ላይ ጥቃት ፈፅሞ የብHየዕ ግጭት ለማስነሳት እቅድ ማውጣቱን ከውስጥ ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።

እንደሚታወቀው ከዚህ ቀደም የጃውሳው ቡድን በመስራቅ #ወለጋ ዞን አሙሩ፣ ጃርደጋ ጃርቴ እና ኪረሙ ወረዳዎች ውስጥ በመግባት እና በአካባቢው የሚገኙ የቡድኑ ደጋፊዎችን በማስተባበር በርካታ ንፁሃንን ጨፍጭፎ፣ ንብረት ዘርፎ፣ ሰው ገድሎ እንጨት ላይ በማንጠልጠል እንዳሳየን አይዘነጋም።

አሁንም ይህ ቡድን ተመሳሳይ ድርጊት ለመፈፀም እቅድ አውጥቷል።

#ጃውሳ

Naannoo Oromiyaatti bara kana Lukkuuwwan sanyii fooyya'aa mil. 35 dhiyeessuuf hojjetamaa jira. = = =Mootummaan Naannoo O...
22/08/2023

Naannoo Oromiyaatti bara kana Lukkuuwwan sanyii fooyya'aa mil. 35 dhiyeessuuf hojjetamaa jira.
= = =
Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu'aa beeyiladoota irraa argaman guddisuuf waggoottan arfan darban keessa hojii hojjetameen bu'aa guddaan argamee jira. Fayyaa beeyiladootaa eegsisuufi sanyii beeyladootaa fooyya'aa bu'aa guddaa qonnaan bultootaaf argamsiisuu dandaa'aniifi rakkoo hanqina dhiyeessii furan irrattis hojii guddaa hojjechaa jira.

Hojii kana keessaa tokko horsiisa Lukkuu yoo ta'u; hojii horiisa lukkuu jalqabamee jiru kanas bara baajataa 2016 keessa cuuciiwwan lukkuu miiliyoona 20fi lukkuuwwan sookkee sanyii fooyya'aa hormaataaf tolan miiliyoona 15 ni dhiyaatu. Bara hojii 2015 darbe keessa lukkuuwwan miiliyoona 11 dhiyeessuuf karoorfamee miiliyoonni 13 dhiyaataniiru. Horsiisaafi misooma lukkuu waanti adda taasisu iddoo xiqqoo kan barbaadu, haala qilleensaa kamuu keessatti kan toluufi yeroo gabaabaa keessatti bu’aa guddaa argamsiisuun jireenya namaa jijjiiruu danda'u.

Fayyaa Lukkuuwwanii eeguufis qorichi gahaan kilinika beeyladootaatti yeroo waan argamuuf namoonnis ta`e waldaaleen horsiisa lukkuu irratti bobbaa'anii jiran fayyummaa isaanii hordofaa deemuun bakka qulqullina qabutti horsiisuufi bakka barbaachisaa ta'ee argametti immoo ogeessa waamuun yaalchisuun barbaachisaadha.

MDO OCB

Misoomaaf haala mijataa hedduu qabna. Carraalee jiranutti qixaan fayyadamnee ariitii, qulqullinaa fi baay’inaan yoo hojj...
22/08/2023

Misoomaaf haala mijataa hedduu qabna. Carraalee jiranutti qixaan fayyadamnee ariitii, qulqullinaa fi baay’inaan yoo hojjanne mul’ata badhaadhina waloo yeroon itti dhugoomsinu fagoo miti.

Atileetonni Itiyoophiyaa Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan  1-3ffaa bahuun injifatan.Hagayya 13,2015-Shaampiyoon...
20/08/2023

Atileetonni Itiyoophiyaa Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan 1-3ffaa bahuun injifatan.

Hagayya 13,2015-Shaampiyoona Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har'a dorgomameen meetira kuma 10'n atileetonni Itiyoophiyaa 1ffaa - 3ffaa bahuun Meedaaliyaa Warqee,Meetii Naahaasii argataniiru.

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa Hangaarii Budaappestitti dorgomameen Atileet Gudaaf Tsaggeeyii meedaaliyaa Warqee, atileet Lattasanbat Giday meetii fi Ijjigaayyoo Taayyee ammoo Nahaasii Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.

እንኳን ደስ አለን!************አዋሽ ባንክ በ19ኛዉ የቡዳፔስት የዓለም አትሌትክስ ሻምፒዮና የመክፈቻ ቀን በተደረገው የሴቶች የ10 ሺ  ሜትር  ሩጫ ውድድር  የኢትዮጵያ አትሌቶች ፦1...
20/08/2023

እንኳን ደስ አለን!
************
አዋሽ ባንክ በ19ኛዉ የቡዳፔስት የዓለም አትሌትክስ ሻምፒዮና የመክፈቻ ቀን በተደረገው የሴቶች የ10 ሺ ሜትር ሩጫ ውድድር የኢትዮጵያ አትሌቶች ፦
1.ጉዳፍ ፀጋይ- ወርቅ
2. ለተሰንበት ግደይ- ብር
3.እጅጋየሁ ታዬ -ነሃስ
በማምጣት ባስመዘገቡት አኩሪ ድል የተሰማውን ታላቅ ደስታ ይገልፃል።

በድጋሚ እንኳን ደስ አለን!

26/07/2023

Qajeeltowwan gurguddoo karoorri xiiqii Kan bara 2016 irratti xiyyeefatu
1. 'ina
Hojiilee hojjachuuf karoorfame karaa heddaan milkeessuu fi tajaajilaaf qopheessuu

2. (Accelerate)
Hojiilee hojjachuuf karoorfame karaa saffisa qabuun hojjachuun fayyadamummaa ummataa mirkaneessuu
3. (quality)
Hojiilee hojjachuuf karoorfame karaa qulqullinaa fi ittiquufinsa ummataa qabuun hojjachuun tajaajilummaa ummataa mirkaneessuu

Xiiqiin karoorsina, xiiqiin milkeessina

Caffee Oromiyaa Oolmaa Isaa Guyyaa 2ffaatiin Wantoota Gurguddoo RaawwatamanCaffeen Oromiyaa, Baajata Naannichaa Bara 201...
11/07/2023

Caffee Oromiyaa Oolmaa Isaa Guyyaa 2ffaatiin Wantoota Gurguddoo Raawwataman
Caffeen Oromiyaa, Baajata Naannichaa Bara 2016f Qarshii Biil. 221.51 raggaasise. Akkasumas Baajata Dabalataa Qarshii Biil. 13. 78 raggaase.

Pireezidantiin Mana Murtii Waliigala Oromiyaa, Kab. Obbo Gazaalii A/Simal, Kaadhimamtoota Abbootii Seeraa 53 Caffeef dhiyeessan. Caffeenis muudama isaanii erga raggaaseen booda, sirna kakuu raawwatanii jiru.

Komiishinar Araarsaa Mardaasaa Hoogganaa Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa ta'anii akka tajaajilaniif muudama dhiyaateef raggaasee jira. Komiishinar Araarsaas sirna kakuu Caffee fuulduratti dhiyaatanii raawwatanii jiru.

Caffeen oromiyaa ajandaa isaa xumuuraan mirga addaa himatamuu dhabuu Kab. Obbo Toleeraa Raggaasaa Cawwaaqaa kaasee jira.

Obbo Toleeraan kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee wayita turanitti ajjeechaa Hoogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa naqamtee kan turan Obbo Dassaaleny Bokonjaatti shakkamuun mirgi addaa miseensummaa isaanii irraa ka'ee jira.

22/06/2023

Nageenyi Ibsaadha. Ibsaan akka hin dhaamneef eeggachuun dirqama nama hundaati.

Address

OB
Asebe Tafari

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aliyii Hussein Boru posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Aliyii Hussein Boru:

Videos

Share